Islaamummaa

Islaamummaa Islamic education/barnoota islaamummaa

09/05/2024
YAA JIRUU ILMAA NAMAAYoon taa'ee yaadu jiruuDhala ilmaan namaaWontii ati argituu hundiAjaa'ibumaaInni kaan woliif Tola o...
09/05/2024

YAA JIRUU ILMAA NAMAA

Yoon taa'ee yaadu jiruu
Dhala ilmaan namaa
Wontii ati argituu hundi
Ajaa'ibumaa

Inni kaan woliif
Tola oolaa.
Inni kaan jiruu wolii
Jibbee wol hamata oolaa

Inni kaan wol jaallata
Abdii wol godhaatee
Boriif wol kaayyataa.
Inni kaan maqaa wol
Balleesse jiraa wolii nyaataa.

Safuu abbaa isaa dagatee
Seera waqaa cabsa
Utuu ijaan arguu haqa
Haqa namaa dabsaa

Akkumaa bubbulaa
Deemun waan basaa
Argaa bullaa
Dhugaa namaa dhossinee
Soba dhugaan ullaa.

✍copy

09/05/2024
Baga j'a kabajama Ramadanaan ittiin nu gahe.
10/03/2024

Baga j'a kabajama Ramadanaan ittiin nu gahe.

SAW.
01/02/2024

SAW.

21/01/2024

“Get married with the purpose of getting closer to Allah and Insha'Allah it will be a blessed marriage. Marry someone who will encourage you, elevate your Imaan and most importantly, bring you closer to Allah.”

— Dr. Bilal Philips

Address

Awetu
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Islaamummaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share