02/04/2025
?? ðŸ˜ðŸ˜
Mucaan suuraa isa asi gaditti argitan kun gaafa guyyaa 14/07/2017 Meeshaa guutuu ani ittin hojjedhu ,Keyboard psr SX 600, Speaker Fox Watt 800 Lama
Mixer Yamaha 4 Channel,Mayiki Ahuja,17/07/2017 Narra Kirrefatte Hangaa har'aa osoo debisin Jira Namni kun Ammatti Essa akka inni jiru hin beekamu. Namni kun miila isa tokkon ni Hokkola,Namoonni Naanoo inni jiru Argitan gati Dadhabi keessani isinif Baasna Nu beeksisa jenna
Nu argachuf
0913015100
0987125061
0713514829
0912635677
093 418 4652 police
HolHoleta Post