Pastor Teshalu Adino Dinka

Pastor Teshalu Adino Dinka Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Pastor Teshalu Adino Dinka, Evangelical church, Oromia, Holeta.

27/08/2026

Ameen jedhee namni Gooftaa Yesusiin amanee fudhatu Ammuma irraa kaasee JIREENYA BARA BARAATTI gala.

Hiree koo Gooftichi inni kanaan si gahe ulfinaan ol haa jedhu!!Congratulations !!! Baga gammadde  baga gammanne. Haa lee...
21/08/2026

Hiree koo Gooftichi inni kanaan si gahe ulfinaan ol haa jedhu!!
Congratulations !!! Baga gammadde baga gammanne. Haa lee luyyaa Gooftaa Yesus Gooftaa dha!

19/08/2026
30/07/2026

Hin danda'amuun
Hin danda'amu.
Hin jiruun
Hin jiru.
Amantii keenya keessa.

25/07/2026

Yaa ijoollee ko! Kottaa dubbiidhaa fi afaaniin utuu hin ta'in hojiidhaa fi garaa dhugaadhaan in jaallannaa! 1Yohannis 3:18

15/07/2026

Addunyaan kun kubbaadha.
Gara itti dhiitanitti dhiitamti.
Gooftaa Yesus jireenya bara baraa ti.

05/07/2026

Labsii labsiin jijjiiree inni seenaa jijjiiru
Kan akka Waaqayyoo hin jiru.

29/06/2026

Kadhannaan keenya deebii akka hin arganne kan godhu:-
1/ Cubbuudha. R/Isa:59:1-8
2/ Garaa dhiifamaa dhabuudha. Marqos:11:25-26
3/ Yaada hamaadhaan kadhachuudha. Yaaqoib:4:1-4
4/ Amantii dhabuudha (Garaa walaallammii) Yaaqoob:1:6-8
Waantoonni kun hundi Waaqayyoon biraa waan kadhanne akka hin arganne godhu.
Egaa warra kana duraan dursinee ofirraa fageessinaan kadhannaan keenya deebii argata.

28/06/2026

ስነጋ ፀሃይ ስወጣ፤
ጤዛ ስረገፍ፤
የፀሃይ ሙቀት ፤
ደስ ደስ ስላት ፤
ኃጥንቶችህ ሁሉ ፤
ስን ተቀሰቀሰ ፤
መረመድ እንደሚትጀምር ሁሉ ፤
ከነጌ ቀን ጀምሮ ፤
ነገሮችህ ሁሉ ፤
መረመድ ይጀመራል ።
ኢየሱስ ክርስቶስ የዘላለም ጌታ ነው !
Liqimsi

Address

Oromia
Holeta

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Pastor Teshalu Adino Dinka posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share