Humna Kiristoos

Humna Kiristoos Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Humna Kiristoos, Religious organisation, Holeta.

15/08/2025
Hhh daaraa keessaa gamoon biqile jedhan har'amooIsa qabuuf itti dabalama jedhan Injinara kanas eebbisaamee
14/08/2025

Hhh daaraa keessaa gamoon biqile jedhan har'amoo
Isa qabuuf itti dabalama jedhan
Injinara kanas eebbisaamee

Waaqayyootu akkas akka ta'u godhe
14/08/2025

Waaqayyootu akkas akka ta'u godhe

Roobii borii guyyaa guutuu sagantaa fayyinaa nama hundumaaf ni kadhatama
20/08/2024

Roobii borii guyyaa guutuu sagantaa fayyinaa nama hundumaaf ni kadhatama

Qophii karaa   dabraa ture Amma dhaggeffadheen waa'ee Nama kana natti dhagahame!Ilmi Kolonel     rakkina ulfaataa keessa...
19/08/2024

Qophii karaa dabraa ture Amma dhaggeffadheen waa'ee Nama kana natti dhagahame!

Ilmi Kolonel rakkina ulfaataa keessa jira. Obbo , bultii kan ijaarrataniifi ijoollee sadii kan qabanidha.

Yeroo ammaa kana maatiin kun nama shan ta'anii mana kiraayii kutaa tokko keessa jiraatu. Obbo Eeliyaas Abdiisaa Aagaa rakkoo fayyaa isaan mudateen (stroke) maatii isaanii jiraachisuun akka itti ulfaate dubbataniiru.

Kun ilma Kolonel Abdiisaaf hinmalu ture. Mootummaan illee mana yoo kenneef itti xiqqaata malee hinbaay'atu. Isinis hanga humna keessanii gargaaraa. Share gochuun nama gargaaru biraan ga'aa.

Eeliyaas Abdiisaa Aagaa
Cbe....1000197275166
Bilbila....0920807411

Dr. Eng. Indaaleetu barbaadee argee miidiyaa waliin wal-qunnamsiise.
Namummaan Kan isinitti dhagahamu waliif godhaa

✍️ Sola Bedasa tiin.

Ergaa gabaabduu kana dubbisiiti   godhi.Guyyaa tokko in deemta garuu deebitee hin dhuftu.guyyaa tokko in rafta garuu dee...
19/08/2024

Ergaa gabaabduu kana dubbisiiti godhi.
Guyyaa tokko in deemta garuu deebitee hin dhuftu.guyyaa tokko in rafta garuu deebitee hin kaatu.guyyaa tokko iji kee walitti cufama garuu deebi'ee hin banamu.guyyaa tokko namoonni irra deddeebi'anii si waamu,ati garuu eenyu jalaa iyyuu hin owwaattu.gaafas cidha waa'ee keef qophaa'utu jira,ati garuu yeroo tokkoof illee mil'achuu hin dandeessu.guyyichi har'as ta'uu danda'a.guyyichi boris ta'uu danda'a.maaltu beeka akkuma barreeffama kana dubbistee fixxeenis ta'uu danda'a.waggaa dheeraa fi gabaabaa boodas ta'uu danda'a.guyyichi hin beekamu.guyyaan tokko garuu akka jiru beeki.
guyyaa warri si jaallatanis,warri si jibbanis si arguu dhaban🥲 kanaaf har'a warra sii jaallatanis,warra si jibbanis jaalladhu.bara xiqqoo lafa kanarraa qabdutti namas,waaqayyoo kees kabajii jiraadhu.har'umaa kaasii isa sitti balleesseef dhiisi.isa itti balleessites dhiifama gaafadhu.jaalalan adunyaa waaqayyoo keessa jiraadhu.

Dhiisuun ogummaadha🙏

Yoo sitti tole godhi.
Pagekoo follow godhii darbi.

Address

Holeta

Telephone

+251922227110

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Humna Kiristoos posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share