Majlisa Aanaa Xuulloo fi Bu/Ma/Hirna

Majlisa  Aanaa Xuulloo fi Bu/Ma/Hirna one day we will get what we want

Sirna Kabaja Ayyaanna Iid Al-Adihaa (Arafaa) 1447ffaa  Aanaa/ Xuulloo fi Bul/Mag/hirna tana fakkaatti
27/05/2026

Sirna Kabaja Ayyaanna Iid Al-Adihaa (Arafaa) 1447ffaa Aanaa/ Xuulloo fi Bul/Mag/hirna tana fakkaatti

Eid Mubarak warra baranaa kan hedduu Rabbiin nu haa tasisuu
27/05/2026

Eid Mubarak warra baranaa kan hedduu Rabbiin nu haa tasisuu

As wr wb Guyyaa Arraa Caamsa 2/09/2018 Kilaastara Bahaa Godina Harargee Lixaatti Kawunsiliin Dargaggoo Aanaa  Xuulloo fi...
10/05/2026

As wr wb Guyyaa Arraa Caamsa 2/09/2018 Kilaastara Bahaa Godina Harargee Lixaatti Kawunsiliin Dargaggoo Aanaa Xuulloo fi Bul/Mag/ hirna Sagantaa kawunsilii Aanichaa mirkaneessuu fi miseensummaa kawunsilii galmeessuu Majlisa Aana wajjiin tahuun guyyaa arraantana gaggeesse jira...

As wr wb hordoftoota keenya kabajamo Ramadaan halkan 19ffaaZiyaaraa kantiibaa magaalaa hirnaa mana marii muslimoota maga...
07/03/2026

As wr wb hordoftoota keenya kabajamo Ramadaan halkan 19ffaa
Ziyaaraa kantiibaa magaalaa hirnaa mana marii muslimoota magaalaa hirnaatii fi Aanaa Xuulloo Dargaggoo waliin taasifneeti jirra.
Kabajamoon kantiibaan obbo muhamad xaahaa gammachuu ziyaaraa tanaa hoggaa ibsatan ziyaaraan ziyaadaa haa taatu jachuu qofa osoo hin taane hojii manaa kan amma dura naaf kannitan raawwadheetiin jira ja'an

As wr wb hordoftoota keenya kabajamo Guyyaa arra mootummaan kore huji raawwachiiftu  mana marii Wajjiin Nageenyaa irra m...
07/03/2026

As wr wb hordoftoota keenya kabajamo Guyyaa arra mootummaan kore huji raawwachiiftu mana marii Wajjiin Nageenyaa irra marii ballaa godhee jira

As wr wb hordoftoota keenya kabajamo Arra Ziyaara Bulchaa Aanaa Xuulloo Obbo Haamid Ibraahim  Furaa irratti Koree man ma...
06/03/2026

As wr wb hordoftoota keenya kabajamo Arra Ziyaara Bulchaa Aanaa Xuulloo Obbo Haamid Ibraahim Furaa irratti Koree man mariitii fii Dargaggoo mana marii Wajjiin taane turtii gaarii wajjiin goone

14/02/2026

As wr wb hordoftoota keenya kabajamo arra Magaalaa Dullattii ykn Magaala Aananii Muhaadara isii tana fakkaatti

As wr wb hordoftoota keenya kabajamo arra Magaalaa Dullattii ykn Magaala Aananii Muhaadara isii tana fakkaatti
14/02/2026

As wr wb hordoftoota keenya kabajamo arra Magaalaa Dullattii ykn Magaala Aananii Muhaadara isii tana fakkaatti

As wr wbr guyyaa harraa amajjii 4/ 5/  2018 akka zoonii keenyaatti marii koree dhimma islaamaatiifi afooshaa gandaa woli...
12/01/2026

As wr wbr guyyaa harraa amajjii 4/ 5/ 2018 akka zoonii keenyaatti marii koree dhimma islaamaatiifi afooshaa gandaa wolitti hidhuudhaan kan gaggeeffame bifa kanaan xumurameera gabaasa zoonii maxxaaqashaa qaqallii gama bulchiinsa dhimma islaamaa aanaa xuulloofi /bul/ magaalaa hirnaatti gabaasuun keenya niyaa datama
nagayaa wojjin she haafiz badruu

Address

Hirna

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Majlisa Aanaa Xuulloo fi Bu/Ma/Hirna posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share