Ayuub Aliyyii ሀሰን አልይ ፨

Ayuub Aliyyii ሀሰን አልይ ፨ Hasan Aliyyii Abdulrehim Alhamdulillaah Alaa kulli haal

26/01/2026

سبحان 🌴💛 الله 🌴💛ﷺوبحمده🌴💛ﷺسبحان🌴💛ﷺالله🌴💛ﷺالعظيم🌴💛ﷺاستغفر 🌴💛ﷺالله🌴💛ﷺ🌴💛ﷺ🌴💛ﷺ🌴💛ﷺ🌴

  sirraa hin Oollee Maa Akkana hin goonee  godhaa jirtu kana sumaatu nyaata maafi huuba itti neeyxa   kanaa Ilmi namaa w...
29/06/2025

sirraa hin Oollee Maa Akkana hin goonee
godhaa jirtu kana sumaatu nyaata maafi huuba itti neeyxa
kanaa Ilmi namaa waanuma akka dalageetiin galata galfamaa erga sirraa hin Oolle Maa akkana hin goone.

26/06/2025

Iraan to'attoota nukilaaraa akka deebi'an hayyamuu qabdi -Maakroon
Maakroon dureewwan IAEA waliin wal arganMadda suuraa,EPA
Pirezidaantiin Faransaay Imaanu'eel Maakroon, Ejensiin Annisaa Atoomikaa Idil-addunyaa (IAEA) ergama isaa Iraan keessaatti akka deebi'ee eegaluuf hayyamamuun hatattamaan ta'uu akka qabu dubbatan.

Maakroon X irratti maxxansuun, Faransaay ejensiin IAEA dhaabbata ''nageenya nikulaaraatiif murteessaadha'' jechuun akka waliin cimsanii dhaabbatan ta'uus himaniiru.

Jalqaba baatii kanaarratti ammoo, IAEAn Iraan ''walta'insa waliigalaa dhabuun'' qeequun, Yuuraaniyeemii qulqullina %60 ta'e gabbiisaa jiraachuu, kun ammoo sadarkaa meeshaa waraanaa ittiin omishuutti dhihoo kan ta'e fi boombii nukilaaraa sagal hojjechuuf akka qabdu ibseera.

24/06/2025
  Hojii Dargaggoota, Ebbifamtoota Aanaa Doobbaattif. ~~~~~~~~~~~~~~~~~ Komishiniin Gurmuuka Federaalaa bara bajataa 2018...
24/06/2025

Hojii
Dargaggoota, Ebbifamtoota Aanaa Doobbaattif.
~~~~~~~~~~~~~~~~~
Komishiniin Gurmuuka Federaalaa bara bajataa 2018 bakka banaa qabu irratti ogeeyyii jalqabaa dorgoomsisee Qaxxaruu waan barbaaduuf beeksisa baasee jira. Akkaatuma humna namaa qaxxaruuf dhaabbatichaan barbaadamuun godinootaaf kootaan qoodamee jira. Aanota fi magaalonni hundi kootaa isaaf kannameen calalee dorgoommiif kan dhiheeysu tahuu beeksisa kanarraa hubachuun ni danda'ama. Eebbifamtoonni Aanaa Doobbaa bara 2014 as Eebbifamtan hundi Guyyaa jedhame keeysatti galmaa'uun Carraa kana fayyadamaa isiniin janna. Post kanaas namni agarte godhuun walbiraan gahaa.

Iraan Ni injifatta Inshaa Allaah American farada malee hin qabdu
22/06/2025

Iraan Ni injifatta Inshaa Allaah American farada malee hin qabdu

22/06/2025

تيكا ربي كيسا جيرادا أوماني كو

21/06/2025
Follow godhaa mee friend 🧡
21/06/2025

Follow godhaa mee friend 🧡

19/06/2025

Alhamdulillaah Alhamdulillaah Alhamdulillaah Alaa khulli Haal Rakkoon dhuftu hunduu ni dhumti garuu Firaaf Diinaas adda baafti dhumti isiitiis baga qormaanni kun dhufee si jechisiifti.

17/06/2025

!
Hoogganaan olaanaa iraan 🇮🇷 Ali Khamenei Tiraappiif🇱🇷 deebisaa quubsaa kenne.

Guyyaa arraa hogganaan ol Aanaa iraan 🇮🇷 akkana ja'e "Ameerikaan eenyu waan taateef nu ajajji? Nuti ajaja Ameerikaa osoo hin taane seera mataa keenyaa kan ittiin bullu qabna. Waan feene godhachuu yoo barbaadnes eenyullee heeyyama osoo hin gaafatin godhanna." Hoogganaa ol'aanaa Iran Ali Khamenei

Sher sher godhaa

Address

Ciro
Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ayuub Aliyyii ሀሰን አልይ ፨ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Ayuub Aliyyii ሀሰን አልይ ፨:

Share