Jama’aa Dawatulyaqiin Harawaaca

Jama’aa Dawatulyaqiin Harawaaca Muslimni Akkaa Qaama Tokkooti (S.A.W)
Dhaloota Diin Baratee Barsiissu Horaachuufi Jajjabeessudhaf

02/07/2024
25/03/2024
25/03/2024

Madaa’anii bakka itti madaa sumudatan dhabuun,madaa caala nama laalessiti !
“ Rakkadhee bakka itti rakkadhullee rakkadhe “ Jedhe Ustaaz Raayyaan.
haa ijaarruu.

"YaadachiisaAllaahan Warreen Milkii Ramadaani Qabu Hunda milkaawu Isiin Haa Godhu jacha Warreen Minaara masgidul Huda Ma...
23/03/2024

"Yaadachiisa
Allaahan Warreen Milkii Ramadaani Qabu Hunda milkaawu Isiin Haa Godhu jacha
Warreen Minaara masgidul Huda Magaalaa Harawaaca Xumuraa isii Bareechuf Sadaqachuu Barbaadan Warreen Akkawuntii Nugaafacha jirtanis Kunoti
Masgidul Huda Magaalaa Harawaaca
CBE ACC. 1000507160817
koree Masgiida irraa

AssalaamuAleykum Warahmatullahi wabarakatuhu Allaahan Warreen Milkii Ramadaani Qabu Hunda milkaawu Isiin Haa Godhu 😍😍😍Ma...
22/03/2024

AssalaamuAleykum Warahmatullahi wabarakatuhu
Allaahan Warreen Milkii Ramadaani Qabu Hunda milkaawu Isiin Haa Godhu 😍😍😍
Mashaa Allah Minaaraan Bareedun Masjidul Hudaa Magaalaa Harawaaca
Tan magaalaa Harawaacatiif Miidhagina Dabalteef
Warreen Minaaraa Bareedu Tana Asiin Geessaan Hundaahu Rabbiin Isiin Haa Milkeessu
Akkuma Arkitan kanati Minaaraan Bareedun Masjidul Hudaa Magaalaa Harawaaca Tun Xumuramuudhaf Parsantii 20% Qofaatu Hafeef
Dhaamsi kheenya Akkumaa Kanaan Duraa Qabeenyaafi Yaadaafi Humnaanis Hirmaacha Hirmaachisa Turtaniti. Xumuraa fi Miidhagiina Isiitiif Akkaa Sadaqaa Teesaanin Hirmaatan Ahlulkheyriis Hirmachiftan
Rabbiin Qabeenya kheessaniifi Uumrii teessan keessaa Baraka isiniif Haa kaayu
Dhaamsi kheenya Akkumaa Kanaan Duraa Qabeenyaafi Yaadaafi Humnaanis Akkaa Hirmaatan
Milkaawa Rabbiin Milkii Biyyaa lamaani Isiniif Haa Kannu

Sadaqaan Ikhlaasa Qabdu Akka Bishaan Ibidaa Dhaamsitutti Dilii Namaa Nammarra Dhaamsiti "Tirmizii
22/03/2024

Sadaqaan Ikhlaasa Qabdu
Akka Bishaan Ibidaa Dhaamsitutti
Dilii Namaa Nammarra Dhaamsiti
"Tirmizii

16/02/2024
Maaddaa Haraashii Markaza Jami'anur Magaalaa Harawaaca Yaroo isaan Sheek Mahammadiif Kannaa Addaa Kananiif
13/02/2024

Maaddaa Haraashii
Markaza Jami'anur Magaalaa Harawaaca
Yaroo isaan Sheek Mahammadiif Kannaa Addaa Kananiif

AssalaamuAleykum Warahmatullahi Wabarakatuhu Aanna Malka Ballooti Markazni Jami'a nur Magaalaa Harawaaca Cufiinsa markaz...
12/02/2024

AssalaamuAleykum Warahmatullahi
Wabarakatuhu
Aanna Malka Ballooti
Markazni Jami'a nur Magaalaa Harawaaca
Cufiinsa markazatifi Eeyba Maaddaa Haraashii Ulamaa fi Ustazoota bayyeetu irrati Arkame bifa gammaachu qabuun Duu'aayiidhan Xumurame

Yaa Rabbii ati kaniif namtichaa siif kane;Assalaamu aleykum Warreen yaamicha kana awwaatani masjidaa jamii'a nur magaala...
15/09/2023

Yaa Rabbii ati kaniif namtichaa siif kane;
Assalaamu aleykum
Warreen yaamicha kana awwaatani masjidaa jamii'a nur magaalaa Harawaaca tif nijirra osoo nuti jirru hin diigamu nutumaan digneeti Hariyoomsine seenaa hojanne dhalootaf dabarsina jatani Awwaatan hundaa keessanu rabbiin haa milkeesssu milkaawa hundi keessanu

Guyyaa 2/1/2016   1000571758214 MASJIDA GUDA JAMIAL-NUUR M/HARAWACHAMasgiida jaami’aa nuur magaalaa harawaaca (masgiida ...
14/09/2023

Guyyaa 2/1/2016

1000571758214 MASJIDA GUDA JAMIAL-NUUR M/HARAWACHA

Masgiida jaami’aa nuur magaalaa harawaaca (masgiida gudda jumaa )kaan tahee Umrii waggaa dheeraa waan qabuuf keessi isaa horoqee daleynii jigee jira .

Amma rakko fi yaddoo guddoon hamtuun masgiida mana kessa fi minaraa jiysituu jirachuu dha

Masgidnii kun kaan ijaaramee
Akkaa lakkofsaa hijratti 1376 akka hijraa rasuulaattiصل الله عليه وسلم amata 69 jechuudha dallayni immoo waggaa 55 minaaraan ammo waggaa 57 yeeroo saan sibilaa tokkon maalee waan jaarameef gutuu guututti nii jigaa kaan jattun qaba

Kanaaf namnii Muslimaa tatte gargaarsa rabbitti wajjiin manii rabbii dirmachuu barbaada

Address

Harawach'a

Telephone

+251913460664

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jama’aa Dawatulyaqiin Harawaaca posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share