Gimbii Jabaa Yesusu

Gimbii  Jabaa Yesusu Nekemt welega Ethiopian

NA BARSIISI 🤲🏿 🧎 🔥 Album Released   Girma
02/08/2026

NA BARSIISI 🤲🏿 🧎 🔥 Album Released Girma

Gaaffii  ilmaan namaa kamiifuu Yesuus Kiristoostu deebiidha.👋
17/06/2026

Gaaffii ilmaan namaa kamiifuu Yesuus Kiristoostu deebiidha.👋

NAMOOTA WAAQAYYOTTI QOOSANII DHA'ICHA HAMAA RUKUTAMAN!Namoota 13’n waaqayyootti qoosanii adabaman kana kitaabotaafi Weeb...
15/06/2026

NAMOOTA WAAQAYYOTTI QOOSANII DHA'ICHA HAMAA RUKUTAMAN!

Namoota 13’n waaqayyootti qoosanii adabaman kana kitaabotaafi Weebsayitoota garagaraa irraa kanan dubbisee walitti qindeessee kana daqiiqaa 5 qofa fayyadamaa dubbisaa!

Waaqayyo gara laafina,miira obsaafi araara gochuuf baay'ee ariifata.Namni hundinuu isaan jireenya bara baraa akka argatuuf tokkicha ilma isaa dabarsee dhaloota isa hin beeknee fi kan beekaniifis aarsaa godhee of kenne.

Waaqayyo garuu dhaloota gara jabina hamaadhaan dhugaa kanatti qoosan dha'icha hamaa ni rukuta!

1. Raggaasaa jedhama lammii itoophiyaati “An gulukoosii fannifamee na fayyise malee,waaqa fannifamee na fayyise hin qabu” jechuun waaqatti qoosee utuu hin turin,haati manaa isaa zayitii danfaa itti naqxee gurri isaa tokko fi iji isaa tokko hojiin ala erga ta’ee booda, yeroo ammaa mormi isaa surgery ta’uuf biyyaa alatti refer godhamee gargaarsa kadhachuu irratti argama.Sanumaanuu carraan lubbuun oluunsaan xiqqaadha.

2. :-Weellistuu biyya Biraazil konsertii sirbaarratti afeeramtee weellistee namoonni waan isheef harka rukutanii ajaa'ibsiifataniif "Waaqniyyuu hammakoo hin ajaa'ibsiifatamne" jettee dubbatte.utuu konsertii sirbaarraa hin bu'iin rasaasaan rukutamtee duuteetti, abbaan rukutes hin baramin hafeera.

3. Nervous:-Piresidaantummaa biyya dorgomee sagalee 500,000 argatee injifatee erga darbee booda,hiriyoonni isaa baga gammadde jechuun ergaa yoo dhaamaniif "kanaan booda nama mitiitii waaqnuu dorgomee nan injifatu" jechuun dubbate.galgaluma sana du'ee bulee itti aanaan isaa aangootti darbee fudhateera.

4. :- Sigaaraa xuuxxee erga fixuu geesseen booda,Sigaaraa ol aarsitee "Isa kanammoo ati xuuxi situ kanaan morma" waaqaan jettee,guyyaa sanaa kaaftee kaanseriidhaan qabamtee Addunyaa kanarraa godaanteetti.

5. :- Balaliisaa xiyyaaraa nagaan bahee nagaan galuun beekamu yoo ta'u,guyyaa tokko harmeen isaa gooftaan si wajjin ha ta'u ittiin jedhani... comment jalaa itti fufi..

amboo🥰
05/04/2026

amboo🥰

06/03/2026
Abbaa  Abbaa Na Jechisiisa 🥰
12/02/2026

Abbaa Abbaa Na Jechisiisa 🥰

Address

Addis Ababa
Gore

Telephone

+251924653251

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gimbii Jabaa Yesusu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Gimbii Jabaa Yesusu:

Shortcuts

Share