06/03/2026
Dilbata # Christ !!
Yesus erga du'aa ka'ee booda!!
1ffaa. Deddeebi'ee akka hin maamsifnettii guyyaa 40f isaanitti of mul'ise. Kana jechuun akka ta'uuttii itti mul'ateera kessaa isaanitii ba'uu hin danda'u!!! Hoe 1:3 akka hin mamsiifnettii nuttii haa mul'atuu Nuttii haa mul'atuu!!!!! & # Hafuurrii bartoota irraa bufaatee nuyiis nu barbaachisa. Abidichuumti isaanittii mul'atee Sun nuttii mul'achuu qaba warra jedhaanii hinaafan kessaa tokko ta'uu qabda!!!. Dhoksaan bartoota Abidiichaadha. gariin fi hafuurrii gubaa yeroo kana namaa kessaa waan dhugaadhan hin jirreef. Namni Afaanin dubaata malee kessii isaa duwwaadha. Waan gooftaf hinaafan ittii fakkataa garuu humni isaanii nyaatame dhumeera. Haroomisa hafuuraa qulqulluu nu barbaachisaa!!!!.