IFAA JIRUU

IFAA JIRUU Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from IFAA JIRUU, Religious organisation, Gelemso.

𝑓𝑟𝑒𝑒 𝑓𝑟𝑜𝑚 𝑎𝑛𝑦 𝑎𝑐𝑡𝑖𝑜𝑛 𝑡ℎ𝑎𝑡 𝑑e𝑠𝑡𝑟𝑢𝑐𝑡𝑖𝑜𝑛 𝑦𝑜𝑢𝑟 𝑙𝑖𝑓𝑒 𝖕𝖑𝖊𝖆𝖘𝖊 𝖉𝖔𝖓𝖙 𝘸𝘢𝘴𝘵𝘦 𝘺𝘰𝘶𝘳 𝘵𝘪𝘮𝘦
♥︎╣[-_-]╠♥︎♥ヽ (Love'∀` Love) ノ♥︎‿♥︎(`(エ)´)ノ🏩π±√≥₩\(@ ̄∇ ̄@)/(☆^ー^☆)(☆^ー^☆)(☆^ー^☆. ー^☆)☆(❁‿❁)☆🕋 اللهم صلي على

عيدكم مبارك
27/05/2026

عيدكم مبارك

27/04/2026

#140353
earn money

"GADI HAA DHIIFAMU!Obboleessi keenya Addisuu Raggaasaa, sababa obboleessa isaa Abdii Raggaasaa miidhaan irra gaheef “naa...
12/03/2026

"GADI HAA DHIIFAMU!

Obboleessi keenya Addisuu Raggaasaa, sababa obboleessa isaa Abdii Raggaasaa miidhaan irra gaheef “naaf birmadhaa” jedhee waamicha dabarseef hidhamee jira.
Jechoota inni miidiyaa irratti maxxanse keessatti dogoggorri jiraachuu danda’a, akkasumas jiraachuu dhiisuu danda’a. Inni garuu yeroo sana qaama miidhaa raawwate ifatti beekuu dhabuu isaa ibsee ture. Kanaafis, akka hubannoo isaa yeroo sanaatti dhugaa fakkaatee ta’uu ni danda’a; sababiin isaa odeeffannoo biraa hin qabneef.

Kana malees, inni hordoftoota amantaa biraa gocha kana raawwatan jedhee hin ibsine. Inni “Obboleewwan Muslimaa naaf birmadhaa” jedhee waamicha godhe. Kunis akka hubannootti, obboleessi isaa miidhamuun isaa yaaddoo guddaa itti ta’ee, Muslimoonni akka isa gargaaran ykn obboleessa isaa yaalchiisan gaafachuu fakkaata.

Dhimmichi kun akka ani hubadheetti waan amantaa lama walitti buusu kan fakkaatu miti. Obboleessi isaa miidhaan cimaa irra ga’ee mana yaalaa jira. Haala akkasii keessatti, obboleessa isaa yaaddoon qabamee jirutti isa hidhuun miidhaa dabalataa itti ta’uu danda’a.

Miidhaan lama itti fida:
1. Obboleessa isaa yaalchisuuf carraa dhabuu
2. Yaaddoo fi jeequmsa sammuu cimaa keessa seenuu

Qaamonni seera kabachiisan, yoo dogoggorri jiraate illee, yeroo biraatti seeraan itti gaafatamuu ni danda’a ture. Garuu haala yeroo sanaa keessatti, jalqaba obboleessa isaa yaalatee haala isaa mirkaneeffachuun irra ture jechuun yaada kiyya.
Akka odeeffannoo dhageenyeetti, guyyaa sana yeroo lamaaf hidhamee ture:
Yeroo jalqabaatti Majlisa Magaalaa shaggariitiin hidhaa baafame.
Ergasii immoo qaamni biraa Hospitaala Careland irraa deebisee qabee hidhe jedhama.

Walumaagalatti, yoo jechoota keessatti dogoggorri jiraate illee, mirgi wabii isaa eegamee yeroo sanaaf hidhaa irraa gadi dhiifamee akka obboleessa isaa yaalatuuf carraa kennamuu qaba ture. Hanga ammaattis furmaanni ifaan hin mul’anne.

Kanaafuu, qaamonni dhimmi ilaallatu obboleessa keenya Raggaasaa hidhaa irraa akka gadi dhii

12/03/2026

Injifannoo Lola Shumburaa kuree
❄❄❄❄❄❄❄❄❄❄
Seena akka guyyaa har'aa March 11/1529
✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺
Duulli guddaan seena qabeessa ta’e kan Murannoofi gootummaan Imaamu Ahmad keessatti ifa bahee mul’ate Lola Shumburaa Qoree jedhamee beekama. Imaamichi achiin durattis dirree Lolaa hunda keessatti Injifannoo gurguddaa galmeessisaa ture. haata’u malee Lolli Shumburaa Qoree kophaa isaatti Lola murteessaa waan ta’eef seena qabeessa ture. Lolli sun onnee waraana Atsee keessatti baysee kan hamlee jaraa doomse ture. Waraanni Shumburaa Qoree Adaamaafi Bishooftuu jidduutti kan Argamtu naannoo Laga Mojoo keessatti gaggeeffame. Imaamu Ahmad Loltoota isaa Eega sirnaan Ajajoota jalatti ijaaree gurmeessee xumuree booda bakka garaagaraatti lola wal faana gaggeessaa ture.

Ziquwalaa bakka jedhamtuurraa ka'ee gara Naannoo Laga Mojootti bobba'e. Bitootessa 7/ bara 1529 Imaamichi bakka woraanaaf tarsiimoo gaarii qabdu filatee loltoota isaa Laga Shumburaa Qoree qubsiise. Waraanni Libna Dingil akka Imaamni Ziquwaalaa gadi dhiisee deeme waan hubateef Achumaan Hoomaa Waraanasaa guurratee hanga Mojootti faana bu'ee dhufe. lolli Shumburaa Qoree yeroon Eegalamu dhihaate. Lolli jalqabuuf deema. Bitootessa 11-1529 Libna Dingil Humna woraanaa Abbootii Fardaa kuma kudha Jaha (16,000) waraana lafoo kuma Dhibba lama (200,000) fidee hiriirsee diriirsee dachii dukkaneesse. Imaamu Ahmadis gama isaatiin woraana Abbootii Faradaa 560 fi waraana lafoo kuma kudha lama (12,000) qopheessee jira. Lakkoofsa Waraana Imaamichaatiifi Baay’ina hoomaa waraana Kiristaanaa Yilmaa Dheeressaa akkas jechuudhaan ibsan:-

Baay’inni Waraana Libna Dingilifi Gootummaan Ajajoota waraana isaa Onnee Loltoota Islaamaa dhadhahachiisuun isaa hin olle. Ahmad Ibraahim garuu Onnee Murannoo qabduufi ejjannoo Loltoota isaa abdatee Waraana Libna Dingil baay’inni isaa hagana gahu osoo hin bir’atin rifaatu tokko malee ittiin Loluudhaaf qophaa'ee Eeggate.
Bara dheeraadhaaf kan Muslima caccabsee fixaa ture Waraanni Atsee Libna Ding

  qalbii namaa keessatti ijaarama; kanaafuu qalbii namaa jabeessuun baay’ee barbaachisaadha. Kanaaf zakaa keessaa qooda ...
07/03/2026

qalbii namaa keessatti ijaarama; kanaafuu qalbii namaa jabeessuun baay’ee barbaachisaadha.

Kanaaf zakaa keessaa qooda tokko ⅛ (1/8) warra reef amane qalbii isaanii jabeessuuf kennama.


Kanaafuu yaa jara keenya obboleessi keenya

haqa obbolummaa Islaamaa dabalatee, haqa
warra reefu Islaamawee saniis nurraa qaba.

Ammaas miidhaan cimaa isa irra gahee waan jiruuf, obboleeyyan keenya hundi akka isa gargaartan kabajaan isin affeerra.

Rabbiin obboleessa keenya nuuf haa fayyisu.
🤲

Lakkoofsi herrega isaa (Account:

1000445703908

07/03/2026
ᴋᴀɴ ᴍɪʟᴋɪɪ ᴋᴀɴ ɢᴀᴍᴍᴀᴄʜᴜᴋᴀɴ ʀɪᴢǫɪɪ ᴀᴅᴅᴀ ᴀᴅᴅᴀᴀ ᴏғ ᴋᴇssᴀᴀ ǫᴀʙᴜ ,ʀᴀʙʙɪɪɴ ɪsɪɴɪɪғ ʜᴀᴀ ɢᴏᴅʜᴜ
17/02/2026

ᴋᴀɴ ᴍɪʟᴋɪɪ ᴋᴀɴ ɢᴀᴍᴍᴀᴄʜᴜ
ᴋᴀɴ ʀɪᴢǫɪɪ ᴀᴅᴅᴀ ᴀᴅᴅᴀᴀ ᴏғ ᴋᴇssᴀᴀ ǫᴀʙᴜ ,ʀᴀʙʙɪɪɴ ɪsɪɴɪɪғ ʜᴀᴀ ɢᴏᴅʜᴜ

26/01/2026

Guyyaa Garii
Ganama Garii
Halkan Garii
Yeroo Garii
Qabachuun Fayyaa Yoo Qabaattedha

Address

Gelemso

Opening Hours

Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00

Telephone

+251952088688

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when IFAA JIRUU posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share