Mana maree Ahlusunnaa wal jamaa'a Aanaa Habroo fi Magaalaa Galamsoo

Mana maree Ahlusunnaa wal jamaa'a Aanaa Habroo fi Magaalaa Galamsoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana maree Ahlusunnaa wal jamaa'a Aanaa Habroo fi Magaalaa Galamsoo, Religious organisation, Gelemso.

15/05/2023

Irratti Hawaasa Muslimaa Irratti Himuu Ilaala

Qaama Dhimmi ilaallatu Hundaaf
Dhimmi Shira Yeroo Baayyee Aanaa Bookee Keessatti Gama Amantaatin Hawaasa Ahlassunnaa Waljama,aa Irratti Deemaa Jiru Ilaala
Akkuma Durarratti Ibsamuuf Yaalametti Aanaa Bookee Irratti Yeroo Baayyee Shirri Gara Garaa Hawaasa Ahlassunnaa Waljama,aa Irratti Xaxamaa Jiraachun Isaa Niyaadatama Kan Shira Fokkotaa Gara Garaa Xaxus Garee Wahaabiyyaa Fi Tokko Tokkoo Hattoota Qaama Mootummaa Keessaa Tahaniidha Kan Badii Qabu Maallaqaan Badii Isaa Dhossanii Kan Badiin Qabne Ammoo Maallaqaan Hattuu Akka Isaanii Qaama Hojjataa Keessaa Bitatanii Dhiibbaa Gara Garaa Kan Hagana Jennee Himuun Dandeenye Oofaa Jiraachun Isaanii Niyaadatama

Itti Jiran Guyyaa Kaleessaatis Magaalaa Arba'aa Irratti Darasaan Wahaabiyyaa Joollee Daa'ima Waggaa 5 Fi 10 Bakka Isaan Re'ee Eegaa Jiranitti Maaliif Manzuumaa Dibbee Nutti Bantan Jechuun Uleedhan Reeban Miidhaa Hamaa Irraan Gayan San Booda Walitti Bu'iinsi Jidduu Hawaasatti Argame Gaafa Qaamni Nageenya Kabachiisu Dhufus Isaanis Reebanii Garii Isaanii Dhagaan Dhayanii Jiran

Garuu Badii Darasaan Isaanii Daleeydeef Sheekkan Keenyas Isintu Darasaa Namarratti Bobbaase Jechuun Qabanii Tohannaa Seeraa Jala Oolchan
Tohannaa Seeraa Jala Oolchun Badiin Qabu Kanuma Wajjiin Qaamni Mootummaa Miidhaa Hawaasaa Dubbatuu Dhiisee Bitamee Cubbuu Haasahuun Dubbiin Bakki Irraa Kaate Tan Dirree Eidaa Addaan Fottuquu Sanii Durqama Wahaabiyyaa Jalatti Deebitanii Salaatuu Qabdan Jedhee Kan Joollee Tumamten Dubbatin Dhiiga Dhiisanii Garee Takka Deeggaranii Takka Ukkaamsun Jiraachuu Achirraa Nugahee Jira
Galtanii_Nushoorarkeessuu Kanarraa Nurraa Dhaabbadhaa

15/07/2022

Assalamu'aleykum Warahmatullahi Wabarakatuhu
Obboleyyan Muslimaa martinuu guyyaa Alhada 10/11/2014 kana akka Godina Harargee Lixaatti Muhaadaraa waan qabnuuf namuu xiqqaa guddaan dhiiraa dubartin akka irratti hirmaattan afeerraa isinii goona
Iddoon:-Dirree Istadiyamii Magaalaa Galamsootti

08/07/2022
Yakka garee wahabiiyyaa ofiin jedhu  Habroo Araddaa Booraa tti hojjette Ijoollee darasaa Majlisa Sh.Taajuu irratti hojje...
30/06/2022

Yakka garee wahabiiyyaa ofiin jedhu Habroo Araddaa Booraa tti hojjette Ijoollee darasaa Majlisa Sh.Taajuu irratti hojjettef seeran gaafatamuu qaban.

05/06/2022

Mashallah Jimmaa

27/05/2022

Filmaanni sharaton bakka nu hin bu'u
Muftiin duree keenya

Address

Gelemso

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana maree Ahlusunnaa wal jamaa'a Aanaa Habroo fi Magaalaa Galamsoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share