Rev Bedasa Gude

Rev Bedasa Gude Hojii Waaqayyoo, isa jedhu irratii waan tokko tokka waliin ilalla.

26/10/2022

Hojii Waqayyoo
Yoh. 9:4
Waaqayyo nama hojiidhaaf uume. Um. 2:15
seenaan kun Wangeela Yohannis kessatti qofatti argama.
- Hojiin Waaqayyoo dinqisiissadha.Ho.E. 2:11; Far.111.
- " " kesssatti guddatu. 1Sam.2:21
- Bara K.M hojiin Waaqayyoofi hojiin Mootii waliin hojjetamaa ture.1Sen.26:30-32
- Hojiin amantootati kename kami iyyuu hojii Waaqayyootti. Akka barnoota keenya "wanti haaraan hin jiru" mata duree jedhu irratti barannee ture, hojii hundumaa Waaqayyo akka jalqabsiseefi keessa jiru hin dagannu jedheen yaada.
1. tokkummaa. Far.133:1-3; Lala. 4:9-12, Ho. 4:32-35"
2. Injiineriingii, Um.6:14-16; Ba'u.35:30-35, 26:1-14
3. Qonna, Isa.28:23-26
4. Fayyaa, Kes.23:12-14
5. Bulchiinsa, Ba'u.18:13-23, 21:1-11
6. Seera, Ba'u.23:1-8, 21:12-36, 22:1, 22:33-36, 22:5-15, 23:1-9, 30:11-16, Lak. 1:1-46, Kes.1:19-33, 16:18-30, 20:1-20,
7. Barnoota, Kes.6:7;Fak.22:6
8. Keemistirii. Ba'u. 30-22-30
9. Qusannoo, (Baankii). Fak. 13:11
10. Gi'ograafii. Iyyo. 26:7. Waaqayyo golee gara bitaa lafa duwwaa irra in diriirse, biyya lafaa immoo homtuu utuu jala hin jiraatin in rarraase.
Macaafa Iyoob 26:7
* Kanaaf namni hojii hojjetu akka waan Waaqayyoof hojjetuutti ilaaluufi hojjechuu qaba. Lal.9:10; Qol. 3:17,23; 1Tas.4:10-12
* Yoo akkasiiti hojjete itti gammaduu danda'a. Lal
5:18-20;Far. 128:2
* Namni hojjechuu hin jaalanne hin nyaatiin jedhameera. 2Tas. 3:8-10
- Hojiin bakka lamatti qoodama
1. Hojii gaarii, seera waaqayyoo tiif abbomamuun fedha isaa raawwachuudha. Mat. 5:16;Yoh.4:34, 6:28-29, 8:39,10:32, 14:12
2. Hojii hamaan, Waaqayyoofi Nama yakkuudha. Far.141:4, 101:7; Mik.2:1; Rom. 13:12;Qol. 1:21-22. Kun immoo abboommii Seexannaa raawwchuudha.
* Hojiin Waaqayyoo Amanuu irraa jalqaba.Yoh.6:28
Hojiin Waaqayyoo
1. Buunyaadhaan ( irreedhaan ) hin hojjetamu. Ba'u.2:11-12
2. Ibidda bakkee biraa irraa dhufeen hin hojjetamu. Lew.10:1-2
3. Gungummiidhaan hin hojjetamu. Lak. 11:1
4. Sobaan hin hoj

09/10/2022

Saamu'el immoo, “Dhugumaan Waaqayyo
nama dubbii isaa dhaga'ee abboomamutti akka gammadu,
qalma gubamuu fi aarsaatti in gammadaa ree?
Kunoo, abboomamuun aarsaa irra caala;
dhaggeeffachuunis moora korbeessa hoolaa
dhi'eessuu irra in wayya; ”
1 Saamu'el 15:22

Kanaan waggaa shanan kana Sagalee Waaqayyoo keessaa Aster 8:15...... isa jiru post goheen ture, kunoo ta'aa jira. Yoo hu...
31/07/2022

Kanaan waggaa shanan kana Sagalee Waaqayyoo keessaa Aster 8:15...... isa jiru post goheen ture, kunoo ta'aa jira. Yoo hubachuu dadhabdan, ibsuu nan danda'a.

Kan akka Waaqayyoo hinjirru
27/07/2022

Kan akka Waaqayyoo hinjirru

27/07/2022

Kunoo, ani sii wajjinan jira, iddoo ati dhaqxu hundumaatti sin eega; biyya kanatti sin deebisa, waan ani sitti dubbadhe siifan raawwadha malee, si hin gatu!” jedhe. *

27/07/2022

“"Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!”
— Yoh. 3:16

Address

Ejajji
Ejaji

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Rev Bedasa Gude posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share