WWWMY M/Sagadaa Beetel Qaaqee.

WWWMY M/Sagadaa Beetel Qaaqee. God is Good

WWWBMY Qaaqee argamni ishee godina Qellem Wallaggaa Aanaa Daallee waabaraatti argama.Ergamni ishee wangeela kiristoos wa...
25/12/2025

WWWBMY Qaaqee argamni ishee godina Qellem Wallaggaa Aanaa Daallee waabaraatti argama.
Ergamni ishee wangeela kiristoos warra hindhageenyeen gahuu; hojii diyaaqooniyaa irratti xiyyeeffannaan hojjechuu; kallattii hundaan amantoota dubbii sagalee waaqayyoon tajaajiluu; hojii misoomaa hawaasa keenya fayyadu keessatti adda durummaan hirmaachuun dhalootaaf fakkeenya ta'uu
Walumaagalatti dhaloota mootummaa waaqayyoof qopheessuudha.
Eebifama

Irra hin hafiina jaalala keessan Mullisa kotta jennera qaqee bor 2:00 irra kaasee daboo Gamoo walda beetel makaana yesuu...
25/12/2025

Irra hin hafiina jaalala keessan Mullisa kotta jennera qaqee bor 2:00 irra kaasee daboo Gamoo walda beetel makaana yesuus qaaqe tti wal agarra

Address

Buraayyuu
Dire
BURAAYYU

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WWWMY M/Sagadaa Beetel Qaaqee. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share