Neshat Bekri

Neshat Bekri مركز النشاط للدعوة والتعليم

Alhamdulillaah oolmayni kaleessaa akkana ture.
21/02/2023

Alhamdulillaah oolmayni kaleessaa akkana ture.

15/02/2023
أيها الأحباب:قولوا ماشاء الله تبارك الله!!!
15/02/2023

أيها الأحباب:قولوا ماشاء الله تبارك الله!!!

لبيك اللهم لبيك لبيك لا شريك لك لبيك اللهم اغفر لنا ذنوبنا يا رب العالمين.
14/02/2023

لبيك اللهم لبيك لبيك لا شريك لك لبيك اللهم اغفر لنا ذنوبنا يا رب العالمين.

لبيك اللهم لبيك لبيك لا شريك لك لبيك اللهم اغفر لنا ذنوبنا.
14/02/2023

لبيك اللهم لبيك لبيك لا شريك لك لبيك اللهم اغفر لنا ذنوبنا.

لبيك اللهم لبيك لبيك لا شريك لك لبيك.
11/02/2023

لبيك اللهم لبيك لبيك لا شريك لك لبيك.

09/02/2023

Oduu simbirtuu:

Jijjiirra guyya sagantaa

Miseensonni koree Faawundeeshinii Sheikh Adam Tuulaa Dire-Dawa sagantaa galii walitti qabuu Istaadiyeemii Dire dawaatti gaggeeffamuuf karoorri qabame marii bal’aa taasisaniin sagantaa galii walii qabamu guyyaa gurraandhala , 05/2015 ture gara guyyaa gurraandhala ,sanbata /sabtii 11/2015 jijjiiramuun isaa kabajaan isin hubachiifna.

Miseensonni boordii faawundeeshinichaa ummanni magaalaa Dire dhawa hundaa naanno isi akkasuma magaaloota akka chiro hanga baabbilee , burqaa hanga jaarso jiraattan dinqisiifattoonni Sheikh Adam Tuulaa Istaadiyeemii Dire dhawaatti akka nu waliin arkamtan kabajaan isin affeerra.

Boordi Faawundeeshinii Sheikh Adam Tuulaa.

يَا أَيُّهَا النَّاسُ اتَّقُوا رَبَّكُمْ إِنَّ زَلْزَلَةَ السَّاعَةِ شَيْءٌ عَظِيمٌ
09/02/2023

يَا أَيُّهَا النَّاسُ اتَّقُوا رَبَّكُمْ إِنَّ زَلْزَلَةَ السَّاعَةِ شَيْءٌ عَظِيمٌ

Address

Legahare
Dire Dawa
00000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Neshat Bekri posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Neshat Bekri:

Shortcuts

Share