11/09/2026
Sagantaa waaqeffannaa jijjiirraa waggaa sababeeffachuun kan qophaa'e yoo ta'u akkasumas, kadhannaa fi gargaarsi dhukkubsattoofaf godhameera.
Waaqayyo inni bara 2018 dabarsee 2019tiin nu gahe ha galatoomu
Baga bacaqii gannaa dabartanii Booqaa birraa nagaan geessan.
Barri 2019 kan nagaa, kan milkii isiniif haa ta'u.