Riqicha dhalootaa

Riqicha dhalootaa Deemsi itti fufa--------------,
Aabboo waaqii irree teenna!

  πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
19/07/2026

πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™

Kakuu HaaraaWangeela Maatewos – Maatewos (Dh.K.B ~50–60)Wangeela Maarqos – Maarqos (Dh.K.B ~50–60)Wangeela Luqaas – Luqa...
08/07/2026

Kakuu Haaraa
Wangeela Maatewos – Maatewos (Dh.K.B ~50–60)
Wangeela Maarqos – Maarqos (Dh.K.B ~50–60)
Wangeela Luqaas – Luqaas (Dh.K.B ~60–62)
Wangeela Yohannis – Yohannis (Dh.K.B ~85–95)
Hojii Ergamootaa – Luqaas (Dh.K.B ~62–64)
Gara Warra Roomaa – Phaawulos (Dh.K.B ~57)
1 Gara Warra Qorontos – Phaawulos (Dh.K.B ~55)
2 Gara Warra Qorontos – Phaawulos (Dh.K.B ~55)
Gara Warra Galaatiyaa – Phaawulos (Dh.K.B ~48)
Gara Warra Efesoon – Phaawulos (Dh.K.B ~60–62)
Gara Warra Filiphisiyus – Phaawulos (Dh.K.B ~60–62)
Gara Warra Qolosaayis – Phaawulos (Dh.K.B ~60–62)
1 Gara Warra Tasaloniiqee – Phaawulos (Dh.K.B ~51)
2 Gara Warra Tasaloniiqee – Phaawulos (Dh.K.B ~51)
1 Gara Ximotewos – Phaawulos (Dh.K.B ~62–64)
2 Gara Ximotewos – Phaawulos (Dh.K.B ~66–67)
Gara Tiitoos – Phaawulos (Dh.K.B ~62–64)
Gara Filemon – Phaawulos (Dh.K.B ~60–62)
Gara Ibrootaa – Phaawulos / Hin beekamu (Dh.K.B ~60–69)
Ergaa Yaaqoob – Yaaqoob (Dh.K.B ~45–49)
1 Ergaa Phexros – Phexros (Dh.K.B ~60–64)
2 Ergaa Phexros – Phexros (Dh.K.B ~65–68)
1 Ergaa Yohannis – Yohannis (Dh.K.B ~85–95)
2 Ergaa Yohannis – Yohannis (Dh.K.B ~85–95)
3 Ergaa Yohannis – Yohannis (Dh.K.B ~85–95)
Ergaa Yihudaa – Yihudaa (Dh.K.B ~65–75)
Mul'ata Yohannis – Yohannis (Dh.K.B ~95)

24/04/2026

πŸ‘‰YEESSOON GOOFTAADHA!

β€Žβ€Žβ€Ž πŸ™ πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™β€ŽGodina boorana bahaa Aanaa Waacillee ganda murqootti guyyaa 13-15/6/2018ti  Sagantaan jajjabeessaa garee   Ma...
22/02/2026

β€Ž

β€Ž
β€Ž πŸ™
πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™

β€ŽGodina boorana bahaa Aanaa Waacillee ganda murqootti guyyaa 13-15/6/2018ti Sagantaan jajjabeessaa garee Mana Kadhaa Murqootti taasifame irratti waaqii guddoo nu qarqaare.
β€Ž
β€Ž guddoo harka gargaarsa isaa diriirsee karoora nyaapaa diige.
β€ŽQarqaarsii isaa muummee hin qabuπŸ™
β€Ž nu qarqaareef galatii guddaan ha ta'uutiπŸ™
β€Ž
β€Ž !
β€Ž
β€Ž !
β€Ž
β€Ž !
β€Ž
β€Ž !
β€Ž
β€Ž _fufa--------------
β€Ž

ODUU_GURRA_DANSAA! πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™βˆšGodina Boorana baha Aanaa Waacillee Ganda qaqalloof naannawwan isaattii, Deemsa wengeelaa guyyaa...
28/12/2025

ODUU_GURRA_DANSAA!
πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
√Godina Boorana baha Aanaa Waacillee Ganda qaqalloof naannawwan isaattii, Deemsa wengeelaa guyyaa 16-19 12/4/2018 ti folloshiipii Aanaa Areerootiin ba'ame irratti qarqaarsii Waaqa muummee hin qabuu.

πŸ‘‰Wengellii Guddoo lallabame. Waaqii Seexana ilaaf gurra odhee Mootummaa dukkana dhippise. Lubbuun baayyee hidhaansa seexanaa jala bilisa bahe. akka indhidhiitanneetti, dhidhiitameera afuurii amaan!

πŸ‘‰Waaqa Mootummaa dukkana onse maqaan isa Eebbifamu
Lubbuun hedduun gara mootummaa waaqatti deebite!
√Lafa sun keessatti waaqii waan jajjabdu hojjattee ilaan nu garsiisse!
dhaga'ee 721
dhugeeffate 51
araaran deebi'e 16
galatii lubbuun 67 gara mootummaa waaqatti deebite! Galata isaati!

√Lubbuun duraan dhugeeffate mana manatti jajjabeeffamte muummee hin qabdu!
√Waaqaa waan kana cufaa hojjatee galatii barabaraan isaaf haa ta'uu!

!
!
!

24/12/2025
ODUU_GURRA_DANSAA! πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™βˆšGodina Boorana baha Aanaa Areeroo Gandaa fuuldowwaa, Reera Akka Haro-Koonituu, kookkisoo fi naan...
21/12/2025

ODUU_GURRA_DANSAA!
πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
√Godina Boorana baha Aanaa Areeroo Gandaa fuuldowwaa, Reera Akka Haro-Koonituu, kookkisoo fi naannowwan isaa lafa Akka ganda qaawwaatti, Deemsa wengeelaa guyyaa 9-12/4/2018 ti ba'ame irratti Guddoo Waaqii nu qarqaare.

πŸ‘‰Wengellii Guddoo lallabame. Waaqii Seexana ilaaf gurra odhee nu qarqaare.lubbuun baayyee hidhaansa seexanaa jala bilisa baateera.akka indhidhiitanneetti, dhidhiitameera afuurii amaan!

πŸ‘‰Waaqa Mootummaa dukkana onse maqaan isa Eebbifamu
lubbuun hedduun gara mootummaa waaqatti deebite!
√Lafa sun keessatti waaqii waan jajjabdu hojjattee ilaan nu garsiisse!
dhaga'ee 183
dhugeeffate 18
araaran deebi'e 13
galatii lubbuun 31 gara mootummaa waaqatti deebite! Galata isaati!

√Lubbuun duraan dhugeeffate mana manatti jajjabeeffamte muummee hin qabdu!
√Waaqaa waan kana cufaa hojjatee galatii barabaraan isaaf haa ta'uu!

!
!
!

Address

Areeroo
Borena

Telephone

+251916818063

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Riqicha dhalootaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share