Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Aanaa Bookee

  • Home
  • Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Aanaa Bookee

Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Aanaa Bookee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Aanaa Bookee, Religious organisation, .

Bulchiinsaa Magaalaa Bookee GuddooKabajaa Ayyaana Eeida Arafaa kan bara 2018.
27/05/2026

Bulchiinsaa Magaalaa Bookee Guddoo
Kabajaa Ayyaana Eeida Arafaa kan bara 2018.

Salaata Iida Al Adha (Arafaa) Bara 1447HC magaalaa Booke Xiqqo tti
27/05/2026

Salaata Iida Al Adha (Arafaa) Bara 1447HC
magaalaa Booke Xiqqo tti

12/05/2026

🕌🌟 ODUU GAMMACHIISAA | BEEKSISA RASMII 🌟🕌

Kabajamtootaa, jaalatamtootaa fi hawaasa keenya hundaaf!
Assalaamu Alaykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh hundatti isin haa ga’u.

🕌 KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA AANAA BOOKEE
(Boke Woreda Muslim Youth Council – BMYC)

🌟 ODUU GAMMACHIISAA 🌟

✅ Galmeen miseensummaa karaa online fi ammayyaatiin Portal EMYC irratti banamee jira.

✅ Warqaan Eenyummaa Miseensummaa (Digital ID Card) karaa salphaa, saffisaa fi ammayyaatiin kennamaa jira.

✅ Miseensonni keenya yeroo barbaadanitti odeeffannoo isaanii ilaaluu fi wal qunnamuu danda’u.

✅ Dargaggoonni keenya keessatti hirmaannaa fi walitti dhufeenyi isaanii akka cimu carraan bal’aan uumamee jira.

🔗 LINK GALMEE MISEENSAA
👉 membership.emyc.et

📌 Link kana fayyadamuun yeroo gabaabaa keessatti galmaa’uun miseensa kaawunsilichaa ta’uu dandeessu.

📲 Galmaa’uun booda:

✔️ Warqaa eenyummaa digital argattu

✔️ Odeeffannoo yeroo yerootti argattu

✔️ Sagantaalee adda addaa keessatti hirmaattu

✔️ Tokkummaa fi obbolummaa cimsitu

📢 KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA AANAA BOOKEE (BMYC)

✨ “Tokkummaan humna keenya, dargaggoonni immoo abdii ummata keenyaati.” ✨

10/05/2026
09/05/2026
09/05/2026

Mirgaa fi dirqama namoota miseensummaa kaawunsilii dargaggoota muslimaa itiyoophiyaa mirkaneeffatanii.

⛳️Miseensonni miseensummaa jaraa mirkaneeffatan faayidaa/mirga armaan gadii ni argatu.
👉🏽Sochiilee EMYC sadarkaa hunda irratti hirmaachuu.
👉🏽kaawunsilichaan waan wal qambate Odeeffannoo argachuu, yaada kennuu fi deeggarsa barbaachisaa ta’e haala barbaachisummaa isaatiin gaafachuu.
👉🏽Leenjiilee garaagaraa, carraa hojii uumamanu fi carraawwan barnoota biyya alaa kallattii kaawunsilii kanaan dhufu keessatti dursa argachuu.
👉🏽Mana kitaabaa dijitaalaa bilisaa fi tajaajila barnoota toora intarnetii garaagaraa kan kaawunsilichaan deeggaramuu argachuu.
👉🏽waraqoolee ragaa garaagaraa argachuu.
👉🏽kaawunsiliiwwan damee ta’anii dhiheenya jaraatti argamanu waliin hojjechuu fi deeggarsa hatattamaa barbaachisaa ta’e argachuu.

⛳️Miseensonni miseensummaa jaraa mirkaneeffatan dirqamoota armaan gadii ni qabaatu.
👉🏽seeraa fi heera kaawunsilichaa kabajuu.
👉🏽kaffaltii miseensummaa yeroon kaffaluu.
👉🏽wal ga’iilee fi hirmaannaa kaawunsilichi jararraa barbaadu irratti dammaqinaan hirmaachuu.
👉🏽ergamoota kaawunsilichaa milkeessuu keessatti shoora ofii dammaqinaan bahachuu

Jimma Muslim youth Council
Ethiopian Muslim Youth Council
Oromia Muslim Youth Council
Jimma Muslim youth Council
Engr Abdulhalim Arabu

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Aanaa Bookee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship?

Share