Gadisa Reta Official

Gadisa Reta Official ......wangeela yoon lallabuu dhaabaadhe garuu, anaaf wayyoo!
1 Qorontos 9:16

16/09/2026

Nagaan Bulaa

16/09/2026

Kamiisaa borii
Sa'aatii 8 asitii
Balballii Milkaa'ina
haaraan tokko siif banamee sihaa gammachisu

Anaaf nama Waaqayyo jechuun 1 nama kanaadha πŸ™πŸ₯°   Luba kana nama meeqatu beeka?Daandii Wangeelaa Ministry jabaadha luba k...
16/09/2026

Anaaf nama Waaqayyo jechuun 1 nama kanaadha πŸ™πŸ₯°
Luba kana nama meeqatu beeka?
Daandii Wangeelaa Ministry jabaadha luba keenya!
godha bira naa ga'a!

16/09/2026

Warri al tokko barabaraan fayyineerra jedhanii qalbii geddarannaan hin barbaachisu jedhan;al tokkoyyuu hin fayyine.
πŸ™

16/09/2026

"Hundeeffamni Waldaa Kiristaanaa Pheexiroos irratti moo Kiristoos irratti"?

16/09/2026

πŸ€·β€β™€οΈ

Wanumaa eegaa jirtu sanatti xumura isaa dhaga'iπŸ‘

16/09/2026

Hin sodaatiin
isa miilana kanatti
sumatu milkaa'a πŸ–πŸ–βœ…οΈ

16/09/2026

Utuu hin rafin
"Araara Waaqayyo"
jedhi barreessii ✍️guyya bor kaaftee milkaa'ina guddaa tokko argatta πŸ“– ✝️

16/09/2026

Saree qabuuf foon fayyadami
Dubara qabuuf qarshii fayyadami
Dhiira qabuuf durba fayyadami

16/09/2026

Markaba Yesuus keessa hin ba'iin balaa Baay'ee ittiin oolta πŸ™

Address

Bako

Telephone

+251911004193

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gadisa Reta Official posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share