Focus hawassa University

Focus hawassa University Kun fuul-barruu 'FOCUS Hawassa University' dha. He who has son has life! https://t.me/wehavegotson

2 days left🎉🎉Graduates Get Together👉👉 Waldaa guutuu wangeelaa SansuusiTime 👉👉 7:00-11:00 L.TN.B Barattoonni amma mooraa ...
14/08/2026

2 days left🎉🎉

Graduates Get Together

👉👉 Waldaa guutuu wangeelaa Sansuusi
Time 👉👉 7:00-11:00 L.T

N.B Barattoonni amma mooraa keessaa barachaa jirtan hundinuus affeeramtaniittu 🙌🏽🙌🏽

3 days left🎉🎉Graduates Get Together👉👉 Waldaa guutuu wangeelaa SansuusiTime 👉👉 7:00-11:00 L.TN.B. Baratoonni amma mooraa ...
13/08/2026

3 days left🎉🎉

Graduates Get Together

👉👉 Waldaa guutuu wangeelaa Sansuusi
Time 👉👉 7:00-11:00 L.T

N.B. Baratoonni amma mooraa keessaa barachaa jirtan hundinuus afeeramtaniittu, kottaa hirmaadhaa🙌🏽🙌🏽

 ⏳Gaafa guyyaa 👉👉10.12.2018                                     August 16, 2026📍Location: Guutuu wangeelaa Saansuusi🙌🏽🙌🏽...
12/08/2026



⏳Gaafa guyyaa 👉👉10.12.2018
August 16, 2026
📍Location: Guutuu wangeelaa Saansuusi🙌🏽🙌🏽

Focus hawassa University
Please share it 🙏😊

📢 GRADUATES GET-TOGETHER PROGRAM “Ilaa, obboloonni walii wajjin jiraachuun, attam gaarii dha, attam namatti tolas!”  — F...
06/08/2026

📢 GRADUATES GET-TOGETHER PROGRAM


Ilaa, obboloonni walii wajjin jiraachuun, attam gaarii dha, attam namatti tolas!”
— Far. 133:1

🤝Nagaa fi ayyaanni Gooftaa hunda keenyaaf haa baayyatu. Akkam nagaa jirtuu, maatii FOCUS-HU?

🔹️Yeroon nuti hawwii guddadhaan eega turree kunoo ga'eera. Sagantaan _together_Program kana bara kanaa bifa addaan mata duree "OBBOLUMMAA" jedhuun qophaa'ee hunduma keenya eegaa jira.

🔸️Egaa sagantaa kana irratti yeroo keenya mijeeffannee argamuun walii wajjin Gooftaa keenya haa waaqeffannu akkasumas jaalalaa fi tokkummaa durii sana haa yaadannu.

🛡️ Guyyaan sagantaa keenyaa gaafa 10/12/2018 yoo ta'u bakkasaa kan isin beeksifnu ta'a.

Ayyaanni isiniif haa baay'atu!

Guyyaa 1 qofaatu hafe!😍Obboloonni deemuuf qophooftanii jirtan guyyaa Kamisaa tokkummaadhaan waan deemamuuf ( namootni hi...
19/03/2026

Guyyaa 1 qofaatu hafe!😍
Obboloonni deemuuf qophooftanii jirtan guyyaa Kamisaa tokkummaadhaan waan deemamuuf ( namootni hin mijanneef Jimaatas deemuu ni danda'u)
Gaaffilee qabdan kamiifuu lakkofsota bilbilaa armaan gadii irratti bilbiluudhaan gaafachuu dandeessuu,
0930578852....Yared
0966414792....Zakariyas
0934377125....Amanu'el
0911862703....Eba

 “Obboloota isaa hundumaas dhudhungatee isaanitti marmee in boo'e; obboloonni isaas kana booddee isaa wajjin in haasa'an...
16/03/2026



“Obboloota isaa hundumaas dhudhungatee isaanitti marmee in boo'e; obboloonni isaas kana booddee isaa wajjin in haasa'an.”
— Uma. 45:15

We're almost there!
✨✨Few days left✨✨

GRADUATES GET TOGETHER!

⚠️⚠️Don't miss it ⚠️⚠️

 ✨“Obboloota isaa hundumaas dhudhungatee isaanitti marmee in boo'e; obboloonni isaas kana booddee isaa wajjin in haasa'a...
27/02/2026



“Obboloota isaa hundumaas dhudhungatee isaanitti marmee in boo'e; obboloonni isaas kana booddee isaa wajjin in haasa'an.”
— Uma. 45:15

Something big and gracious is coming!✨✨

GRADUATES GET TOGETHER
👉At Hawassa
Few weeks left....
Coming soon

Focus hawassa University

10/01/2026



3 Caaffanni qulqullaa'aan, "Namni maqaa gooftaa waammatu hundinuu in oola" in jedha.
14 Namoonni immoo, nama itti hin amanne attamitti waammatu ree? Attamittis nama waa'ee isaa dhaga'anii hin beeknetti amanu ree? Namni utuu isaanitti hin lallabin, attamitti waa'ee isaa dhaga'u ree?
15 Namoonni yoo ergaman malee, attamitti lallabu ree? "Warri oduu gaarii fidanii dhufan maal maal nama gammachiisu!" kan jedhu illee caafameera.
Gara Warra Roomaa 10:13-15

Nagaan isiniif haa baayyatu jaallatamoo maatii 'FOCUS HU'😍😍Hawwii guddaan kan eeggannu guyyaan nuti deemnee itti wangeela lallabnu dhiyaateera sababa taheef karaa hundumaa waaqayyo akka nu gargaaruuf kadhadhaa! wal jajjabeessas.

Obbolootni lafa garagaraa jirtanis, hojii kana karaa dandeessaniin nuwaliin akka hojjettan, tumsa akka gootanis jaalala Waaqayyoon waamicha isiniif goona!!

Warri deeggarsa hojii kanaatti hirmaachuu barbaaddan lakkoofsa kanaan nu quunnamaa +251986252211

1000735284561 FOCUS HAWASSA UNIVERSITY MAIN CAMPUS

Eebbifamaa🙌🏽🙌🏽
Focus hawassa University

Address

@Hawassa Bethel Mekane Yesus Church
Awassa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Focus hawassa University posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Focus hawassa University:

Shortcuts

Share