Assosa University FOCUS Ministry -Asufm

Assosa University FOCUS Ministry -Asufm # . Hojii wangeelaa qofaaf kan qopha'ee.

“Nuyi hojii harka isaatii ti, hojii gaarii isa Waaqayyo duraan dursee qopheesse keessa akka deddebinuuf karaa Kristos Ye...
09/12/2023

“Nuyi hojii harka isaatii ti, hojii gaarii isa Waaqayyo duraan dursee qopheesse keessa akka deddebinuuf karaa Kristos Yesus uumamne.”
— Efe. 2:10
# waaqaayyo gaafa nu uumu itti yaade
akka isaa ta'uutti nu uumee malee
akka ofii keenyaf taanutti nu hin uumne.

ulfaata nuy keessa jirruu hojii waaqayyo hojjachisuu nu hin dhorku.
# Kootta wajjin taane ammas hojii waaqayyo ni hojjanna!
ASU FOCUS MINISTRY 🙏

16/04/2023

waaqayyoo haa ulfaatu ayyaana isaatin baay'isee nu gargaree🙏🙏

Jaal'atamtootaa fi kabajamtoota Maatii Waaqayyoo nagaa fi araarri karaa isa ittiin jaal'atamne Yesuus Kiristoos isiniif ...
28/03/2023

Jaal'atamtootaa fi kabajamtoota Maatii Waaqayyoo nagaa fi araarri karaa isa ittiin jaal'atamne Yesuus Kiristoos isiniif haa ta'u jechaa!

Focus ministirii damee Asoosaa yuunivarsitii Bitootessa 19, 2015
'Wel come' barattoota haaraa sababeeffachuun Nama Waaqayyoo Dr. Abdiisaa Abbabee waliin yeroo waaqeffaannaa fi Lallabaa Sagalee waaqayyoo;
ISA DUUNUUFIIF ISA JIRAANNUUFIIN YAADA WAAQAYYOO BEEKUU! HOE 13:16
1s/Baraa 29:26-28 Dabataanis Diraamaa mata dureen isaa DHIBAA'UMMAA jedhuun yeroo gaarii qabaanne! waaqayyo hunduma keenya haa eebbisu.Eebbifamaa please like, comment, share....

WE ARE FOCUSED,WE LIVE FOR GOD,AND WE REACH NATION!Tokkummaan barattoota kiristiyaanaa Oromoo Yuuniversiitii (Focus Mini...
24/03/2023

WE ARE FOCUSED,WE LIVE FOR GOD,AND WE REACH NATION!
Tokkummaan barattoota kiristiyaanaa Oromoo Yuuniversiitii (Focus Ministry)damee asoosaa afaan oromootiin Wangeela lallaba jira.barattoota bara kana remedial program barachuuf gara yuuniversiitii asoosaa dhufan sababeeffachuun sagantaa baga nagaan dhuftan(welcome) qopheesse gaafa guyyaa 19/07/2015 isin eeguutti jira.
guyyichatti 1.sagaalee waaqayyoo ni lallabama
2.waaqeffanna(wide worship)
3.walaloo fi koomeedi
4.artii/diraammadhan faayame isin eegaacha jira.
Kibxata sa'aa 2:00-5:30tti
bakki:karra moofaa gara bitatti
bilb.0962621424
0929467076
0912447606

Action teamCertified by supper powerfulGraceful May God bless youMegi Bekisho  Dajane Tasfaye  Please go on way blessing
04/08/2022

Action team
Certified by supper powerful
Graceful
May God bless you
Megi Bekisho Dajane Tasfaye
Please go on way blessing

Assosa University FOCUS MinistryAssosa University FOCUS Ministry -Asufm Graduation class some samples photos
02/08/2022

Assosa University FOCUS MinistryAssosa University FOCUS Ministry -Asufm Graduation class some samples photos

22/06/2022

Dhugicha in hubattu;dhugichi birmaduu isin in baasa.
Wan/yoh.8:32
Nagaa fi araarri waaqayyoo hunduma keessaniif haa baayyatu ijollee waaqayyoo.

Yeroodhaaf kan addaan citee ture qo'annaan macaafa qulqulluu (bible study ) n yeroo ammaa haala bareedaan akka eegaluuf qophii hundumaa xumurree jirra.jarraa ammaa kana keessatti isa hamaa sana afaan qabachiisuu kan nuti dandeenyu yoo dhugicha hubanne qofaadha. Kanaafuu barattoonni focus ministry damee asoosaa,akkasumas miseensa feeloo biraa kan taatan dhuftanii qo'achuu dandeessu.

kan inni eegalu gaafa guyyaa 18/10/2014 ti.kana jechuunis sanbata duraa saatii 8:00 irraa eegaluun kan itti fufu ta'a.
Kutaan qo'atamu macaafa roomaati.

Carraa kanatti fayyadamtaanii namnii kamuu akka irratti hirmaattan jaalala waaqayyoo keessa taanee isin beeksifna.

Geggeessitoota FM ASU irraati

Address

University
Asosa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Assosa University FOCUS Ministry -Asufm posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share