Arsi University Afan Oromo Fellowship

Arsi University Afan Oromo Fellowship Asela

Sorry 😞 😔 rip
09/04/2024

Sorry 😞 😔 rip

Ibsa Gaddaa

Yuunivarsiitii Arsiitti barattuu kollejjii Qonnaa Muummee Agribusiness and Value Chain Management kan turte Fatiyaa Mohammad Abbaagiddii du'aan addunyaa kana irraa boqatteetti.
Yuunivarisiitiin Arsii boqachuu barattuu Fatiya Moohammed Abbaagiddiitti gaddi cimaan kan itti dhagayame ta’uu ibsaa; maatii, firootaa fi hiriyoota maraaf jajjabina hawwa.

Yuunivarsiitii Arsii!

የሀዘን መግለጫ

የአርሲ ዩኒቨርሲቲ ግብርና አካባቢ ሳይንስ ኮሌጅ የ3ኛ አመት Agribusiness and Value Chain Managment ተማሪ የሆነችው ፈቲያ መሀመድ አባጊዲ ህልፈት የተሰማውን ጥልቅ ሀዘን እየገለፀ ለመላው ቤተሰብ ፣ዘመዶች እና ጓደኞች መፅናናትን ይመኛል።

Condolences Message

Arsi University is deeply saddened by the news of the passing of Fetiya Mohammed Abagidi, 3rd year Agribusiness and Value Chain Management student at College of Agriculture and Environmental Sciences.

The University extends its heartfelt condolences to her family, friends, classmates, instructors, and the loved ones.
May her soul rest in peace.

Arsi University!

Warra dhimmi isaa illaaluu maraaf
03/01/2024

Warra dhimmi isaa illaaluu maraaf

06/10/2023
06/10/2023

Baga Ayyaana Irreechaan Isin Gahe!

Ayyaana Gaarii!

06/10/2023

T his portal is designed to provide services for students, applicants, academic staff and for those who play management role at Addis Ababa University .

06/08/2023

Waqayyoon guyyaa gammachuun siif kennuutti akkanatti waqqessuu caala wanti nama gammachisuu jiru.

Baga gammaddan....

Address

Asella
Asela

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Arsi University Afan Oromo Fellowship posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share