Jam'aa Nuurul-Islaam

Jam'aa Nuurul-Islaam Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jam'aa Nuurul-Islaam, Religious organisation, Asebe Teferi.

عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رضي الله عنه قَالَ: قَالَ رَسُولُ اللَّهِ ﷺ:«انْظُرُوا إِلَى مَنْ هُوَ أَسْفَلُ مِنْكُمْ، وَلَا تَ...
09/06/2026

عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رضي الله عنه قَالَ: قَالَ رَسُولُ اللَّهِ ﷺ:
«انْظُرُوا إِلَى مَنْ هُوَ أَسْفَلُ مِنْكُمْ، وَلَا تَنْظُرُوا إِلَى مَنْ هُوَ فَوْقَكُمْ، فَهُوَ أَجْدَرُ أَنْ لَا تَزْدَرُوا نِعْمَةَ اللَّهِ عَلَيْكُمْ»
📚 Sahiha Muslim (2963)
Dhimma addunyaa kheeysatti nama isinii gad jiran ilaalaa. Nama isinii ol jiru hin laalinaa.sababnis nama isiinii gad jiru laaluun ni'imaa rabbiin isinirratti oole tuffachuu irraa isin eega.

28/05/2026
بِسْمِ اللهِ الرَّحْمٰنِ الرَّحِيْمِ iid Al-Adhaa bara 1447 sababeeffachuun Jam’aan shamarran Nuurul-Islaam yatiimoota k...
28/05/2026

بِسْمِ اللهِ الرَّحْمٰنِ الرَّحِيْمِ
iid Al-Adhaa bara 1447 sababeeffachuun Jam’aan shamarran Nuurul-Islaam yatiimoota keenyaaf gargaarsa foonii fi huccuu taasifame kana fakkata

Huccuu idda dura kanname isinirra turuu keenyaaf afwan 🙏
Foon arra kannamaa oolee

Namoonni dalagaan keyriin tun akka dalagamtee bakka geessuuf shoora taphattan marti keessanu Jazakumullahu keyran 🙏❤️

https://t.me/nurulisalampage

25/05/2026

🕋 Guyyaa Arafaa: amata keessaa guyyaa caalaadha akka nu jalaa hin dabarre!
Guyyaa kibxataa jechuunis boru guyyaa Arafaa, guyyaa Rabbi biratti haalaan kabajamaa fi caalaa ta’e keessaa isa tokko. Soomanni isaa dilii amata lamaa namaaf qulqulleessa kanaaf carraa guddaa dha. Garuu mindaa keenya dabaluuf hojiiwwan gaarii kana haa baay’ifnu:
📿 Zikrii baay’isuu:
“لا إله إلا الله وحده لا شريك له، له الملك وله الحمد وهو على كل شيء قدير”
jechuun Rabbii keenya haa faarsinu.
🤲 Du’aa'ii baay’isuu:
Du’aa'iin guyyaa Arafaa keessaa du’aa'ii hunda caalaa dha. Ifii keenyaaf, maatii keenyaaf fi Ummata Islaamaa hundaaf qalbii guutuun haa kadhannu.
💰 Sadaqaa kennuu:
Guyyaa kabajamaa kana keessatti hojii gaariin hundi Rabbi biratti haalaan jaalatamaa dha. Kanaaf waan dandeenyu haa sadaqannu.
🔄 Namoota biraas yaadachiisuu:
“Namni waan gaarii irratti nama qajeelche akka nama isa hojjeteetti mindeeffama.” Kanaaf ergaa kana waliif qooduun sababaa kheeyrii haa taanu.
📖 Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan:
“Soomanni guyyaa Arafaa dilii waggaa dabree fi waggaa dhufuu namarraa haqa.”
📚 Sahih Muslim

As wr wb 🙌😍nagayni rabbii bakka jirtaniti isinirra ha jiraatu Yamicha islaama kaddamuEega akkuma baratametti shamarran k...
24/05/2026

As wr wb 🙌😍

nagayni rabbii bakka jirtaniti isinirra ha jiraatu

Yamicha islaama kaddamu

Eega akkuma baratametti shamarran keenya kan magaalaa ciroo yaroo iida lamaanu ummata isalaama kaddamuun beekkaman
Ammallee iida arafa sababeeffachuun marii balla guyyaa idaatin wal qabatu waan qabnuuf achumaanis kadimtoota(korewwan) waan filluuf namuu akkan hafne kabajaa fi jaalalan isin afeerra

Guyyaa boruu jachuunis isniina
Masjiidu nuuritti
Sa'aa 9:00 irratti wal ha garru

https://t.me/nurulisalampage

Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatu 🤗Guyyoota hedduu jiran keessaa guyyaan guyyaa caalu kan jalqabu isniina b...
17/05/2026

Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatu 🤗

Guyyoota hedduu jiran keessaa guyyaan guyyaa caalu kan jalqabu isniina booruuti .Guyyoota kana keessatti hojii gaggaarii hojjatuun haalaan jaalatamaadha. Hojii gaggaarii haa baayyifnu Soomanuu,Sadaqaa kennuu,Qur'aana qara'uu , kheyritti ajajuu, hamtuurraa dhoorguu, firummaa fufsiisuu, rakkataa gargaaruu, dhukkubsataa gaafachuu, karaa rabbiirratti nama yaamuu walumaa galatti hojii kheyrii taate hunda hojjachuu... Rabbiin nuuf haa laaffisu

As wr wb🙌🥰Waliin taane yatiimaf waan iida ha binnuuf Idni dhihaate yatiimni mana duwwaa fi garaa duwwaa iida simatuu dee...
15/05/2026

As wr wb🙌🥰

Waliin taane yatiimaf waan iida ha binnuuf

Idni dhihaate yatiimni mana duwwaa fi garaa duwwaa iida simatuu deema ha dhaqabnuu🥺

Yatiimni amaana rasuulaati S,A,W tikeet surarrati armaan oli arkamu kana keessa ka danddeessu bitii cinaa dhabadhu🙏🥰

Kunno account teenya tan jirtu

Account Dubartootaa nuurul islaam

🌗CBE
1000646534608

🌗Coop
1000097561994

🌗hijra
1011543010001

🌗ebrri
+251953543222 daraartu abdullahi

As wr wb Alhamdulillaah  sagantaa  Muhadaraa teenya tan online kana fakkatti namoonni irratti hirmaattan martinuu Jazaku...
10/05/2026

As wr wb

Alhamdulillaah sagantaa Muhadaraa teenya tan online kana fakkatti namoonni irratti hirmaattan martinuu Jazakumullahu keyran Hedduu nuuf galatoomaa 🥰🙏

https://t.me/nurulisalampage

10/05/2026

meet.google.com/vre-aqzg-xgv

Address

Asebe Teferi
10000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jam'aa Nuurul-Islaam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share