Ta'ee-ture garuu International church

Ta'ee-ture garuu International church Ta'e ture

14/04/2026

Gara hojiitti deebinuu? Yaada keessan nuuf qooda.

Warri Najjoo haattootta isiniitti dhufaa jiran kana irraa ofeegadhaa Ayii melkaamuu senbataa shiishaa kee hoo akkam goot...
19/02/2025

Warri Najjoo haattootta isiniitti dhufaa jiran kana irraa ofeegadhaa
Ayii melkaamuu senbataa shiishaa kee hoo akkam goota?

18/01/2025

hadha warraa isaa hiike waliin dhooftuu prophet mame jedhee ofi moggaasee kun waldaan isaa kuttaa magalaa duukam kan ta'ee, hadha warraa isaa hadha ijoollee isaa hiikee jira.
Sababni hiikuu isaa.
1.ati istaayilii dubartoota bara kanaa hin qabdu
2.natti bareeduu dide
3.ijoollee duubayii jiran warra na gargarani fuudha ati hadha warra koo miti jechuun
Akkasumas biiroo waldaa isaa keessatti durboota waliin waan qabameef ta'uunsaa mirkana'eera

Namni Suuraa isaa argitan kun Bilisummaa Shibbiruu Jedhama yeroo darbe Kitaaba Ooshoo gara Afaan Oromootti hiikuudhaan g...
25/12/2024

Namni Suuraa isaa argitan kun Bilisummaa Shibbiruu Jedhama yeroo darbe Kitaaba Ooshoo gara Afaan Oromootti hiikuudhaan gabaarra Oolchee ture. Yeroo ammaa kanammoo hiriyoota isaa irraa Abdii kutachuun jireenyuma biyya lafaa kanarraas Abdii kutachuu isaa fuula fb isaan barreesse jira.

Ilaa yaa obboleessako hiriyaan biyya lafaa si gana,biyyi lafaas si ganti,beekumsiifi wanti biyya lafaa irraa kun hunduu si gana.
Adaraa obboleessako isa takkaa sin ganne jaalallisaa dhuma hin qabne, isa abdii guutuu namaaf kennu tti jireenyake kennadhu kottu gara .

Dhaamsako kana share gochuudhan qaqqabsiisa.
💥
Ta'ee 24

Obbo waasee takkaliny kottaa jenani maaliif didan
22/12/2024

Obbo waasee takkaliny kottaa jenani maaliif didan

Namittii Ejittuu  kana carraa keessaan gorsee deebbisuuf yaalii godhen ture.amma yoonatti hin dhufne guyyaa boriitii kaa...
21/12/2024

Namittii Ejittuu kana carraa keessaan gorsee deebbisuuf yaalii godhen ture.amma yoonatti hin dhufne guyyaa boriitii kaasee vidio s*x fi suuraa fi barreefaman kan dhobamu ta'aa

 ⛔️Ilaalaa hojii namoota tajaajilaa jedhamanii hojii dukkanaa laaqan kana!1.Far.   Dafarshaa (Laphee isaa qabatee isa ta...
21/12/2024


⛔️
Ilaalaa hojii namoota tajaajilaa jedhamanii hojii dukkanaa laaqan kana!
1.Far. Dafarshaa (Laphee isaa qabatee isa taa'u)
2. Raajii sobaa (Uffata suufii adii kan uffatee jiru)
3. Far. Mokonin (kan hafe)
🚫
✔️Jarri kun haadha manaa lama lama qabu
✔️Dhugaatii nama macheessu dhugu
✔️Waldaa dhaabna jedhanii namoota sobanii qarshii sassabatu.

⛔️
💉💊💉💊

Waamicha marsaa 2ffaa Amaas si eegaa jira carraa tokko qabda si maxxansuuf.dafii kottu
21/12/2024

Waamicha marsaa 2ffaa
Amaas si eegaa jira carraa tokko qabda si maxxansuuf.dafii kottu

  noolee     # bubbee #Obbo waasee takkaliny karaa keessaa isiin goorsuuf barbaadamtanii jirtu.dafaa kottaa
20/12/2024

noolee # bubbee #

Obbo waasee takkaliny karaa keessaa isiin goorsuuf barbaadamtanii jirtu.dafaa kottaa

14/12/2024

Namitii oftultuu kana mee ilaalaa amma egaa kun dibbata jedheettu bira ta'ee tiktok hojjeta.atii ji'a murasa boda akka prophet take buna danfista iddo barbaadadhu .maaliif hadha warraa hin qabu jetee ijoollee gowwomisitaa?

 😭😭Obboleettiin keenya Faarfattuun   gara gooftaa ishee deemteetti😭Altuukoo maal gochuu dandeenyakaa😭Via singer Solomon ...
03/12/2024

😭😭
Obboleettiin keenya Faarfattuun gara gooftaa ishee deemteetti😭
Altuukoo maal gochuu dandeenyakaa😭

Via singer Solomon Addunyaa

Address

Arerti
HJK

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ta'ee-ture garuu International church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share