Ambo University and Colleges Public Campus Ministry - aucpcm

  • Home
  • Ethiopia
  • Ambo
  • Ambo University and Colleges Public Campus Ministry - aucpcm

Ambo University and Colleges Public Campus Ministry - aucpcm This is Ambo Universty and collage's seventh-day Adventist PCM official page. Yaada Fi qeeqa yoo qabaattan karaa keessaa nu quunnamaa!

  Obboloonni keenya turtii   keessatti qabaachaa turtan keessatti gama barnoota keessaniin waaqayyo isin wajjin ta'ee ul...
31/07/2026


Obboloonni keenya turtii keessatti qabaachaa turtan keessatti gama barnoota keessaniin waaqayyo isin wajjin ta'ee ulfina isaaf akka dhaabattaniif isa sin taasiseef guddaa gammanneerra ''imalli keessan ayyaanaan ture, milkiin keessan immoo ulfina waaqayyooti '' Daraaraan keessan ija haa godhatu lafti onaa keessanis siniif haa margu,haa lalisu isin jallatamtootaafi kabajamtoota obboloota keenyadha gama tajaajila keessaniinis waaqayyoof dursa kennuun keessan akka waan hundaatti milkooftaniif sababa ta'eera akka Koree bara kanaatti turtii nu waliin qabaattaniif waaqayyo bara keessan guutummaa haa eebbisu kana caalaa milkaa'a ija dadhabbii keessaniis argadhaa Galatoomaa 🙏 '2026GC

Sagantaa Eebba Barattoota AUCPCM 2026 🎉"Imalli keenya ayyaanaan ture; milkin keenya ulfina Waaqayyooti." Kottaa amanamum...
22/07/2026

Sagantaa Eebba Barattoota AUCPCM 2026 🎉
"Imalli keenya ayyaanaan ture; milkin keenya ulfina Waaqayyooti."
Kottaa amanamummaa Waaqayyoo jireenya eebbifamtoota keenya keessatti mul'ate waliin haa kabajnu. Qajeelchaa, humna, fi eebba Waaqayyo isaanii guutummaa imala barnootaa isaanii keessatti isaaniif kenneef walumaan haa galateeffannu.
"Waaqayyo gaarii dha; kanaaf isa galateeffadhaa. Jaalalli isaa bara baraan in jiraata."
— Faarfannaa 107:1
📅 Guyyaa: 17–18 / 11 / 2018 A.L.I.
📍 Iddoo: Waldaa Adventistii Guyyaa Torbaffaa,G/ Galeessaa, Amboo
Kabaja kana nu wajjin qooddachuuf, Waaqayyoofis ulfina hunda kennuuf kabajaan affeeramtaniittu!

Sagantoolee keenya tamsaasa kallattiin karaa fuula FACEBOOK AUCPCM tiin hirmaachuu dandeessu🙏

“Beela'een ture, nyaata anaaf kennitaniittu; dheebodheen ture, 'dheebuu na baaftaniittu; orman ture, akka mana keessanii...
19/07/2026

“Beela'een ture, nyaata anaaf kennitaniittu; dheebodheen ture, 'dheebuu na baaftaniittu; orman ture, akka mana keessaniitti na simtaniittu.”
— Mat. 25:35

Waaqayyoof galanni ha tahu
Har'a WAG7ffaa magaalaa ambo keessa kan jiran mat. 25:35 Hojiitti jijjiiruu dandahaaniiru.
Nama 40 ol kan tahaaniif uffataa fi nyaata kennaniiru.
Gaggeessitoonni keenya,koreen tokkummaa waldoota keenyaa hojii gaariitti jirtu jabaadhaa.

Dinqii Addaati kun🤔Mana Amala sirreessaa Magaalaa Ambo keessatti Yaaliin fayyaa fi Lallabbiin wangeelaa torban sadiif tu...
12/07/2026

Dinqii Addaati kun🤔

Mana Amala sirreessaa Magaalaa Ambo keessatti Yaaliin fayyaa fi Lallabbiin wangeelaa torban sadiif turu yeroo jalqabaaf har'a jalqabeera.

Garee waaqayyoo eebbisee nuuf kenne Daani'eel kudha lama sadii waldoota magaalaa keenyaa dabalachuun hojii dinqii irra jiru.

Maarree sagantaan kun karaa keessummaa addaa Amos nama jedhamu keeniyaa irraa dhufeen kan darbu yoo tahu live karaa fuula miidiyaa hawaasaa Daani'el 12:3 darbaa waan jiruuf adaraa keessan share gochuun jajjabeessaa .Daniel Twelve Three Team Ethiopia
Yonata Ganfure
Ayinalem Dirbaba
Kun dinqii addaati😳

🔥😊Dencha Sanbata ‎lo''o Sanbata happy sabbath Sanbata gaarii‎መልካም ሰንበት ‎ሓጎስ ሰንበት🙏🙌
11/07/2026

🔥😊Dencha Sanbata
‎lo''o Sanbata
happy sabbath
Sanbata gaarii
‎መልካም ሰንበት
‎ሓጎስ ሰንበት🙏🙌

መልካም ሰንበት AUCPCM
19/06/2026

መልካም ሰንበት
AUCPCM

Address

Behind Red Cross Administration Bureau
Ambo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ambo University and Colleges Public Campus Ministry - aucpcm posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Ambo University and Colleges Public Campus Ministry - aucpcm:

Shortcuts

Share