EECMY AMBO Aleltu

EECMY AMBO Aleltu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from EECMY AMBO Aleltu, Evangelical church, Ambo.

SAGANTA ADDAA KARAA GURMUU SOOLOON NUF QOPHA'EE JIRA HUNDUMTI KEESSAN HIRMATTUU EEBBA KANAA TA'AA SININ JENNA     GUYYAA...
16/12/2025

SAGANTA ADDAA KARAA GURMUU SOOLOON NUF QOPHA'EE JIRA HUNDUMTI KEESSAN HIRMATTUU EEBBA KANAA TA'AA SININ JENNA

GUYYAA GUUTUU
Irraa Hin Hafamu

" GIINCII " Dhugaa ba'umsa wangeelaa Waldaa A.W.W.M.Y.ALALTUU AMBOO tiin Giincii fi naannoo isheeti taasifameen waaqayyo...
06/12/2025

" GIINCII "
Dhugaa ba'umsa wangeelaa Waldaa A.W.W.M.Y.ALALTUU AMBOO tiin Giincii fi naannoo isheeti taasifameen waaqayyo boojuu guddaa nuuf kennee jira. Waaqayyoof Isa abbaa hojii kanaa ta'eef galanni guddaan haa ta'u.

Mat. 28
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁸ Yesus immoo gara isaaniitti dhi'aatee, "Gooftummaan hundinuu waaqa irratti lafa irrattis anaaf kennameera.
¹⁹ Egaa dhaqaa, maqaa abbaatii fi ilmaatti, kan hafuura qulqulluuttis isaan cuuphuudhaan, saba hundumaa bartoota koo godhaa!

WORSHIP DAYSagantaa Addaa Karaa Gurmuu Worship Qophaa'e Far. 9¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹ Garaa koo guutuudhaan sin galateeffadha yaa Wa...
23/09/2025

WORSHIP DAY

Sagantaa Addaa Karaa Gurmuu Worship Qophaa'e

Far. 9
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Garaa koo guutuudhaan sin galateeffadha yaa Waaqayyo! Gocha dinqisiisaa ati goote hundumaas nan hima.
² Ani sitti nan gammada, nan burraaqas; maqaa kees faarfannaadhaan nan jajadha, yaa aabba!

12/09/2024
2Qor. 2¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹⁴ Waaqayyo isa yeroo hundumaa karaa Kristos akka warra mo'ee duulaa galuutti nu adeemsisuuf, Kristosin...
23/08/2024

2Qor. 2
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁴ Waaqayyo isa yeroo hundumaa karaa Kristos akka warra mo'ee duulaa galuutti nu adeemsisuuf, Kristosin beekuus akka foolii urgaa'uutti harka keenyaan iddoo hundumaan isa ga'uuf galanni haa ta'u.
¹⁵ Nuyi, warra karaa fayyinaa irra jiranii fi warra karaa badiisaa irra jiraniifis foolii Kristos isa Waaqayyotti urgaa'uu dha.

Mat. 28¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹⁸ Yesus immoo gara isaaniitti dhi'aatee, "Gooftummaan hundinuu waaqa irratti lafa irrattis anaaf kenna...
15/08/2024

Mat. 28
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁸ Yesus immoo gara isaaniitti dhi'aatee, "Gooftummaan hundinuu waaqa irratti lafa irrattis anaaf kennameera.
¹⁹ Egaa dhaqaa, maqaa abbaatii fi ilmaatti, kan hafuura qulqulluuttis isaan cuuphuudhaan, saba hundumaa bartoota koo godhaa!
²⁰ Waanan isin abboome hundumaa eeguu isaan barsiisaa! Kunoo, ani immoo hamma dhuma baraatti guyyaa hundumaa isinii wajjin nan jira" isaaniin jedhe.

“Ani wangeela ilma isaatii lallabuudhaan garaa koo guutuudhaan Waaqayyoof nan hojjedha; inni ani hojjedhuuf kunis yeroo ...
02/08/2024

“Ani wangeela ilma isaatii lallabuudhaan garaa koo guutuudhaan Waaqayyoof nan hojjedha; inni ani hojjedhuuf kunis yeroo hundumaa kadhata koo keessatti akkan isin yaadadhu in beeka.”
— Rom. 1:9

Address

Ambo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when EECMY AMBO Aleltu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share