Muletas Vision Ministry

Muletas Vision Ministry "Dhugaadhaf dhugaa ba'ufan dhaladhe." Yoh:18:37

WAAQAYYOO GAARIIDHA!GAARUMMAAN ISAA BARA BARAAN JIRAATA!
20/11/2022

WAAQAYYOO GAARIIDHA!
GAARUMMAAN ISAA BARA BARAAN JIRAATA!

08/04/2022

Good News—Book Release!

EECMY 17th Church Council decided that the book entitled “Bemnet Madeg/ Growing in Faith” to exclusively serve as a primary text (instructors Manual) of Confirmation Class in the Church. Currently, copies are available in Afan Oromo and Amharic. Translation to vernaculars is underway.

በ17ኛው የቤተ ክርስቲያኒቱ ካውስል ውሳኔ መሠረት "በእምነት ማደግ" የተሰኘው መጽሐፍ የቤተ ክርስቲያኒቱ ዋና የእምነት ማጽኛ ትምህርት ማስተማሪያ ሆኖ እንዲያገልግል ተወስኗል:: ለጊዜው በሁለት ቋንቋዎች ማለትም በአማርኛ እና በአፋን ኦሮሞ ስለታተመ ማህበራነ ምዕመናን በሲኖዶሶቻቸው በኩል ገዝተው እንዲጠቀሙ በጌታ ፍቅር እናሳስባለን፡፡

Akka murtoo kaawunsilii WWWMYI 17ffaa lakkoofsa murtoo kitaabni "Amantiitti Guddachuu jedhu akka kitaaba qofaa barnootni amantii cimsannaa ittiin barsiifamu akka ta’u murtaa’eera. Haaluma kanaan yeroof Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraan waan qophaa’eef waldootni amantootaa karaa dandaa’aniin akka bitanii itti fayyadaman jaalala gooftaan beeksifna.

05/02/2022
05/02/2022

KARAALEE 10'n SEEXANNI SI QABACHUUF SI HORDOFU BEEKUU QABDU.

Ergaa Guddoo of keessaa qabdi. Kanaaf anis isiniif qoode.

1. Galgala yeroo gara hirribaa dhaqxuu waaqayyoon galateeffachaa hin jirtu taanaan diinni kee si hordofaa jira.

2. Guyyaa guyyaan, torbaniin haa ta'u ji'ootaaf wangeela hin dubbisin turaa jirta taanaan seexanni si waliin daldala geggeessaa jira.

3. Waldaa keessa teessee bilbila kaafta, chaatii goota, whatsapp fayyadamta, suuraa of kaafta
( take selfie) taanaan seexanni lubbuu kee faana dhahaa jira.

4. Qu'annaa M.Q gochuu fi waaqayyoo wajjin turuuf yeroo kan dhabdu yoo ta'e seexanni harka walitti siif rukutaa jira.

5. Otuu macaafa qulqulluu dubbiftuu, kadhattuu bilbilli kee yeroo sagalee waamichaa dhageessisu, dubbisuu ykn kadhachuu dhiiftee bilbila haasa'uu itti fufta taanaan seexanni paartilee walitti siif qabaa jira.

6. Yeroo kadhattuu fi yeroo m. qulqulluu qu'attu bilbila harkatti qabattee waan "post" gooteef "comment" barreessita taanaan seexanni dibbee siif rukutaa jira, ati immoo otuu hin beekin sirbaa jirta.

7. Ganama akkuma dammaqxeen Fb fayyadamta, yeroo rafuuf jettu hojii kee xumuraa watsapp fayyadamuu godhatta taanaan seexanni naannoo kee bakka jireenyaa godhateera.

8. Yeroo ati Ayyaana Yesuus kaffaltii cubbuuf taasiseen kenne dagattu, keessaa baatu seexanni waldaa keessatti si duukaa jira ykn si hordofaa jira.

9. Yeroo ati waldaa keessatti, tajaajiltoota irratti mudaa lakkaa'uu jalqabdu seexanni isa xumuraaf harka keessa si galfachaa jira.

10. Yeroo ergaawwan armaan olii kana dubbifte namoonni biroon waan seexanni isaan irratti godhu kana jalaa akka ba'aniif hin goone taanaan waan hamaa hojjachaa jirta.

GOCHUU HIN DAGATIN!

21/01/2022

KAAYYOO MALEE, JIREENYA HIIKA QABU HIN JIRAATTU; MUL'ATA MALEE BAKKA GA'U QABDU HIN GEESSU; KAROORA MALEE KARAA SIRRII IRRAA HIN DEEMTU.

Address

Oromia
Ambo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muletas Vision Ministry posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Muletas Vision Ministry:

Share