๐™ ๐™ค๐™ก๐™ช๐™ช ๐™™๐™๐™–๐™ก๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™– ๐™ž๐™ฃ๐™ฉ๐™š๐™ฃ๐™–๐™ฉ๐™ž๐™ค๐™ฃ๐™–๐™ก ๐™ข๐™ž๐™ฃ๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ง๐™ฎ

  • Home
  • Ethiopia
  • Ambo
  • ๐™ ๐™ค๐™ก๐™ช๐™ช ๐™™๐™๐™–๐™ก๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™– ๐™ž๐™ฃ๐™ฉ๐™š๐™ฃ๐™–๐™ฉ๐™ž๐™ค๐™ฃ๐™–๐™ก ๐™ข๐™ž๐™ฃ๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ง๐™ฎ

๐™ ๐™ค๐™ก๐™ช๐™ช ๐™™๐™๐™–๐™ก๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™– ๐™ž๐™ฃ๐™ฉ๐™š๐™ฃ๐™–๐™ฉ๐™ž๐™ค๐™ฃ๐™–๐™ก ๐™ข๐™ž๐™ฃ๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ง๐™ฎ ... "Masiihicha arganneerra''
"Masiihii" jechuun "Kristos" jechuu dha.โ€
โ€” Yoh. 1:41

29/04/2026

hundeeffaama kabaaja waggaa 7ffaa
kamisa boru irraa kaasee ittii hirmaadha

19/02/2026

WANGEELII Wanjoo cabsaa๐Ÿ”ฅ

WAAMICHA GARGAARSA DAโ€™IMMAN DHABBAATA KOLUU DHALOOTAKoluu Dhaloota International Ministry daโ€™imman dhabbaata hedduu kan ...
31/01/2026

WAAMICHA GARGAARSA DAโ€™IMMAN
DHABBAATA KOLUU DHALOOTA

Koluu Dhaloota International Ministry daโ€™imman dhabbaata hedduu kan rakkoo jireenyaa, nyaata dhabuu, uffata hanqachuu, barnoota fi kunuunsa fayyaa dhabuun miidhaman gargaaruuf hojjechaa jira.

Daโ€™imman kunneen abdii boruu dhalootaati. Garuu abdii isaanii dhugoomsuuf gargaarsi keenya murteessaadha. Tokkoon tokkoon keenya waan xiqqoo taโ€™us yoo qoodne, jireenya daaโ€™ima tokkoo jijjiiruu dandeenya.

Kanaafuu:
๐Ÿ‘‰Gargaarsa maallaqaa
๐Ÿ‘‰Uffata, nyaata, meeshaalee barnootaa
๐Ÿ‘‰Yookaan deeggarsa gosa kamiyyuu
gochuu dandeessan hundi akka hirmaattan kabajaan affeeramna.
Harโ€™a yoo gargaarre, boru abdii uumna.
Daโ€™ima tokko gargaaruun dhaloota guutuu gargaaruudha.
Odeeffannoo dabalataaf fi gargaarsa keessan geessuuf: ๐Ÿ“ž +251 925 489 918
Mee wal haa tumsinu, wal haa gargaaru, jireenya daโ€™imman Koluu Dhaloota International Ministry haa jijjiirru.
Galatoomaa โค๏ธ
Gargaarsi keessan jireenya Dhaloota jijjiira.
โœ๏ธHizkiel Gonfa

Gargaarsa Daโ€™immanii โ€œKoluu Dhalootaโ€ Jedhamu IlaalchiseeGargaarsi daโ€™immanii โ€œKoluu Dhalootaโ€ jedhamu hojii gaarummaa o...
26/01/2026

Gargaarsa Daโ€™immanii โ€œKoluu Dhalootaโ€ Jedhamu Ilaalchisee

Gargaarsi daโ€™immanii โ€œKoluu Dhalootaโ€ jedhamu hojii gaarummaa olaanaa fi kan nama boonsu taโ€™e dha. Sagantaan kun daaโ€™imman rakkoo jireenyaa, hiyyummaa fi deeggarsa dhabuun miidhaman gargaaruuf kan hundaaโ€™e yoo taโ€™u, abdii haaraa fi fuuldura ifaa isaaniif banuu irratti xiyyeeffata.
Koluu Dhalootaโ€™n daaโ€™imman nyaata, uffata, barnoota, fayyaa fi deeggarsa sammuu argachuu qaban akka argatan gochuuf waggoota darban keessatti hojii jajjabeessaa hojjechaa jira. Gargaarsi kun jireenya daaโ€™imman hedduu jijjiiree abdii isaanii deebiseera.

Namoonni fi dhaabbileen gara garaa gargaarsa maallaqaa, meeshaalee fi tajaajila gara garaatiin sagantaa kana deeggaruun, daaโ€™imman hedduuf boqonnaa haaraa banuu dandaโ€™aniiru. Kun hundi buโ€™aa jaalala, tokkummaa fi gara laafina hawaasaa dha.

Hoggantoonni sagantaa Koluu Dhaloota, namoota hanga ammaatti gargaarsa taasisaa turaniif galateeffannaa guddaa dhiyeessu. Gargaarsi keessan jireenya daaโ€™imman hedduu keessatti jijjiirama dhugaa fideera. Hojii gaarummaa akkasii keessatti hirmaachuun akka nama dhuunfaattis akka hawaasatti akka wal jabeessinu nu gargaara.

Kanaafuu, namoonni ammas hanga ammaatti hirmaachuu hin dandeenye, akkasumas kan duraan eeganii jiran hundi, gargaarsa isaanii akka itti fufanif affeeraa. Gargaarsi keessan xiqqaa fakkaatus, jireenya daaโ€™ima tokko jijjiiruu dandaโ€™a. Harโ€™a yoo gargaarre, boru dhaloota abdii fi beekumsa qabu horra.

Koluu Dhaloota deeggaruun, daaโ€™imman qofa osoo hin taane, egeree biyyaa ijaaraa jirra jechuudha. Tokkummaan haa hojjennu, jaalalaan haa gargaaru, dhaloota haaraa abdii qabu haa ijaarru.
Horaa bulaa debaana
โœ๏ธHizkiel Gonfa

Address

Ambo

Telephone

+12894005948

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ๐™ ๐™ค๐™ก๐™ช๐™ช ๐™™๐™๐™–๐™ก๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™– ๐™ž๐™ฃ๐™ฉ๐™š๐™ฃ๐™–๐™ฉ๐™ž๐™ค๐™ฃ๐™–๐™ก ๐™ข๐™ž๐™ฃ๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ง๐™ฎ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share