Global Onesmos Missionary Ministry/G-OMM

Global Onesmos Missionary Ministry/G-OMM Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Global Onesmos Missionary Ministry/G-OMM, Religious organisation, Aje.

My profession for Christ's Mission!
19/03/2025

My profession for Christ's Mission!

09/08/2024

😊
🔥✊

✍ Torban kana babaldhisuun wangeela mootummaa waaqayyoo walta'insa "Tokkummaa barattoota Kristiyaanota Oromoo Yuuniversiitii fi Global Onesmos Missionary Ministry (G-OMM) akkasumas deggersa mishineroota bakka garaa garaa dhufaniin magaalaa Bishooftuu fi naannoo isheetti haala ajaa'ibsiisaadhaan hojjetamaa tureera.

🕯Gooftaan keenya Yesus Kristos inni "Egaa dhaqaa, maqaa abbaatii fi ilmaatti, kan hafuura qulqulluuttis isaan cuuphuudhaan, saba hundumaa bartoota koo godhaa! Waanan isin abboome hundumaa eeguu isaan barsiisaa! Kunoo, ani immoo hamma dhuma baraatti guyyaa hundumaa isinii wajjin nan jira" inni jedhe dhugumaan nu wajjin ta'ee boojuu guddaa nu boojisiisuun mirgaan nu galcheera.

💐 Misiraachoo wangeela fayyinaa kan dhaga'an lubbuu==> 13780 oli.

🍇 Gabaa fi bakkee kana keessatti harka keenya ol kaafnee amanachuun nutti hin tolu waan ta'eef gara waldaa Kristiyaanaa keessanii dhufnee Yesus Kristositti nii amanna jedhanii waadaa kan nuuf galan lubbuu==> 292.

♻️ Kanaan dura Yesus Kristositti amananii teellaa warra deebi'an keessaa kan jajjabeeffaman lubbuu==> 72.

✅ Gooftaa keenya Yesus Kristosin amanatanii, sanyii hin badne irraa lammaffaa dhalachuun, ibidda bara baraa jalaa oolanii maatii waaqayyoo fi obboloota keenya bara baraa kan nuuf ta'an lubbuu==> 351.

📖 “Waaqayyo isa yeroo hundumaa karaa Kristos akka warra mo'ee duulaa galuutti nu adeemsisuuf, Kristosin beekuus akka foolii urgaa'uutti harka keenyaan iddoo hundumaan isa ga'uuf galanni haa ta'u.” ! 2Qor. 2:14

🥰
✌️
🤗
💪
🤗
👬👭📢

Galatni hundumtuu hoolicha isa qalameef 💯🙏

From Dr Amantii Tasfaa Facebook

11/12/2023

"Anatti qabamtanii nagaa akka qabaattaniif ani kana hundumaa isinitti hime; biyya lafaatti rakkina qabdu, garuu jabaadhaa! Ani biyya lafaa mo'eera" Yoh.16³³

11/12/2023

" Anatti qabamtanii nagaa akka qabaattaniif ani kana hundumaa isinitti hime; biyya lafaatti rakkina qabdu, garuu jabaadhaa! Ani biyya lafaa mo'eera"
Yoh.16³³

17/11/2023

"Ija jabina guutuudhaan, dhowwaa malees mootummaa Waaqayyoo ni lallaba, waa'ee Yesus Kristoos gooftichaas ni barsiisa ture."
[Phaawuloos] HoE28³¹

13/11/2023

"Nuyi waanuma isa kadhannu isa biraa in fudhanna; abboommota isaa ni eegna, waan isa gammachiisus ni hojjenna. "
1Yoh.3²²

12/11/2023

"Dubbicha lallabi, "Kun yeroo dha, kun yeroo miti" utuu hin jedhiin qophaa'ii, argami! ... "
2Xim.4²a

12/11/2023

"Dhukkubsataa achi keessaa fayyisaa, saba achi jiraniinis, 'Mootummaan Waaqayyoo isinitti dhi'aateera' jedhaa!"

Luq10⁹

11/11/2023

" Nuyi ofii keenya utuu hin ta'in "Yesus Kristos gooftaa dha" jennee in lallabna; nuyi immoo sababii Yesusiif hojjetoota keessan."
(2 Qorontos 4: 5)

11/11/2023

"Egaa nuyi afaan Kristoos taanee ergamneerra;Waaqayyos karaa keenya isin in dhageessifata; "Waaqayyotti araaramaa!" jennee qooda Kristoos taanee isin in kadhanna," 2Qor.5²⁰

09/11/2023

"Akka nama kophee kaa'ateettis WANGEELA NAGAA fudhattanii, isa lallabuudhaaf qophaa'aa! "
Efe.6¹⁵

Address

Aje

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Global Onesmos Missionary Ministry/G-OMM posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share