Ministry of God's Glory

Ministry of God's Glory Yes! I'm not thinking of what they are saying, neither of what my flesh banging but I'm looking at a

Guyyaa guutuu dhimma foonkeef kurkuraa ooltee; iddoo boqonnaa ykn hirribaa geessee xiqqoo rafta. Baay'ees osoo hin turii...
01/09/2023

Guyyaa guutuu dhimma foonkeef kurkuraa ooltee; iddoo boqonnaa ykn hirribaa geessee xiqqoo rafta. Baay'ees osoo hin turiin garuu deebi'ee yoo hirribni sirraa bade, yerichi sa'aa itti Waaqayyo siwajjin haasaa qabu waan ta'eef sirriitti itti fayyadami!

28/05/2023

Ati yoo na gammachiiste, eenyutu nagaddisisuu danda'aree...! Inni gaariin manakee guute ulfaadhu!

Ayyaanakee naaf baay'isiπŸ’§πŸ’¦πŸ’§πŸ’¦!Feeling blessed!
19/04/2023

Ayyaanakee naaf baay'isiπŸ’§πŸ’¦πŸ’§πŸ’¦!Feeling blessed!

Topic: : Gurmuu Faares Waldaa Makaana Yesuus Insilaalee AmbooMusic: Dase Magarsa (Sonaan Studio)Lead Guitar: Abenezer AlamayoSaxphone Live: Zer...

Lamb of God WHO gave us LIGHT!
28/10/2022

Lamb of God WHO gave us LIGHT!

20/10/2022

''Taliila''

03/08/2022
Eyyee nuti sitajaajiluu ni jaalannaa! Waaqayyoo ATI nugargaari!
22/07/2022

Eyyee nuti sitajaajiluu ni jaalannaa! Waaqayyoo ATI nugargaari!

19/07/2022

Waaqayyo waan hundayyuu garii godhee uume. Akka itti uumamne keessa dogoongorri tokkoyyuu hin jiru. Nuti(Uumamni Waaqayyoo namni) bifa ISAAfi dandeettii addaatiin uumamne. Kanaaf ati nama jaallatamaa/tuu, kabajamaa/tuufi injifataa/ttuu; kan Waaqayyo moosisedha.

Baga gammadde!

Address

Addis Ababa

Telephone

+251910699764

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ministry of God's Glory posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Ministry of God's Glory:

Share