Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo

Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo Waaqayyoo mootii hundaa waan ta'eef Hubannoon faarfadhaa. Faaruu Daawwit 47 : 7 πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘

05/06/2026

😭Ajjeechaa fi Gidiraan, Kiristaanota Arsii irra gahaa jiru haa Dhaabbatu. 😭😭😭

04/06/2026

😭Waa'ee Kiristaanota ARSII hin callisu. Ajjeechaan, Gidiraan isaanirra gahaa jiru haa Dhaabbatu.😭 Maaloo Sagalee haa taanuuf.

02/06/2026

Ajjeechaa fi Gidiraan Kiristaanota Arsii irra gahaa jiru Haa Dhaabbatu. 😭😭

09/05/2026
07/05/2026

Yaa Gooftaa Cubbuu koo akka naaf dhiiftu qofa osoo hin taane, Cubbuus akkan jibbu na barsiisi. (Aabuna Shinoodaa)

07/05/2026

Jaalallikee Cubbuu koo ni caala.
Qulqulluu Yisaaq isa sooriyaa

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo:

Share