Waldaa Ijoollee waaqayyoo/Childrens of Almighty God International church

Waldaa Ijoollee waaqayyoo/Childrens of Almighty God International church Fuula facebook kanaan kadhannaatu, kadhatama, kadhata kanaanis waaqayyo gooftaan ragaakooti hidhaan Egaa obbolootako gooftichi anaaf isinitti dubbachaa jira.

Isaayyaas 61:1 Sagaleen waaqayyoo akkas jedha hafuurri waaqayyo gooftaa anarra jira, sagalee misiraachoo warra gadadamootti akkan himuuf, waaqayyo nadibeera; warra garaan isaanii cabe akkan fayyisuuf warra booji'amanitti gadhiifamuu, warra hihamanittis hiikamuu akaan labsuuf inni na ergeera jedha. Haleeluyyaa fuula facebook kanaan namoota hidhaan isaani iraa hiikamu, namoota ba'aan irra fuudhamutu jiru. Waaqayyo ayyana fayyisuutiin nadibeera, amantiidhaan kadhata kadhatamu Ameen jedhuun fudhaa waqayyo waaqni israa'el yeruma ameen jettanitti isin qaqqaba. Gooftichi ragaakooti. Ameen.

Address

Addis Ababa

Telephone

+251917733171

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Ijoollee waaqayyoo/Childrens of Almighty God International church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Waldaa Ijoollee waaqayyoo/Childrens of Almighty God International church:

Shortcuts

Share