Burayu Full Gospel Church Multi-Media

Burayu Full Gospel Church Multi-Media Official page of Burayu full Gospel believers Church Media Team

Konfiraansii Hafuuraa guddaa Waldaa Guutuu Wangeelaa Buraayyuutti⚡️Sagalee waaqayyoo humnaan ni lallabama⚡️Dhukkubsatoot...
20/02/2024

Konfiraansii Hafuuraa guddaa Waldaa Guutuu Wangeelaa Buraayyuutti
⚡️Sagalee waaqayyoo humnaan ni lallabama
⚡️Dhukkubsatootaaf ni kadhatama
⚡️Faarfannaa
Firaaf hiriyoota keessan affeeruun eebba sagantaa kanaa irraa hirmaadha!
Guyyaa 15-17/06/2016
Jimaata sa'atii 9:00
Sanbata 3:00-6:30 - 9:00-11:30
Dilbata 3:00-6:30 - 9:00-11:30
💧Buufata fayyaa Aannee Diimaa Fuuldura

Baga Ayyaana Yaadannoo Dhalachuu Gooftaa Keenya Yesuus Kristoos Geessan 🎉🎉🎉Ayyaana Kana Sababeefachuudhaan Gaafa Sambata...
04/01/2024

Baga Ayyaana Yaadannoo Dhalachuu Gooftaa Keenya Yesuus Kristoos Geessan 🎉🎉🎉
Ayyaana Kana Sababeefachuudhaan Gaafa Sambata Xiqqaa Jechuunis (Mudde 27 -2016) Sa'atii 10tti Dhangaa Hafuuraa Guddaan Waldaa Keenyatti Waan Qophaa'eef Hundumti Keessan Akka Dhuftanii Hirmaattaniif Jaalala Guddaan Afeeramataniittu.
HIRIYOOTAAF MAATII KEESSANIIF SHARE GODHAA .

18/09/2022
Faarfannaa Ittiin fuula Waaqayyo Barbaaddannu Dhaggeeffadhaa ittiin Eebbifamaa
22/03/2021

Faarfannaa Ittiin fuula Waaqayyo Barbaaddannu
Dhaggeeffadhaa ittiin Eebbifamaa

Faarfannaa Jaallatamoo Far.Aagee Firomsaaintro:(00:00)Firdiin Kankee miti:(00:31)Araarrisaa Barabaraan Jiraata:(05:16)Kaasi Narraa Dadhabbii:(09:28)Sin Dhiis...

Waaqayyoo Guddaa Dha
14/06/2020

Waaqayyoo Guddaa Dha

A Song By : Moti (Mange) Taresa Song Style : Waltz Production : Weedduu Lyrics Subscribe For More.......

https://youtu.be/-MaoPPJijM0
24/05/2020

https://youtu.be/-MaoPPJijM0

Faarfannaa qalbii jijjiirrannaa Style:Waltz Author : Rahel Tafarraa Singer :Rahel Tafarraa Production :Weedduu Lyrics Subscribe to get more.

Waliin malee.... .... Yeroo hamaa kana keessa wal galrgaaruun amala kristiyaanuummaa qofaa utuu hin taaneDirqama namumma...
23/05/2020

Waliin malee.... .... Yeroo hamaa kana keessa wal galrgaaruun amala kristiyaanuummaa qofaa utuu hin taane
Dirqama namummaa waan taeef waan qabnurraa namaan qooduun yeroo hamaa kana haa dabarru.

Faarfannaa faarfattuu Raaheel Tafarraa Title:Waliin Malee Author: Rahel Tafarraa Style:Disco beat Production: Weedduu lyrics Many more to come Subscribe For ...

11/01/2019

Waldaa Guutuu Wangeelaa Buraayyuutti guyyaa dhalachuu gooftaa keenya Yesuus Kiristoos kan bara 2011/2019 kabajame dargaggootaan dhiyaate.

11/01/2019

Waldaa Guutuu Wangeelaa Buraayyuutti guyyaa dhalachuu gooftaa keenya Yesuus Kiristoos kan bara 2011/2019 kabajame dargaggootaan dhiyaate.

11/01/2019

Waldaa Guutuu Wangeelaa Buraayyuutti guyyaa dhalachuu gooftaa keenya Yesuus Kiristoos kan bara 2011/2019 kabajame dargaggootaan dhiyaate.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Burayu Full Gospel Church Multi-Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share