EECMY Lebu Finfine congregation

EECMY Lebu Finfine congregation We have a mission of preaching the Gospel of Jesus christ to all nations and a vision of seeing all nations heard the gospel of Jesus Christ.

by shining on the darkness of this world by the Authority given by God to all his children.

19/07/2025
Barnoonni 'Summer Camp' akkuma itti fufetti jira. Deggarsa keessaan jabadha !
17/07/2025

Barnoonni 'Summer Camp' akkuma itti fufetti jira. Deggarsa keessaan jabadha !

Waldaan Warraa Wangeela Makana Yesuus Labuu, Barnoota Gannaa( Summer Camp) guyyaa har'aa ifaan jalqabde jirtu. Daa'immaa...
14/07/2025

Waldaan Warraa Wangeela Makana Yesuus Labuu, Barnoota Gannaa( Summer Camp) guyyaa har'aa ifaan jalqabde jirtu. Daa'immaan baayinaan 145 oliin yeroo jalqabdu guyyaa boorimmoo ammam Akka dabaluu danda'u yaaduun nama hin rakkisuu. Kanaafuu, kottaa ijoollee keenyaa gara Saayinsiifi dubbii Waaqayyootti waliin haa guddisnu!

05/06/2025
Waaqayyoo nu gargaare asi geenyeeraa, kaanis gaaf_tokkoo ni ta'a.
05/06/2025

Waaqayyoo nu gargaare asi geenyeeraa, kaanis gaaf_tokkoo ni ta'a.

31/05/2025

Kottaa waliin Waaqayyoon galateffannaa!!

Bagaa jal_bulti Ayyaana du'a ka'u gooftaa Keenyaa Yesuus Kiristoosiin isin gahe.Guyyaa har'atti namoota Harkaa qalleeyyi...
16/04/2025

Bagaa jal_bulti Ayyaana du'a ka'u gooftaa Keenyaa Yesuus Kiristoosiin isin gahe.
Guyyaa har'atti namoota Harkaa qalleeyyii Kara Waldaa Keenyaafi Bulchiinsa Aanaa 14 waliin ta'uun deggaramani dha.

Address

Addis Ababa
ADDISABABA,HAILEGARMENT,OROMIACONDOMINIUM

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 17:00 - 20:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 00:00
Saturday 00:00 - 18:00
Sunday 05:00 - 00:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when EECMY Lebu Finfine congregation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to EECMY Lebu Finfine congregation:

Share