Talila Dereje F Fufa

Talila Dereje F Fufa Jesus will come again! Repent! Yesuus deebi'ee ni dhufa
Qalbii jijjiirradhaa!

09/02/2023

Firoottan ko hin gowwominaa!
Addunyaan kun guyyaa tokko ni baddi
Kan Yesuus Kiristoositti amane immoo lubbuun isaa/ ishee ni fayyiti!
Focus on Christ!

04/11/2022
Yaa Michoota koo;Torban kun Torban,πŸ‘‰ EebbaaπŸ‘‰ Milkaa'inaaπŸ‘‰ Yaada Waaqayyoo keessa jiraannuπŸ‘‰ Waan haaraa itti jalqabnuπŸ‘‰ Ma...
28/03/2022

Yaa Michoota koo;

Torban kun Torban,

πŸ‘‰ Eebbaa
πŸ‘‰ Milkaa'inaa
πŸ‘‰ Yaada Waaqayyoo keessa jiraannu
πŸ‘‰ Waan haaraa itti jalqabnu
πŸ‘‰ Maqaa haaraa itti argannu
πŸ’ͺ Maqaa Isa Du'a Mo'ee ka'e Gooftaa Keenya Yesuus kirsistoosiin nuuf haa ta’u!
Torban Gaarii qabaadhaa!

πŸ™ Ayyaanni Waaqayyoo hafuura keenya Waliin haa ta’u!

πŸ’šπŸ’šπŸ’šAyyaanni Waaqayyoo inni haalota hundumaa gara irraa nama jiraachisu hunduma keenya waliin haa ta'u!   πŸ’šπŸ’šπŸ’š  Sanbata Gu...
13/03/2022

πŸ’šπŸ’šπŸ’š
Ayyaanni Waaqayyoo inni haalota hundumaa gara irraa nama jiraachisu hunduma keenya waliin haa ta'u!

πŸ’šπŸ’šπŸ’š
Sanbata Guddaa Eebbifamaa Qabaadhaa!
πŸ™πŸ™πŸ™

πŸ’šπŸ’šπŸ’šWaaqayyoon keenya amanamummaan isaa, Gaarummaan isaa baraa amma baraatti jiraata!Isaaf Galanni haa ta'u!  πŸ’šπŸ’šπŸ’š  Sanbat...
06/03/2022

πŸ’šπŸ’šπŸ’š
Waaqayyoon keenya amanamummaan isaa, Gaarummaan isaa baraa amma baraatti jiraata!
Isaaf Galanni haa ta'u!
πŸ’šπŸ’šπŸ’š
Sanbata Guddaa Eebbifamaa Qabaadhaa!
πŸ™πŸ™πŸ™

MURAMTE!
05/03/2022

MURAMTE!

Address

Bole
Addis Ababa

Telephone

+251948351964

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Talila Dereje F Fufa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share