20/04/2026
Waldaa Amantota HumnaDu'aa Ka'u
Ebla 14/08/2018 jechuun Roobii dura keenya jiru guyyaa guutuu sagantaa addaa Dargaggootan kan qophaa’e isiniif qopheessite qophii jiruu hunda xumurtee isin Egaa jirtii maree jiraatonnif namoonni Nannoo Tulluu Ejersaa jirtan martii keessan sagantaa kana irratti kabajaan hafeeramtanittu guyyaa gaafa sana
✅ Wangeelli mootummaa Waaqayyoo humnaan hin lallabamaa
✅ Waaqayyo Farfannaa dhan hin waaqeffama
✅ Namoota rakkoo gargaara qabaniif
✅ Lubbuu haaraaf
✅ Akkasumas namoota dhukkuban rakkataniif hin kadhatamaaf
Maree isin qophooftani argamu qofaa isinirra egama
2Xim. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁸ Egaa akka Waaqayyo humna siif kennetti, wangeelaaf rakkachuu keessaa qooda qabaadhu malee, gooftaa keenyaaf dhugaa ba'uu, waa'ee koo isa ani sababii Kristosiif jedhee hidhames hin yeella'in!
⁹ Waaqayyo nu fayyisee isaaf akka qulqulloofnuuf nu waame; nu waamuun isaas akka akeeka isaatii fi akka ayyaana isaa isa durii durii jalqabee karaa Kristos Yesus nuuf kenneetti malee, akka hojii keenyaatti miti.
¹⁰ Amma garuu ayyaanni isaa dhufa fayyisaa keenyaa Kristos Yesusiin nutti mul'ifameera; inni humna du'aa cabsee, jireenya, badiisa ooluus karaa wangeelaa ifatti baase.
DivineTv Ethiopia
Bilisummaan Wangeelaan Dhufe Apostel Waktola Chala
Bilisummaa page