Olana Adeba

Olana Adeba Ethiopia

25/12/2024
Sagantaa Dargagooo W/Assembilii Keellaa.Koottaa hirmaadhaa yeroo hundumaa Dilbata Waaree booda .10:00-12:00tti Waaqeffan...
18/10/2024

Sagantaa Dargagooo W/Assembilii Keellaa.
Koottaa hirmaadhaa yeroo hundumaa Dilbata Waaree booda .10:00-12:00tti
Waaqeffannaa ,Barsiisa/lallaba,Kadhannaa,hundumaan guutuu waan ta'ef hirmaattuu Eebbichaa ta'aa.

11/09/2024

Warri kooluu sitti galan hundinuu garuu haa gammadan,
bara baraanis haa ililchan!
Ati warra maqaa kee jaallatan waan eegduuf;
isaan sitti haa gammadan!
Faarfannaa 5:11
!

07/08/2024

Akkuma Yesus gaara ejersaa gubbaa taa'een, bartoonni gara isaa dhufanii kophaatti, “Nutti himi, kun yoom ta'a? Milikkinni dhufa keetii, kan dhuma barichaas maali?” jedhan.
Baay'een, ‘Ani Masiihii dha’ jechaa maqaa kootiin in dhufu, namoota baay'ees in wallaalchisu. Lolaa fi oduu lolaa dhaga'uuf jirtu, akka hin naanetti ilaalladhaa! Kan akkasii kun ta'uun irra jira; kun garuu amma illee dhuma isaa miti. Sabni saba irratti, mootummaanis mootummaa irratti in ka'a; beelli, socho'i lafaas iddoo adda addaatti in ta'a. Wanti kun hundinuu garuu jalqaba ciniinsuu ti.
24:3---8

13/10/2023

Address

Burayu
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Olana Adeba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Olana Adeba:

Share