Agape Media

Agape Media Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Agape Media, Religious organisation, Addis Ababa.

03/12/2025
03/12/2025

Wow

Faaruu kanaan eebbifamaa‼️
20/06/2025

Faaruu kanaan eebbifamaa‼️

Yuutuubii kana Subscribe gochuun ergaawwan keenya Hor...

13/04/2025

Yuutuubii kana Subscribe gochuun ergaawwan keenya Hordofaa Gooftaan isin haa eebbisu‼️ afaan oromoo ​ ​ ‪...

Faarfataa Addisuu Taaddasaa Jedhama nama ayyaanni cimaan irra jirudha. Dilbata dhufu sa'a 8:00 irraa eegaluun eebba albu...
03/04/2025

Faarfataa Addisuu Taaddasaa Jedhama nama ayyaanni cimaan irra jirudha. Dilbata dhufu sa'a 8:00 irraa eegaluun eebba albuma faarfannaa waan qabuuf argamuun haa deeggarru

=Baga Nagaan dhuftan🤝‼️=Ilmi Biilii Graam Franklin Graam Gara biyya keenyaa dhufaniiru👏.Simannaanis geggeessitootaan taa...
07/03/2025

=Baga Nagaan dhuftan🤝‼️=
Ilmi Biilii Graam Franklin Graam Gara biyya keenyaa dhufaniiru👏.
Simannaanis geggeessitootaan taasifameeraaf.
Guraandhala 29 fi 30 dirree Masqalaatti Yeroo Waaqeffannaa Guddaatu jira.
Finfinnee fi Naannoo ishee kan jirtan irratti argamuun itti eebbifamaa.
Wangeelli Mo'aadha‼️

🔴Oduu Ammee‼️Dubartoonni Saala jijjiirratan Manneen Sirreessaa U.S. Keessatti Gara warra Dhiirotaatti Akka Deeman Tiraam...
27/01/2025

🔴Oduu Ammee‼️
Dubartoonni Saala jijjiirratan Manneen Sirreessaa U.S. Keessatti Gara warra Dhiirotaatti Akka Deeman Tiraampiin Ajajaman

Jijjiirama imaammataa guddaa ta’een bulchiinsi Traamp dubartoonni saala jijjiirratan yeroo ammaa manneen hidhaa U.S. keessa jiran gara mana hidhaa dhiirotaatti akka geeffaman ajajeera.

Murteen falmisiisaa kun waa’ee mirga saala jijjiirrachuu, haaromsa mana hidhaa fi nageenya hidhamtootaa irratti falmii cimaa kakaasaa jira.

Tarkaanfiin kun dubartoota saala jijjiirratan kumaatamaan lakkaa’aman guutuu biyyattii keessatti kan miidhu yoo ta’u, manneen hidhaa dhiirotaa keessatti nageenya isaanii ilaalchisee yaaddoo uuma.

Leelliftoonni mirga namoomaa hedduun imaammanni kun fayyaa hidhamtoota saala jijjiirratan balaadhaaf saaxila kan jedhu yoo ta’u, kaan ammoo manneen hidhaa keessatti koorniyaa irratti hundaa’uun addaan bahuun barbaachisaa ta’uu isaa falmu.
Miidiyaa Kiristaanaa

  👇Dhaloonni akka hin badneef baraaruu qabna.Dhihoo kana Macaafa Qulqulluu fakkeessuun "Kitaaba Qulqulluu" jedhee kitaab...
25/01/2025


👇
Dhaloonni akka hin badneef baraaruu qabna.
Dhihoo kana Macaafa Qulqulluu fakkeessuun "Kitaaba Qulqulluu" jedhee kitaabni maxxanfamee kan hin gurguramne jedhee bahe gabaa irratti gatii salphaan gurguramaa kan jiru Kaayyoo Bineensichaa galmaan gahuuf kan maxxanfame ta'uu hubattanii dhaloota akka baraartan Jaalala waaqayyoon sin gaafanna.



1) Kitabicha irratti Kadhanni Yaa abbaa keenyaa jedhu hin jiru.

2) 2Seenaa baaraa Boqonnaa 9 lakkoofaa 13 irratti Qabeenyi Solomooniif kenname Taalantii 666 tiin kenname jedha.

3) Yoh 1:1-dubbisaa

Walumaa galatti kitaabichi Faallaa Macaafa Qulqulluu Keenya ta'uun isaa hubatamee Kitaabichi amantoota Burjaajessuuf waan dhufeef Waldooleen Kiristaanaa dhimma kana abbummaan fuuldura akka dhaabbattuu fi amantoonni Kitaaba dogoggoraa kanatti akka hin fayyadamne Dhaamsa dabarsuun dhaloota biraan gahaa

25/01/2025

Amantootni Abdii qabdanitti jabaadhaa!
Yesus abdiin keessan Akkuma isin abdachiise deebi'ee in dhufa!

Address

Addis Ababa

Telephone

+251912769870

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Agape Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share