GCL Church

GCL Church Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from GCL Church, Religious organisation, Shaggar City, Addis Ababa.

12/04/2026

inni awwaalameera, caaffanni qulqullaa'oon akka jedhanitti guyyaa sadaffaattis du'aa kaafameera. Inni Phexrositti mul'ate, ergasii bartoota kudha lamaan keessaa warra hafanitti mul'ate. Kana booddee immoo ergaan-takkaa obboloota dhibba shan caalanitti mul'ate; isaan keessaa kaan illee boqotaniiru garri caalan garuu amma iyyuu jiru. Erga Yaaqoobitti mul'atee booddee immoo, warra ergamoota jedhaman hundumaatti mul'ate. Hundumaa booddee ana isa akka nama iddoo hin ga'in dhalateetti immoo mul'ateera. Anoo ergamoota hundumaa irra xinnaa dha; waldaa Waaqayyoo waanan ari'adheefis, “Ergamaa” jedhamee waamamuudhaaf nama ta'u miti. Amma garuu ayyaana Waaqayyootiin ani ergamaa ta'eera, ayyaanni inni anaaf kennes utuu dhimma hin baasin hin hafne. Ani hunduma isaanii caalaa itti dadhabee hojjedheera; ana utuu hin ta'in, ayyaana Waaqayyoo isa anaa wajjin jirutu itti dadhabe.
1 Qorontos 15:4-10

22/02/2026

Ilma isaa kanaan furamuu dhiifamuu cubbuus arganneerra.
Qol.1:14
In whom we have redemption through his blood, even the forgiveness of sins:
Colossians 1:14

በእርሱም መዋጀትን በደሙ አግኝተናል፤ ይህም የኀጢአት ይቅርታ ነው።
ቈላስይስ 1:14

Address

Shaggar City
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when GCL Church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share