Yosef Habtamu

Yosef Habtamu JESUS

Baadiyyaa Walakkaatti dhalate! Nama isa gargaaru hin qabu, jireenya maatiisaa fi ofii isaa jijjiiruuf yeroo hunda yaalii...
28/08/2026

Baadiyyaa Walakkaatti dhalate!

Nama isa gargaaru hin qabu, jireenya maatiisaa fi ofii isaa jijjiiruuf yeroo hunda yaalii nii geggeessa!

Nama hin qabu, beekamtii hin qabu,
Marsaa jalqbaa kutaa biyyaa irraa ka’ee jonny wajjin fight taasisuuf gara magaalaa finfinnee dhufe,

Yaalii isaa jalqabaanis injifachuu hin dandeenye,second muraasa keessatti mo’amuu isaan endom jechuudhaan namoonni baayeen itti qoosuudhaan harrabsanii xiqqeessaniiru!

Inni garuu kun anaaf waanta guddaadha injifannoo dhabus har’a beekamtii argadheera namoota 𝐃𝐚𝐧𝐮𝐮 waliinis wal bareera, bor ammoo jabaadhee injifadhee maatiikoo nan boonsa jechuun deddeebi’ee dhaadhannoo geggeessa!

Kallattii hundaan garuu tuffachuudhaan akka inni hin dandeenye dhaadannoo hordoftoota isaa ture!

Inni garuu namichuma kanaan dura isa injifate bira adeemuun gadi jedhee irraa barachuu fi muuxannoo isa irraa fudhachuu murteesse
Ammas utuun isa ta’ee nama na reebe bira adeeme hin baradhu jechuun dhaadannoo namoota naannoo isaa ture , inni garuu hin dhageenye har’a gadi jedhee baradhee bor abbaa injifannoon nan ta’an dhaadannoo isaa halkaniif Guyyaa ture💪

Inni sababan carraa dhabeefin mo’ame malee dandeettii anatu caala jedhee sababa sobaa ofiif hin tarreessine!

Bar tokko jedhee taa’ee abjuu dobaan abuuramee carraa qofa hin eegganne!

Gadi jedhe, nii yaale, gatii kaffale
Nii humnoome, nii cime sirriitti marsaa itti aanuuf of qopeesse

Kunoo eda fight itti aanu injifannoo ajaayibaatiin goolabe💪
Jireenya isaas kan maatii isaas nii jijjiire 💪

Gurbaa kana irraa Maal baranna?

Jireenyi ta’anii carraa qofa eeguu osoo hin taanee , tattaaffachuu, talente qabanitti cimanii hojjechuudhaan dhuma irratti abbaa injifannoo ta’uun waan hin oolle💪

ሴዶ ሁሉም ነገር በውጭ እንደሚታይ ቀላል መስሎታል 😄
28/08/2026

ሴዶ ሁሉም ነገር በውጭ እንደሚታይ ቀላል መስሎታል 😄

27/08/2026
ይህ በጣም አስፈሪ ነው! ከከተማነት ወደ ባዶነት‼️😳📌ሁሉም ነገር ሰው አይችልም አየህ ምድር🤔ኃይለኛ ድንገተኛ አሸዋማ የውኃ ጎርፍ (Flash flood) በሰሜናዊ ኔፓል፣ በዋነኛነት ከቲቤት/...
27/08/2026

ይህ በጣም አስፈሪ ነው! ከከተማነት ወደ ባዶነት‼️😳
📌ሁሉም ነገር ሰው አይችልም አየህ ምድር🤔

ኃይለኛ ድንገተኛ አሸዋማ የውኃ ጎርፍ (Flash flood) በሰሜናዊ ኔፓል፣ በዋነኛነት ከቲቤት/ቻይና ድንበር አጠገብ በራሱዋ (Rasuwa) ዲስትሪክት በሚገኘው የቦቴ ኮሺ (ብሆቴኮሺ) ወንዝ አካባቢ የተከሰተ ሲሆን፤ ጉዳቱም ታች ወረድ ብሎ እስከ ኑዋኮት፣ ዳዲንግ፣ ቺትዋን እና ሌሎች አካባቢዎች ደርሷል።
A major flash flood struck northern Nepal on August 26, 2026 (Wednesday morning), primarily along the Bhote Koshi (Bhotekoshi) River near the Tibet/China border in Rasuwa district, with impacts extending downstream to Nuwakot, Dhading, Chitwan, and other areas.

 ‼️Waan addaati !Barataa Sadarkaa biyyaatti Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qabxii olaanaa fide   !Barataa Jaalal Gir...
24/08/2026

‼️

Waan addaati !
Barataa Sadarkaa biyyaatti Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qabxii olaanaa fide !

Barataa Jaalal Girmaa Kuusaa Mana barumsa Bultii Addaa Adaamaa irraa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa akka biyyaatti qabxii Olaanaa 591.6/600 galmesseera !

Baga gammadde Qaxalee !

Gaafa ijoolleen keenya akkasitti boquu ol qabatan hedduu namatti tola dhugaa ✅️

Kun Namoota tapha ilaaluuf dirree Istaadiyeemii tti wal gahe, sitti hin fakkaatin, Wangeela dhagahaa jiruuti 📢 Kun Yaa'i...
23/08/2026

Kun Namoota tapha ilaaluuf dirree Istaadiyeemii tti wal gahe, sitti hin fakkaatin, Wangeela dhagahaa jiruuti 📢

Kun Yaa'ii Hafuuraa Guddaa Amantoota Wangeelaa 🇿🇼 guddicha, kan "boolli dhagaa buusan illee dhabame" sababa baay'ina namoota hirmaatan kanaaf😍🔥

Yesuus Gooftaadha ‼️

ILAA "DHORKAADHA! JEDHAN🤔👉Waldaan Warra Wangeelaa Qaala Hiwoot Itiyoophiyaa kanaan booda murtoo dabarsiteen gochoota arm...
22/08/2026

ILAA "DHORKAADHA! JEDHAN🤔

👉Waldaan Warra Wangeelaa Qaala Hiwoot Itiyoophiyaa kanaan booda murtoo dabarsiteen gochoota armaan gadii irratti dhorkaa keesseetti.
1. Gabbarsuu cidhaa qarshii 50000 (Kuma shantamaa) ol kennuu ykn fudhachuun dhorkaadha.
2. Mana deebii ykn መልስ'f nama kudhanii (10n) ol affeeruun dhorkaadha.
3. Guyyaa dhalootaa, Mana ijaarratanii eebbisiisuu, Eebba barataa irratti diggisii hin barbaachifne qopheessanii hojii hiikuu fi namoota kan biraas hojii hiiksisuun dhorkaa dha.
4. Dhiibba Maatiitiin aangoo hin barbaachifne argachuu fi qabeenya hin barbaachifne horachuuf ykn dhaaluuf gaa'ela umrii malee ykn umriin wal hin gitne (ያላቻ ጋብቻ )'n dhorkaadha.
5. Baasii guddaa itti baasuun ሐውልት (siidaa nama boqotee) hojjechiisuu fi eebbisiisuun dhorkaadha.
6. T-shirt irratti suura nama boqotee hojjechiisanii uffachuun, seenaa jireenya nama boqotee awwaalcha irratti dubbisuun, nama boqoteef baanerii hojjechiisuun, huccuu gurraacha uffachuun dhorkaadha.
7. Dhaqna qabaan ijoollee durbaa dhorkaadha.
8. Mana caatii fi mana shiishaaf mana ofii kireessuun dhorkaadha.
9. Ayyaanaa masqalaa kabajuun dhorkaadha.

Egaan Kibba baha itiyoophiyaatti Waldaan warra wangeelaa Qaala Hiwoot waldoota ishee jalatti argaman 700 ol, gaggeessitootnii fi Paasterootni kan irratti waliif galani mariin kun marii hafuuraa fi hawwasummaa irratti xiyyeeffannoon kennameefi seerotni kunneen hojii irra akka oolaniif amantootaaf ibsi kennameera.
Jijjiirama, Sirreeffama, yaaduu, gaggeessuu, guddachuu jechuun kana dha!🙌

Ani akka yaadakootti Waldootni warra wangeelaa hundumtuu utuu seerota kana baafatanii irratti hojjetanii yeroo dhihootti dhiibbaa uumuu danda'u, wantootni tokko tokkoofi amalootni namoota hinbarbaachifne baayyeenis ni sirrata jedheen amana.!🙏"

Adugna Hambissa Jr. Akka barreeysetti👌

👉Anoo murtiileen kunneen na tamacha'aniiru, warra fuudhatti adeemaa jirruuf waa tolee ree? 👌😂
👉Isin hoo yaadni keeysan maali? Yaada

21/08/2026

Yes

Address

ADDIS ABABA
Addis Ababa

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00

Telephone

+251922231095

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yosef Habtamu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Yosef Habtamu:

Shortcuts

Share