JESUS is Coming SOON/Iyesuus Dhiyooti Deebi'e Hin Dhufa

JESUS is Coming SOON/Iyesuus Dhiyooti Deebi'e Hin Dhufa TO PREPARE THE PEOPLE FOR HEAVEN "NAMOTA MOOTUMA WAAQAYYOOF QOPHESUUF

Yesus Du'uu Isaa(Mar 15:33-41; Luq 23:44-49; Yoh 19:28-30)45 Guyyaa sa'aatii ja'aa hamma sa'aatii sagaliitti dukkanni la...
18/04/2025

Yesus Du'uu Isaa
(Mar 15:33-41; Luq 23:44-49; Yoh 19:28-30)
45 Guyyaa sa'aatii ja'aa hamma sa'aatii sagaliitti dukkanni lafa hundumaa irra ture. 46 Gara sa'aatii salgaffaatti Yesus sagalee guddaadhaan, “Elii, Elii6 lamaa sabaktanii?” jedhee waammate; kunis, “Waaqayyo ko, Waaqayyo ko maaliif na dhiifte?” jechuutti in hiikama. 47 Warra achi dhaabatan keessaa kaan kana dhaga'anii, “Namni kun Eliyaasin waammata” jedhan. 48 Achumaan immoo tokko isaan keessaa fiigee waan akka cumaa buqqee hadhaa'aa, isa daadhii waynii dhangaggaa'aan guutame fuudhee uleetti kaa'ee, akka inni dhuguuf kenneef. 49 Warri kaan garuu, “Turi! Eliyaas isa oolchuudhaaf yoo dhufe, mee in ilaalla!” jedhan. 50 Yesus ammoo sagalee guddaadhaan iyyee hafuura isaa kenne.
*46 Far 22:1
*48 Far 69:21
51 Kunoo, golgaan mana qulqullummaa olii hamma gadiitti iddoo lamatti tarsa'e, lafti in socho'e, kattaawwanis in dadayya'an. 52 Awwaalonnis immoo banamanii, warri qulqulloonni dur du'an in kaafaman. 53 Isaanis awwaalota keessaa ba'anii, du'aa ka'uu Yesus booddee Yerusaalem mandara qulqullaa'aatti lixanii namoota baay'eetti mul'atan.

18/04/2025
12/01/2025
Yeroo hundumaa dammaqaa, wanta ta'uuf jedhu kana hundumaa jalaa ba'uudhaaf, ilma namaa duras dhaabachuudhaaf humna akka ...
10/01/2025

Yeroo hundumaa dammaqaa, wanta ta'uuf jedhu kana hundumaa jalaa ba'uudhaaf, ilma namaa duras dhaabachuudhaaf humna akka argattaniif kadhadhaa” jedhe*

Yeroo hundumaa dammaqaa, wanta ta'uuf jedhu kana hundumaa jalaa ba'uudhaaf, ilma namaa duras dhaabachuudhaaf humna akka ...
10/01/2025

Yeroo hundumaa dammaqaa, wanta ta'uuf jedhu kana hundumaa jalaa ba'uudhaaf, ilma namaa duras dhaabachuudhaaf humna akka argattaniif kadhadhaa” jedhe*.

07/01/2025

Tiksoonni tokko immoo naanna'aa sanaa bakkeetti halkan darabee dammaqanii, hoolota isaanii in eegu turan.

9 Ergamaan Waaqayyoo dingata isaan dura dhaabatee, ifni surraa gooftichaas naannoo isaaniitti ibse; kana irratti isaan na'anii, guddaa sodaatan*.

10 Ergamichi garuu, “Hin sodaatinaa! Kunoo, ani misraachoo gammachuu guddaa isinittan hima'o, kunis saba hundumaaf kan ta'uu dha.

11 Har'a mandara Daawititti fayyisaan isiniif dhalateera; inni immoo Kristos goofticha*.

12 Milikkinni isaa immoo kana, mucaa wayyaan itti maramee siree horiin keessaa nyaatu irra ciisu in argitu” isaaniin jedhe.

15/03/2024

Eyesuus hin dhufa

Address

Addis Ababa
125

Telephone

+251925825102

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when JESUS is Coming SOON/Iyesuus Dhiyooti Deebi'e Hin Dhufa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to JESUS is Coming SOON/Iyesuus Dhiyooti Deebi'e Hin Dhufa:

Share