Ijoollee Mootummaa

Ijoollee Mootummaa Wanti aduu jalaa hundumtuu akkasumaan!

16/07/2025

Yesuus Ati Sambata isa dhugaadha. Isa barabaraan nama boqochiisu!

04/06/2024

Endat wedegn be melkaminete;
yih ayidelm maninete;
endat telagn dagmo be tifate;
Fikir neh ayaschilihim Abate!!!!

Ilaa faarfannaa!!faarfannaa jaalala waaqayyoo mullisu!Eenyummaa warra isatti amananii dhugaatti addeessu.walumaa galatti...
26/02/2024

Ilaa faarfannaa!!
faarfannaa jaalala waaqayyoo mullisu!
Eenyummaa warra isatti amananii dhugaatti addeessu.
walumaa galatti faarfannaa nama fayyee fayyinasaaf eenyummaa isaa hubatee faarfatuudha kun.
Ayyaanni Siif haa dabalamu. Faarfannaa nuun keessatti cimina namaa ilaalluu osoo hin taane Jaalala Waaqayyo ittiin Nu Jaallatee fi Isatti amanuu keenyaan maal akka taaneef Arganne nutti agarsiisu ammayyuu nuuf haa dabalaman.

Singer Geme BiratuMusic Composing Geme...

Address

Addis Ababa

Telephone

+251919987000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ijoollee Mootummaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Ijoollee Mootummaa:

Share