Waldaa Ijoollee Dubroo Maariyaam የድንግል ማርያም ልጆች መንፈሳዊ ማህበር

  • Home
  • Ethiopia
  • Addis Ababa
  • Waldaa Ijoollee Dubroo Maariyaam የድንግል ማርያም ልጆች መንፈሳዊ ማህበር

Waldaa Ijoollee  Dubroo Maariyaam የድንግል ማርያም ልጆች መንፈሳዊ ማህበር Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Ijoollee Dubroo Maariyaam የድንግል ማርያም ልጆች መንፈሳዊ ማህበር, Religious organisation, Addis Ababa.

07/01/2023

Live Live Live

Before 15 minutes

IBSA EJJENNOO WALDAA AFUURAAWAA IJOOLLEE DUBROO MAARIYAAMIRRAA kenname:-kutaa lallaba shawaa lixaa aanaa aanaa ada'a bar...
10/04/2022

IBSA EJJENNOO WALDAA AFUURAAWAA IJOOLLEE DUBROO MAARIYAAMIRRAA kenname:-

kutaa lallaba shawaa lixaa aanaa aanaa ada'a bargaatti mana kiristaanaa dabra galiilaa baalawaldii ganda adaadi Sodaableeirratti gocha rifachiisaa fi saalfachiisaa torbee kana keessa raawwatamaa jiru ilaalchisee waldaan keenyi ibsa ejjennoo kana gadi baaseera.

Gochi yakkaa fi saalfachiisaa mana amantichaafratti raawwatames mirga mana kiristaanaa kan sarbe, safuu mana kiristaanaa kan cabse yoo ta’u , gochootni akka Taabota Kakuu Waaqayyoo baasuun ummatatti agarsiisuu, meeshalee qulqullaa’oo mana kiristaanaa kabaja dhoowwachuun salphisuu fi haala gadda guddaa namatti uumuun gochootni hin eegamne raawwachuun isaa hubatameera. Gadda amanaa kan dachaa taasise ammoo dirqamaan gocha kana fedhiisaa malee dhufee akka daawwatu ta’uu isaati. Naannoo kanatti gocha torban kanaa kana duras, sooma keessa foon akka dirqamaan nyaatan taasifamaa turuunis odeeffannoon amantootarraa nu dhaqqabeera. Dhimmi amantaa mirga dhuunfaa amanaa ta’ee osoo jiru haala saalfachiisaa ta’een gochi akkasii raawwachuunsaa hunduma keenya kan naasisedha.

gochi kun yeroo adda addaatti haalaa bakkeewwan birootti illee haalaa bifa garaagaraan raawwatamaa ture. dhiibbaan akkasii qaamota adda addaan godhamu kun jibbinsa garee muraasaan ykn bu'aa siyaasaa argachuuf mana kiristaanaa keessaa fi alaan irratti duulamu kun hatattamaan yoo dhaabbate malee nageenya biyyattiifillee balaa tokkummaa sabichaafi qorumsa guddaa akka ta'u gochi mana kiristaanaa aanaa ada'aa bargaatti wayita sooma kana keessa yeroo adda addaatti raawwatamaa turee fi jiru kun agarsiistuu guddoo ta'uusaa ni amanna.

waldaan keenyi mufii fi gadda itti dhagahameen ibsa ijjeennoo kanaan gadi jabeessee balaaleffachaa akka armaan gadiitti qaama ilaallatu hundaaf waamicha goona:-

1. Qaamni hidhatee godinashawaa lixaa keessa socho'uu kamuu gocha saalfachiisaa akkasii mana kiristaanaa irraa hatattamaan akka dhaabu, kan haga ammaa ta'eef caasaa ittiin socho'uun ifaan ifatti bahee mana kiristaanaa dhiifama akka gaafatu jabeessinee gaafanna.

2. maddi rakkoo kanaa olola jibbinsa mana kiristaanaa keenyarratti oofamaa turee jiruu tahuusaa beekamee, manni kiristaanaa amantaa daheeffatanii siyaasaa fokkuu akkasiif kan karaa banu kan raawwatani irratti caasaa manni kiristaanaa qabdu gubbaa hanga gadii jiru irratti duula sirreeffamaa raawwachuun mana kiristaanaa keessa taa'anii diina kan nutti baayisan akka of keessaa qulqulleessu,

3. Seenaa Qabsoo bilisummaa oromoo baroota hedduuf godhame keessatti qabsaa'ota gameeyyii lakkaahamee hin dhumne manni kiristaanaa isaan gumaachitee fi ijoollee mana amantichaa tahanii walqixxummaa amantii fi bilisummaa siyaasaaf qabsaa'a turaniif gochi kun gumaacha isaanii dagachuu fi isaaniifi amantii isaaniif kabaja dhabuu waan taheef; siyaasni karaa kanaan deemu, qabsoon haala kanaan raawwatamu, akkasumas bilisummaan mana kiristaanaa haala kanaan salpisuun dhufu tokkollee akka hin jirre hubatamee gochi kun qaama kamiinuu balaaleffatamuu fi dhaabbachuu qaba.

4. manni kiristaanaa hatattamaan dhimma kana irratti qorannoo gochuun taatee kana uummata biyyattiif ibsa baasee saaxiluu qaba.

5.Caasaan mana kiristaanaa gubbaa hanga gadii jiru hundi, waldooleen, tajaajiltoonnii fi amantoonni naannoo oromiyaa keessa jiru marti gocha qaanessaa kana tokkummaan balaaleffachuu fi miira mufii isaa haalaan akka ibsatu waamicha goona.

6. Rakkoo nii fi dhiibbaan qaamni mootummaa fi miti mootummaa yeroo adda addaa amantaa ortodooksii irratti raawwachaa turanii fi itti jirana yeroo dhumaaf dhaabbatee mirgi bilisummaa amantii ofii babalfachuu keenyaa akka nuu eegan, yoo tahuu baate qabsuura walirraa hin citnee fi amantoota hunda hirmaachisne akka isaan irratti goonu beekanii hatattamaan ijaaf harkasaanii mana kiristaanaa ortodooksii oromiyaa irraa akka kaasan jabeessinee gaafanna.

7. Waldaan keenyi dhimma kana irratti kallattii caasaa manni kiristaanaa keessuun qaamota qoronnoo gahaa taasisanii badii raawwate kana amantootaa ifa gochuuf fedhii qaban faana hiriiruun haga dhumaatti deeggarsa barbaachisu ni raawwanna.

dhummarrattis yeroo kamiyyuu caalaa amantoonni waldaaleen tajaajilaa akkasumas tajaajiltoonni tokkummaan yeroo walfaana dhaabbannee qorumsa kana akka dhufaatiisaatti qolannu waan tahee si'aayinaan kadhannaadhaan akka cimnu waamicha goona!

waaqayyo mana kiristaanaa keenyaa nuufaa eegu!

ebla 2/2014
FINFINNEE

12/01/2022

Hundeeffamni waldaa kenyaa gahaa jiraa Akkam qophooftani jirtu moo ✋

24/12/2021

Farfannaa obboleessa kenyaa (Firaa'ol )

28/07/2021

*_የድንግል ማርያም ልጆች ማኅበር መንፈሳዊ ጥሪ⛪_*

⛪ *በስመአብ ወወልድ ወመንፈስ ቅዱስ አሐዱ አምላክ አሜን* 🍃

⛪ *_ወደ እግዚአብሔር ቤት እንህድ ባሉኝ ጊዜ ደስ አለኝ መዝ 121: (122)÷1_*⛪

*_“እግዚአብሔርን ከእኔ ጋራ ታላቅ አድርጉት በአንድነትም ስሙን ከፍ ከፍ እናድርግ።” መዝ 33:3_*✝️

*_እናንተ ግን ወንድሞች ሆይ መልካም ስራ ለመሥራት አትታክቱ 2ኛ ተሰሎቄ 3፥13_*

*_ለድሃ ቸርነትን የምያደርግ ለእግዚአብሔር ያበድራል በጎነቱም መልሶ ይከፍለዋል መ .ምሳሌ 19፥17_*

*_ብልና ዝገት በሚያጠፉት ሌባዎችም ቆፍረው ዘንድ ለእናን በምድር ላይ መዝገብ አትሰብስቡ ማቴ 6፥19_*


⛪ ⛪ ⛪



*_💌((ታላቅ))💌_*

*_መንፈሳዊ ጥሪ_*

እንኳን ደስ አላችሁ እንኳን አደረሳችሁ

የድንግል ማርያም ልጆች መንፈሳዊ ማህበር

የድ/ማ/ል/መ/ማህበር

የድ/ማ/ል/መ/ማ. በነገው ዕለት ማለትም በ ቀን 21/11/2013 ዓ:ም በ CD እና VCD የተዘጋጀውን አዲስ የ አማርኛ መዝሙር ፣የማህበሩ ዐብይ የሥራ አመራር ኮሚቴዎች እና የክብር እንግዶች በሀገር ውስጥና ከ ሀገር ውጭ ያሉት የማህበሩ አባላት እንዲሁም የማህበሩ ዘማሪያን በተገኙበት ፣ስለሚያስመርቅ፣ በአዲስ የምስጋና ቃላቶች እንሆ ይላችኋል ፣

ታዲያ እናንተም ይህንን በመረዳት በውስጥ እና በውጭ ሀገር የምትገኙ ክቡራን የማህበሩ ዓባላቶች መንፈሳዊ ማህበራትን ፣እንዲሁም የማህበሩን አገልግሎት ደጋፊዎች በ ሙሉ በ ONLINE የዚህ መንፈሳዊ መርሕግብር የበረከት ተሳታፊዎች ይሆኑ ዘንድ

መንፈሳዊ ጥሪውን ያስተላልፍል....

የድንግል ማርያም ልጆች መንፈሳዊ ማህበር

*_አንተ ግን በተረዳህበትና በተረዳህበት ነገር ፀንተህ ኑር ከማን እንደተማርኽው ታውቃለህና። 2ኛ ጢሞ 3፥14_*

⛪ *በመላው አለም ለምትገኙ የኦርቶዶክስቅዱስ ተዋህዶ እምነት ተከታዮች በሙሉ በክርስቶስ ክርስቲያን በወልድ ውልድ በመንፈስ ቅዱስ መንፈሳዊያን የተሰኛችሁ የልዑል እግዚአብሔር ቤተሰቦች የድንግል ማርያም የአስራትየበኩታት የአደራ የቃል ኪዳን ልጆች ክቡር አባታችን እንዲሁም እህትና ወንድሞች ክቡራንእንግዶቻችን በሙሉ በያላችሁበት የእግዚአብሔር ሰላም ይብዛላችሁ አሜን* 🕊

*እነሆ በድንግል ማርያም ልጆች የተዘጋጀው የመዝሙር ቢሲዲ*

*{{ምርቅዓት መርሀግብር }}* 💽💽💽

*_ሁለት ወይም ሦስት በስሜ በሚሰበሰቡበት በዚያ በመካከላቸውእሆናለሁና ማቴ 18፥20_*⛪

*_⛪ወደ እግዚአብሔር ቤት በገባህ ጊዜ እግርህን ጠብቅ ለመስማት መቅረብ ከሰነፎች መስዋት ይበልጣልና እነርሱም ክፉ እዳያደርጉ አያውቁምና መክ 5፥ 1_*

⛪ *_“ስር ሰዳችሁ በርሱ ታነፁ እንደ ተማራችሁም በሀይማኖት ፅኑ ” ቆላ 2÷7_*

*እነሆ ይምጡ ይጋበዙ ይታደሙ 🛋🛋👈 የእግዚአብሔር ቤት ክፍት ነው ⛪*

_*ይህ ጥሪ የሚደርሳችሁ ውድ የክርስቶስ ቤተሰቦች ከሀምሌ 21_22 2013ዓ-ም የድንግል ማርያም ልጆች መንፈሳዊ ማህበር የመዝሙር ምርቃታችን ላይ እንድትገኙ በዋትስአፕ አገልግሎት በመምጣት ከኛ ጋር በመሆን የበረከቱ ተካፋይ እንድትሆኑ በታላቅ ፍቅርና ትህትና በማኅበራችን ስም ጠርተነወታል*_🎚️🕊️🌻

*_በእለቱ የሚከናወኑ አገልግሎቶች_*
*_እነሆ በዝርዝር_* ⤵⤵

_*አባቶች በፀሎትና ፕሮግራሙን ይከፈቱልናል*_


*_በማህበሩ ኪነ ጥበብና ስነ ፅሁፍ ክፍል የተዘጋጁ ልዩ ልዩ መንፈሳዊ መርሃግብር ይቀርባል_*

*=)) ኪነ ጥበብ*

*=)) መዝሙር ቅንብር*

*=))በሰዓቱ አባቶች ቡሪኪ ይሰጡናል*

*_🎁ይህ መንፈሳዊ ጥሪ የሚደርሳችሁ የልዑል እግዚአብሔር ቤተሰቦች በረከቱን ከእኛ ጋር እንድትካፈሉ ስንል በትህትና ጠርተነዎታል🍃🕊️_*

*_ጥብቅ ማሳሰቢያ 👁 ⤵_*

*_1⃣ የተለያዩ አሻንጉሊቶች መጠቀም ክልክል ነው_*

*_2⃣ ውድ እንግዶቻችን ማኅበሩ ላይ ከገባችሁ ሊፍት ማለት ክልክል ነው_*

*_እግዝአብሔርን ከእኔ ጋራ ታላቅ አድርጉት በአንድነትም ስሙን ከፍ ከፍ እናድርግ።” መዝ 33:3_*✝️🕊️🕊

_*አምላከ ልዑል እምነታችንን እግዚአብሔር ኢትዮጲያንና ህዝቦቿን ይጠብቅ*_🕊️

*_⛪ አነሳስቶ ያስጀመረን አስጀምሮ ላስፈፀመን ለልዑል እግዚአብሔር ክብር ምስጋና አምልኮና ውዳሴ ለስሙ ይሁንልን አሜን/፫/_*

Follow this link to join my WhatsApp group: https://chat.whatsapp.com/FE3bi3TW6m37xAwlFp8oMh

*_ወስበሀት ለእግዚአብሔር_*
*_✝️ወለወላዲቱ ድንግል_*
*_ወለመስቀሉ ክቡር አሜን ይቆየን_⛪*

06/05/2021

Kamisa Addaam
"Yaa Addaam mee maal gammadda laata,kan waggoota hedduu booda yaadatee waadaa siif galee raawwatee si fayyise jecha kamiin,maalis jettee galateeffatta laata?" Amantaa Abboota 318
Maqaa abbaa,kan ilmaa,kan afuura qulqulluu waaqa tokko amiin!
kiristoos du'aa ka'eera-aangoo guddaasaatiin
Seexanni hidhame-Addaam bilisa bahee
Nagaan-har'aa kaasee
Ta'e-nagaaf gammachuun ta'e
Amiin!
Obsaan dubbisaa jireenya!

Guyyaan kamisaa du'aa ka'uumsa booda jiru guyyaa waadaan Addaam itti raawwatee,addaam dhiiphina foonii fi lubbuu baroota hedduu irraa itti adda ba'eedha.
Guyyichi waadaa guddaan"Inni mataa kee si rurrukuta"Um. 3:15 jedhu kan itti raawwateedha. Abboonni 318 maalum jettee galateessita laata? Jecha akkamiitiin? Yoo hin taane callisuun hoo siif ni ta'a laata? Mee Addaam nutti dubbadhu mee,nuti ijoolleen kee warri madaa cubbuu bara abaarsaa sana hin argin dhageenye sukkaanoofne,bilisa bahuu kee dhageenyaaniis hedduu gammanne! Ati bara abaarsaa fi gidiraa waggoota hedduu simachaa turte sanarraa yoo adda baatu,dhiifama dhiiga waaqaan yoo yeroo xumuraaf si'ool gadhiistee baatu maal jette laata?..." jedhanii gaafatu. Dhuguma anis nan jedha,gammachuun Addaam gammachuu keenya,madaa cubbuu bara abaarsaa yoo arguu baanneyyuu bara keenyatti keenyaa gurguddoo simachaa jirrahoo,otoo gidiraan amma jiru kun guyyaa tokkotti bade hammam gammanna laata????
Addaam faana gammachuu odeessina!!!
👉👉👉wal faana haa turru👉👉👉

👆 Dur yeroo Addunyaan gara waan hin jirree irraa gara waan jiruutti(እምኃበ አልቦ ኃበቦ) humna waaqatiin dhuftee uumamtu gaaf guyyaa jahaffaa jimaata(Um.1:31)sana waaqayyo jaalala fi fedha qulqulluusaatiin akkas jedhe. "Nama akka bifaa fi fakkeenya keenyan haa uumnu".Um 1:26. WAAN JEDHE KAN HIN DHIISNE,WAAN HIN JENNE KAN HIN RAAWWANNE Waqayyo akkuma jedhetti uume. Kanaafi Um.2:7 irratti "Waaqayyo nama biyyoo lafaarraa tottolche,funyaaniiniis afuura jireenyaa itti baafate,namnis jiraataa lubbuu qabu ta'e". Kan jedhuuf. Abbaa Ephifaaniyoos geessisa isaa keessatti,"Maalum yoo jedheen gochaa fi ogumaa kee dinqisiifadha laata,jechas nan dhabe,laphees nan dhabe....biyyoo nuti miilan irraa tarkaanfannu kana ogummaa kamiin nama taasiiste,yaa gooftaa callisuu dhumatu gaariidha. NUTI MEESHAA BIYYOORRAA TOLCHINEE FAYYADAMUUFIS HIN DANDEENYE,CACCABEE BADA,KANAAFIS DADHABNEE SIBIILA FILANNA,ATI GARUU WAAN AKKAS BAREEDU NAMA, KAN SIBIILA CABSU,OGUMMAA QABU...KABAJJEE BIYYOORRAA UUMTA."jechuun dinqisiifata.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Addaam❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nama uume kanaas "ADDAAM"jedhee waame.
Addaam👌jechuun✌✌✌ "bareedaa,miidhagaa,qalbeeffataa" jechuudha jedha Abbaan Ephifaaniyoos kitaaba isaa Aksimaaroos irratti.
@ wantoota biyya lafaa irra jiran hunduma mootii ta'ee akka bituufiis aangesse. Um. 1:26
$$$ Bineeldota biyya lafaa hundumaafis maqaa kan baase ta'e. Um. 2:19
👉 bu'uura seera umamaa 2:7 irratti katabameetiin yoo ilaallu
✌✌✌Biyyoo lafaarraa tottolche👌👌👌
Amaloota foonii gurguddoo afran armaan gadii kan qabu ta'e. 👉 Abidda
👉 Qilleensa
👉 Biyyee fi
👉 Bishaan
👌👌👌 Funyaaniinis Afuura Jireenyaa itti baafate✌✌✌
Amaloota Lubbuu gurguddoo sadan armaan gadii qaba. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉Jiraattuu
👉 Yaadduu fi
👉 Dubbattuu
@ kanaaf namni foonii fi lubbuu kan qabu ta'e.
Namni amala foonii afraniin bifa waaqayyoo qaba. ✌Abidda👌Ibiddi akkuma
✔ jiidhaa,gogaa,gabaabaa,dheeraa,xinnaa guddaa...osoo hin jedhiin hundaa gubee balleeessu, Waaqayyoos cubbamaa,qulqulluu,xiqqaa,guddaa,beekaa,wallaalaa...otoo hin jedhiin humna waaqummaa isaatiin hundarratti aangoo qaba.
✔ Tokkos seeraan yoo qabatan abiddi akka nyaata bilcheessu humni waaqayyoos dhiifama isaatiin nama jiraachisa,baasee nama galcha,raffisee nama kaasa... .
✔ Tokkos Abiddi guyyaa saafaa akkuma jabaatu,humni fi irreen waaqayyoo cubbamoota gaabbii galuu didan irratti ni jabaatti,adabbiifis ni saffisti.........
✌Qilleensa✌
✔ Qilleensi akkuma iddoo hunda jiru,waaqayyoos iddoo hunduma jira,guutuudha,bakka dhabamee hin qabu,jechaaniis ibsuun ulfaataadha.
✔ Tokkos,Qilleensi firii fi habaqii(galabaa) akka gargar qoodu,Waaqayyoos qulqullootaa fi cubbamoota aangoosaatiin gargar baasa. Mat 25:34. Qilleensi firii filatee loogiidhaan galabaa keesaatti hambisu,galabaa filatee loogeefii firii keesaatti hambisu akka hin qabne,waaqayyoos haqa qabeessummaan isaa hanga ibsuu dandeenyuu olitti. Daawiitiis kanaaf mitiiree"እስመ አንተ ትፈድዮ ለኩሎ በከመ ምግበሩ።(Hundumaaf akka hojii isaatti murtee laattaafi)" jedhee kan faarfateef. Far 61:12
👌Bishaan👌
✔ Bishaan daawwitiidha. Gaaddidduu nama namatti agarsiisa. Eenyummaa ifii namatti hima. Waaqayyoos amala isaatiin eenyumaa keenya beeka,waa'ee isaa yoo yaadnus cubuu keenya yaadanna. Daawitiin gaabbii keenya isaafi arjummaa isaati.
✔ Tokkos, Bishaan nyaata bilcheessa,hundumatu dhuga. Jireenya hundaatis. Uumamtoota jiraan keessaas bishaaniniifi bishaan irraa kan hin taane hin jiran. Kun caalatti gara laafummaa waaqayyoo,abbaa hundaa ta'uu(Marq. 2:29),hunda sooruu,hunduu isaan ta'uu(Yoh 1:3)...caalatti ibsa. ...................
👉Biyyee👉
✔ Biyyoon nyaata hundumaati,hunduma soorti. Waaqayyos sooraa hundumaati. Hundumatu isaan oolee bula. Kun caalatti arjummaa waaqayyoo agarsiisa.
✔ Tokkos: biyyeen dawoo hundumaati. Jiraadhaafis,du'aadhafis iddoo jireenyaati. Waaqayyoos dawoo jireenya hundumaaati. Kan isaan ala ta'e hin jiru. Kan isaan ta'e hunduu kooluu isaa keessa jiraata.
✔ Tokkos; biyyoon hunda dandeessi. Qotanii,iratti ijaaranii,....callistuudha. waaqayyos Abbaa Obsaa,garraamii fi arjummaan kan guutameedha...........

❤❤❤❤Amala Lubbuu❤❤❤❤❤❤

# Namni amala lubbuu sadaniin waaqa isaa qaba.
✔ Jiraattuu; waaqayyo bara baraan jiraataadha,barri hin lakkaawamuuf. Namni akk ta'uuf amala kana qoodeeraaf.
✔ Yaadduu; Waaqayyoo beekumsi isaa hammana,kana fakkaata hin jedhamu. Amala isaa kana waan qoodeefiif,lubbuun hammana beekti,hamamasis geessi,kunooti,yaadni ishees hammana hin jedhamu.
✔ Dubbattuu; Waaqayyo sagalee fi sagalee malee,karaa namni beekuun ala,seeraa fi seeran ala(seerri isaaf bahu hin jiru) ni dubbata,dalagas. Lubbuuniis ni beelofti,ni nyaatti,ni dubbatti....faarfachaa sagaleedhaan dubbatti,kadhannaa callisaan ni dubbatti......

👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂

❤ Waaqayyo nama bareedaa uume kanas gara bahaatiin Edan Gannat keessa teessise. Um. 2:8
👂 gaafa guyyaa saddeettaffaa sa'aatii dhuma Addaam uumametti(12:oo pm) uumamte. Um 1:27, Um. 2:21-22
Addaam keessaa lafee fudhatee,bakka sana fooniin guutee otoo inni irriiba ulfataa fi dhagahuu gidduu jirutti uume.
👂 hub: akka barsiisa M/K/O/T/Itti ... wanti jedhu hin jiru. kitaaba qulqulluurrattis hin barreeffamne. #❤ wal qixxummaa isaanii ibsuuf miilaa fi mataa irraa dhiisee gidduu Addaamirraa uume❤ jedheera abbaan Ephifaaniyoos. Sababoota gurguddoo armaan gadiitifis Hewaan uumamte.
👉1👉 Sanyii bakka buusuuf
👉2👉 Gargaartuu akka taatuuf
👉3👉 Addaam fedha fooniin akka hin rakkanneefis uumamte.
❤ Qul'aa turan. Humni,eebbiifii kennaan waaqayyoo waan isaan golgeef wal saalfacha hin turre,qul'aa ta'uu isaaniis hin beekan. Um. 2;25
❤ Wal horanii akka baay'ataniifis eebbifamaniiru. Um. 1:28
Haala kanaaniis waggaa , 'a fi guyyaa ajaja eeganii,("Hin nyaatinaa,du'a du'aa duutu.")um. 3:3. gannata keessa jiraatan.

😭😭😭Kufaatii Addaam😭😭😭
✔ Umamtoota hunduma keessaa dhara(hamtuu) kan taate bofni(Um.3;1) taatee,seexannis ogummaadhaan Bofarra bulee,dhokatee gara Gannat deemuun si'a lammaffaaf yakka guddaa sobee raawwate. "Yoo firii muka balas nyaattan hin duutan." Um. 3:4 jedhee Hewaaniin dogoggorse.
✔✔ Yeroo sanas Hewaan mukicha kuttee nyaatte,abbaa manaa isheefis laatte,innis wajjiin nyaate. Um. 3:6. Ennasuma kennaan waaqaa irraa fudhatame,qul'aa ta'uus of barani.
✔ Sababa kanaafis Addaam,Hewaan,bofti,lafti dabareedhaan waaqayyoon abaaraman. ✔✔✔ Diinummaa guddaan Sanyii dubartittii fi bofichaa(seexanichaa)gidduutti ta'e. Um 3:15

😭 Waaqayyoos Addaam fi Haadha manaa isaatti uffata gogaa qul'aa isaanitti uwwisee,lafa irraa uumame akka qotuuf edan Ganna keessaa baase. Um. 3:21-23
Addaam lafa fi biyya haaraa irratti gidiraa hedduun jiraachuu eegale. Dhiifamas gaafachuu fi boo'uu itti fufe. Aarsaa dhiiga isaas of dhiigsee hamma dhiyeessutti qaqqabe. Waaqayyos ilaalee gaddeef. Dhiiga ofiisaatiin akka fayyuu hin dandeenyefi fi keerraa dhaladheen si fayyisa jechuun itti hime. kit. Qalemenxoos 2:3,Qabsuura Addaam

👉👂👉Amantaadhaan Abdii Fayyinaa👉👂👌

Addaamiif amantaan laatamee,amantiidhaan guyyaa fayyinaa xumura guyyaa ykn waggaa 5500 eeggachaa,abdiidhaan jiraate. Waggaa 930 jiraatee du'e. Du'a du'aa ,si'oolittis makame.

✔✔✔Amantaa Addaam✔✔✔✔
👂 amantaa kennaa waaqayyooti.
# Addaamiif yeroo waaqayyo afuura jireenya funyaaniin itti baaafatu(Um. 2:7) sana laatameef.
👂👂👂 Amantaan isaa laatame kunis tokko qofa. Efe. 4:5
👂👂👂Amantaa Ergamootaatisi. Kuf. 2:7
👂👂👂Galata Ergamootaa dhiyeessaa ture. Isa. 6:1-3
👌👌👌waaqni amantaa kana laateefis tokko. Efe. 4:5
Mucummaan amantaa kanaa kan ittiin kennamu,abbuummaaniis kan ittiin mirkaneeffamu qofa. Efe. 4:4-5
✔ Amnataan kun immoo amantii,amanuu,amanamuu,fi abdiis dabalatee iccitii shanan,iccitii mana kiristiyaanaa amanuu fi raawwachuudhaan kan raawwatamu,mirkanaa'uufi eebbas argamsiisuudha.
👌 Nama kana raawwate qofatu jedhama.
👌✔👌 Amantaan kunis:::::::Yih 1:3
👉 kennaadha.
👉 si'a tokko waaqayyo irraa
👉 yero hundaaf akka ta'utti(goonka)
👉 Qulqullootaa laatamte. (M/K/O/T/I kanaaf otoo cubbuu hin hojjatiin 40 fi 80tti cuuphxi.)

Yih 1:20-21"isin garuu yaa obboloota,Amantaa keessan isa qulqulluudhaan if qulqulleessuuf jabaadhaa. Afuura Qulqulluun gaggeeffamaa, kadhachaa,Dhiifama Gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoos gara jireenyatti nama geessu abdachaa,jaalala Waaqayyoon of eegaa!"

👂👂👂Amantaa + Hojii👌👌👌
sin fayyisa jedheera waaqayyo yoon taa'e qofa nan fayya hin jenne. Waaqnis akka dafqaan buluuf ajaje. Um.3:23
Kanaafuu Amantaa qabaachufi amanuu qofaan fayyuun hin danda'amu.❌❌❌💯
Dirqama hojii gaariin barbaachisaadha.
⚠ otoo amanuu qofaa ta'ee SEEXANNi ni fayya ture. "Seexanoonni ni amanu,ni hoollatusi."garuu hojii gaarii waan hin qabneef hin fayyan jedhamee barreeffameera. Ya'i 2:19
💯 Amantaan hojiirraa adda bahes du'aadha. Ya'i 2:16
"Hojiin isaanii isaan duuka bu'a." Mul. 14:13
👌👌👌 Hojii gaarii waaqni Abbaan jaalatu(yoh 10:30)sooma,sagada,kadhannaa,kennaa....kan raawwate malee " (2)qofa kan jedhu mootummaa waaqayyoo dhaaluu mitii hin argu(yoh 3). MAT. 7:21-23
💯Luq. 3:9"Mukni firii(hojii) gaarii hin buusne(hin hojjanne)ni murama. Abidda(si'ool)tti darbama."
💯Mul. 22:22"Hundumaafuu HOJII ISAANITTI isaaniif kaffaluu gatiin na bira jira."
💯 Far 61:12" Hundumaaf akka hojii isaanitti kaffaltaaf." Maaloo yaa uumaa keenya dhiifama nuuf godhi!
✔ waaqayyoon warra akka Iyyoob hojii gaarii hojjatan ni eega. 1Maq. 36:16
👂👂👂👂👂👂👂👂👂Anillee nan jedha!👂
Namoota amantii malee hojiin hin barbaachisu jedhan sanaan 💯❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌

"AMANUU + HOJII malee namni akkamitti nama jedhamaa? HoJii gaariin hin barbaachisu jennaan Akkamiin seexanarraa adda baaturee? Ijoollee isaa ta'uu(hojiin isa fakkaaachuu yoh 8:44)irraa maaltu adda isin baasaree? Akkamittis fayyituree?
Gaafii bara baraati.............
👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌
Wayyoo yaa amantaa Addaam maal maaluma miidhgadaa? Yaa waaqayyo adaraa,daandii kanaratti nu tiksi bara baraan ati!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!👌👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂

❤❤❤ Tawaahidoo❤❤❤
waggaa 5500 amantaa kanaan ta'ee abdii fayyinaa eeggate.
✔ Yeroo yeroon gahuttti akkuma waadaa galeefitti ilmoo ilmoo isaa ISEEY,sanyii Daawiit,mucaa xinnoo waggaa kudha shanii QULQULLEETTII GIIFTII DUBREE MAAIYAM Irraa dhalate. Gal. 4:4
👂👂👂Um. 3:22"Addaam nu keessaa akka isa tokkoo ta'e."raajiin jedhame,Waaqa ilma abbaa,sagalee waaqayyoo isa Waloomee(Tawaahidoon) Addaam fayyisuuf dhalateen raawwatame.

✔✔✔Maaltu maal faana tokko ta'e?✔✔✔

Yoh 1:4" ውዕቱ ቃል ሥጋ ኮነ።" Sagaleetu foon uffate.
❤Sagaleen waaqayyoodha.Yoh 1:1
❤Foon namaadha.
Waaqayyoo (Iyyasuus Kiristoos)foon Dubroo Qulqulleettii Maariyamii uffatee,Lubbuu isheerras lubbuu fudhatee nama ta'e. Hundee Amantaa

💯💯💯Sagaleen(waaqni)hin qoratamneefi hin jijjiiramne foon jijjiiramu waliin tokko ta'e(Tawaahidoo),Foon jijjiiramuun amalasaa ta'e,akka hin jijjiiramne taasise. Kanaafis Foon du'aa Addaamiin lafarratti mul'ate. Waaqni amala hin jijjiiramne qabu,foon amala jijjiramu qabu uffachuu isaatiin du'e. Gidiraa jalatti warra kufan wangeelaan fayyise!💯💯💯(AMANTAA ABBOOTAA)

❤❤❤❤KIRISTAANUMMAA❤❤❤❤
Iyyasuus Kiristoos dhalatee,cuuphamee,fannifamee,du'ee,du'a moo'ee ka'ee,ol bahee,Afuura qulqulluu ergee,Addunyaa Ebbisee bu'uuresse. KIRISTAANUMMAAN adeemsawwan tarreeffaman kistoos dhala namaa fayyisuuf raawwate kanatti amanuufi jiraachuudha.
✔ kiristaanummaan hojiiwwan Kiristoos Iyyasuus lafarratti raawwatee akka irraa barannuuf nu ajaje(Mat 11:29) raawwachuun akka Qulqullichi phaawuloos jedhe(akkan kiristoos fakkaadhe isiniin fakkadhaa)Kiristoos (waaqayyo Efe. 2:10,Isa 9:6)fakkaatanii jiraachuudha.
✔ YEROO JALQABAAF duuka bu'oonni ANTSOOKIYAATTI ❤kiristaana ❤jedhamani. H.D.B. 11:9-26
Garuu dursee Waaqayyo " mana KIRISTAANAA koo,..."jedheera. Mat. 16:18
👌 Bu'ura kanaatiin,kiristaana jechuun Dubree maariyaam irraa dhalatee,cuuphamee,fannifamee,awwaalamee,du'a moo'ee ka'ee,Addaam fi ijoollee isaa bilisa baasuu WAAQAYYOOTTI kan amanu jechuudha. Nutis kanaaf kiristoosiin kiristaanota jedhamne.

❤❤❤❤❤❤ORTODOKSII❤❤❤❤❤❤
Jecha afaan giriikiiti.
👌Ortho(ORTOOS); qajeelaa
👌Dox; amantaa
Ortodoksii;amantaa qajeelaa jechuudha.
✔Ortodoksiin daandiwwan sobaa biroo irraa Tawaahidoo adda baasuuf kan moggafame,daandii dhugaa kan jireenyaa,boqonnaa ibsa. Erm.6:16
Wangeelli qulqullicha duuka bu'aa Maatiyoos,7:13-14 irratti 👂karaa dhiphaa(namoonni seeraan jiraatan xinnoon kan irra deeman)jireenyatti nama geessu,fi karaa bal'aa(namoonni baay'een irra gulufan)gara du'aatti nama geessu👂 jechuun ibsu keessaa,Ortodoksiin karaa dhiphaa ta'uu adda baasanii ibsuuf BARA 325,abboota 318n kan moggaafameedha.
👂✔👂 Abboota keenya hordofuun immoo ajajuma kitaba qulqulluuti. Ibr. 13:7
"ተዘከሩ መኳንንትክሙ፣ዘነገሩክሙ ቃለ እግዚአብሔር።"

Kana caala maqaa Ortodoksii jedhu kan mormu seexanaa fi ijollee isaa qofa!
Note:The name "orthodox is just used only for defferentiating Tewahido from others of those False-servant whom calls them selves Tewahido. Stiil now,ther is an Orthodox muslim,the Suni Muslim in Asia simply for identifying(clarfying)that the suni muslim were a truth muslim.

Galanni▶Waaqayyoof
▶ Haadha waaqayyoof
▶ Qulqulootaaf
▶ Mana kiristiyaanaaf..
28/08/2013 B.A

30/04/2021

እንኳን አደረሳችሁ!
Baga Geessan!

" በከርሠ መቃብር አደረ፣ስዖልን በዘበዛት"
ሃይ.አቦዉ ዘቅዱስ ዲዮናስዮስ

ቀዳም ስዑር ( )

✔ ይህች ዕለት ከጥንተ ፍጥረቱ 7ኛ፣ ከሰኞ ብቆጠር 6ኛ ቀን ናት። ቀዳሚተ ሰንበት ማለት የዕረፍት ቀን ማለት እንደሆነ ቅዱስ ኤጵፋንዮስ በድርሳኑ ላይ ገልጿል።
✔ እግዚአብሔር አምላክ ዓለመ ሠማይ ወምድርና በውስጡ ያሉትን ሲፈጥር በዚህ ቀን ከስራ አርፏል።"ወአእረፈ እግዚዕነ እምኩሉ ዘአኃዝ ይግበር" ዘፀ 20:11እንድል።
----------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------
👉 ከሰሙነ ሕማማት ቀጥሎ የምትገኝ ቅዳሜ " #ቀዳም #ስዑር ማለትም የተሻረች ቅዳሜ ትበላለች። ስለ ሁለት ዓባይት ነገሮች የተሻረች ተብላለች።
👌 #አንድም "ሞተ በፈቃዱ፤ወተቀብረ በሥምረቱ" እንድል ሃይማኖተ አቦዉ በፈቃዱ ሞቶ: በውዱ የተቀበረ የነገስታት ንጉስ ክርስቶስ: እየሱስ በከርሠ መቃብር የዋለበት ቀን ነው። ምድር ክርስቶስ እየሱስን በሆዷ ይዛ አውለዋለችና(በፈቃዱ) የተሻረች ቅዳሜ ተብላለች። ቅዱስ ዲዮናስዮስ "ያ ጥንተ ፍጥረተ ፍጡራን በቀዳሚተ ሰንበት ያረፋ ልዑል: ከ5500 ዘመን በኋላ በቀዳሚተ ሰንበት በመቃብር ውሏል" ብሏል በሃይ.አቦዉ።
👌 #አንድም በዓመት ውስጥ ከሚገኙት ቀዳሚተ ሰንበታት ተለይታ ይጾምባታል። ለዚህ የተሻረች ቅዳሜ ተብላተች።(እንደ ህገ ቤተክርስትያን ቅዳሜ መጾም አይፈቀድም፤በቀኖና ቤ/ክ የተዘረዘሩት ስራዎች አይሰሩበትም። በመቴ 25 የተዘረዘሩት 6ቱ ቃለተ ወንጌል የሚፈፀሙበት፤በአጠቃላይ ምግባረ ፅድቅ የሚሰረበት ቀን ናትና።) የተሻረች ቅዳሜ ስባል ግን የታወጀ የቅዳሜ ክብር ተሽሯል ማለት አይደለም። አይታረስበትም፣እህል አይፈጭበትም....
----------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------
ምክንያተ ጾም
አንድም 👉 ክርስቶስ ደዌያችንን ተቀብሎ፤ህመማችንን ተሸክሞ በከርሠ መቃብር ስለ ቆየ
አንድም👉 ከሰቆቃ ማሪያም በረከት ለመሳተፍ
በግብረ ሕማማት ለሐ ማሪያም እንደሚለው ድንግል ማሪያም ስቅለተ ክርስቶስን በዓይኗ ተመልክታ በልቧ ሰይፍ አልፎባታል(ሉቃ 2:35)፣ ከመስቀል የማይተናነስ መከራ ደርሶባታል። ታድያ አባታችን ቅዱስ ያዕቆብ በሥሩግ " ስለ እኛ በደልና ግፍ ብሎ ለተሰቀለው ልጇ ከዕለተ ዓርብ እስከ ትንሳኤ ሳትበላ፣ሳትጠጣ፣ምንም ምን ሳትቀምስ በታላቅ ልቅሶና ዕንባ፣ በሳቆቃ አሳልፋለችና 'ድንግልን የሚወድ ማንም ቢኖር በፆም በሀዘን ከእርሷ ጋር ይተባበር። ከሰቆቃዋም በረከትን ይሳተፍ'።" ብሎናልና ለበረከት ለፍቅር የሚጾም ጾም ነው።
👉 #አንድም: ቅ.ጳውሎስ በሮሜ መልዕክቱ ላይ "ወተቀበርነ ምስሌሁ ውስተ ጥምቀት በሞቱ" #ማለትም."ከሞቱ ጋር አንድ እንሆን ዘንድ በጥምቀት ከእርሱ ጋር ተቀበርን።"(ወደ ሮሜ ሰዎች 6:4)ብለዋል። በመቀጠልም
"ወእመሰኬ:ተመሰልናሁ:በሞቱ:ንትሜሰሎ በሕይወቱሂ" #ማለትም

" ሞቱንም በሚመስል ሞት ከእርሱ ጋር ከተባበርን ትንሣኤውን በሚመስል ትንሣኤ ደግሞ ከእርሱ ጋር እንተባበራለን፤"
(ወደ ሮሜ ሰዎች 6:5) በማለት ተናግሯል።

⛪ በሞቱ ከእርሱ ጋራ ተባብረናል። በትንሳኤዉም ከእርሱ ጋራ እንተባበር ዘንድ በዕለተ ቀዳሚተ ሰንበት ከእርሱ ጋር በመቃብር ውስጥ ነን። በርደተ መቃብር ያለ ሰዉ ደግሞ አይበላም፣አይጠጣምና በዚህ ሰንበት ይጾማል።

-----------------------)------------------------------------------------------------------------(---------------------------------------------------
አንድም 👉 ጾሙን ሐወርያት ጾመውታል።
"መምህራችን፤አባታችን፤ አምላካችን እሰቀላለው፤ እሞታለው፤እነሳለው ብለውናል። ተሰቀለ ሞተ። ትንሳኤዉን ሳናይ እንቀራለን? ብሎ ከዓርብ ጀምሮ እስከ ቅዳሜ መንፈቀ ሌሊት(ትንሳኤ) ድረስ በሀዘን ጹመዋል። ከዚህ የተነሳ እኛም እንደየ እቅማችን ከዓርብ ጀምረን እንጾማለን። ቅዳሜ ሙሉ ቀን እንጾማለን።
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃

❤👉❤ ይህችን ቀን ቅዱስ ዲዮናስዮስ"ዕለተ ዐግዓዚት" ይላታል። የሞት ስልጣን መሻሩ የተረጋገጠበት፤ የሰው ልጆች ከዲያብሎስ ባርነት ነፃ የወጡበት ዕለት ናትና። ነፍሳት ከስዖል ወደ ገነት፤ከሞት ወደ ሕይዎት የተሸጋገሩበትም ቀን በመሆኗ "ዐለተ ማዕዶት" የመሸጋገርያ ቀን ብሏታል።
👉❤👉 ሊቁ ቅዱስ ያሬድ ዘእትዮጲያም ስለዚች ዕለት እንድህ ብሎ ዘምሯል። "ትንሳኤሁ ገብረ በሰንበት ስዖለ ወረደ፣በነደ እሳት በህየ ሰቀረ ኆኃ ብርት። ትርጓሜውም "ትንሳኤውን በሰንበት አደረገ። ስዖል ወርዶ በእሳት የነበልባል የስዖልን ደጆች ሰበረ።" ማለት ነው።
👌❤✌ ልበ አምላክ ቅዱስ ዳዊትም በመዝሙሩ በመዝ 125/126:2 "በዚያን ጊዜ አፋችን ደስታን፤አንደበታችንም ሐሴት ተሞለ። እግዚአብሔርም ታላቅ ነገርን አደረገላቸው ተባለ።"ብሎ ዘምሯል።
የእ/ኦ/ተ/ቅ/ቤ/ክንም ከእናዚህ ቅዱሳን ጋራ በጾም ታሰልፋለች።

ቄጠማ ለምን ይታደላል፤ይታሰራልም???

✟ ቄጠማ በዉኃ ውስጥና ዳር ብቻ የሚበቅል የሣር አይነት ነዉ። የእግዚአብሔርን ምህረት፤ይቅርታዉንና ሠላምን ታበስራለች። ቅዱስ አባታችን እዮብ በታለቁ የህይዎት መጽሐፍ ላይ "ባውኑ ቄጠማ ዉኃ በሌለበት ይለመልማልን?" ብለዋል። ዉኃ በሌለበት ቄጠማ እንደማትለመልም ሰዉም ያለ ቃለ እግዚአብሔር እንደማይችል ያመላክታል። መቴ 4:4
✟ ውኃ ባለበት ቄጠማ ሁል ጊዜ መለምለሟ #ዘለዓለማዊ በሆነ ያስተምራል። ክርስቶስ ሠላማችን ነዉ። ኤፌ 2:14

#ሠላማችን የሆነዉም ተሰቅሎ በመስቀል ላይ ጥልን ገድሎ ነዉ። ኤፌ 4:16

⛪ ከእንግድህ በክርስቶስ ሞት:ሞት ሙቷል። ዳግመኛም ትንሳኤ የለዉምና ከዚህ በኋላ ሠላም ሰፍኗል እያልን የምስራች ለመስበክ ቄጠማ ይታደላል፤ይታሰራልም።

ተፈፀመ።

እግዚአብሔር አምላካችን ሀገራችንን እትዮጲያን ይጠብቅልን። በሠላም ለብርሃነ ትንሳኤ ያድርሰን። አሜን።
እባኳዎትን በማድረግ ለሌሎች ጓደኞቻችው ያካፍሉ።

"Garaacha Awwaalaa Bule. Si'ooliis ni saame/qul'aatti hambise."
Ama. Abb. Kan Q. Diyoonaasiyoos

/Shaaramte

✔ Guyyaan tun lakkoofsaan jalqaba uumamaa irraa 7ffaa,wiixata irraa 6ffaatti lakkaawamti. Sanbata duraa(qidaamee) jechuun -boqonnaa jechuudha jedheera Abbaan Ephifaaniyoos geessisa kitaaba Aksimaar irratti.

✔ Waaqayyo gooftaan addunyaa samiif lafaa fi kan isaan keessa jiran yeroo uumu,Waaqummaa isaaf dadhabbiin kan hin jirre,boqonnaan kan isa hin barbaachisne ta'us, guyyatti kanatti "boqadhaa" jedhee boqonnaa foonii nu barsiisuuf ofi isaaf hojii hunduma irra boqateera. Guyyaa boqonnaati..
"ወአእረፈ እግዚዕነ እምኩሉ ዘአኃዝ ይግበር" ዘፀ 20:11እንድል። "Gooftaan keenya hojii hundumarraa boqate."Ba'u 20:11 akka jedhu.

👉 Bariin torbee dhukkubbii sanbata duraa(qidaameen) "ቀዳሚት ስዑር" sanbata duraa shaaramte/diigamte jedhamuun beekamti. Sababoota gurguddoo lamaaf waggaatti al tokko barii torbee dhukkubbii maqaa kamaan waamamti.

👌 : "ሞተ በፈቃዱ፤ወተቀብረ በሥምረቱ"
"Eeyyama isaatiin du'e. Fedhii/jaalala isaatiinis awwaalame" akka jedhu amantaa abbootaa irratti,eeyyama isaatiin du'ee kan awwaalame gooftaan gooftotaa Iyyasuus Kiristoos garaacha awwaalaa keessa guyyaa itti ooledha waan ta'eef. Lafti Kiristoos Iyyasuus garaa isheetti qabattee oolchiteettiiti(eeyyama isaatiin) Sanbata duraa diigamte jedhamte.
Q.Diyoonaasiyoos "Waaqn dur jalqaba uumamaa sanbata xinnaa boqate,bara 5500 booda sanbata xinnaa garaacha awwaalaa oole,gidiraa Yihuudotaa irraas boqate." Jedheera. Am. Abb.irratti.

👌 : Sanbata duraa waggaa keessatti argaman keessaa adda baatee kan soomni itti soomamu waan taateef sanbata diigamte jedhamte. Akka seera bataskaana Tawaahidoo Ortodoksiitti,sanbata(lamaanuu) hin soomamu. Hojiiwwan foonii Qannoonaa mana Kiristiyaanaa irratti tarreeffamanis itti hin raawwataman,wangeela Mat.25 irrati kan eeraman miiltowwan wangeelaa jahan kan itti raawwataman,yeroo kam caalaa hojiiwwan gaariin kan itti dalagamaniidha malee. Sanbata ishee kana garuu waan soomamuuf kan diigamte jedhamte.
Kan diigamte jechuun garuu labsiidhaan waggaa guutuu otoo hin ta'in tokkittii barii torbee dhukkubbii sana qofadha.
👉👂Namoonni tokko diigamteetti waan ta'eef jedhanii ni qotu,ni facaasu,ni aramu...garuu soomaan qofa kan diigamte jedhamte malee akkuma sanbatawwan biroo hin qotamu,hin shoggoramu,miidhaan itti hin daaksifamu... .
--------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------- Sanbata Duraa(Qidaamee) maaliif *******Soomama?*******
👉 : Kiristoos gidiraa keenya fudhatee,dhukkuba keenya nuuf baatee garaacha awwaalaa waan oolee buleef
👉 : Dhiphina Maariyaam haadha Kiristoos Iyyasuus qooddachuudhaaf...
Gibra Himaamat irratti "Boo'ichi Maariyamii(ለሐ ማርያም) akkuma dubbatutti
Dubree Maariyaam Fannifamuu ilma ishee ija isheetiin ilaaltee argitee laphee isheerratti Seefiin ni darba(gidiraa gadda guddaatu ta'a" Luq.2:35 kan jedhu sagaleen waaqayyoo raawwateera. Rakkoon gidiraa fannootii gad hin taane irra qaqqabeera. Q.Yaa'iqoob inni Siruug
" Cubbuu fi irra daddarbaa keenya jecha ilma ishee guyyaa Jimaataa fannifameef gaddaa,boo'aa...jimaataa hanga du'aa ka'uumsaa otoo hin dhugiin,hin nyaatiin, otoo hin dhandhamin dhihinaan turteettihoo." Jedheera.
Q. Yohaannis Inni Afaan Warqees
" Dubroo kan jaalatu eenyuyyuu yoo jiraate soomaa fi gaddashee ishee faana haa hirmaatu. Dhiphina isheerras eebba haa qooddatu." Jechuun dubbateeraatii sooma jalaalaa fi eebbaaf soomamuudha.

👉 : Qulqulluu Phaawuloos Rom 6:4 irratti "ወተቀበርነ ምስሌሁ ውስተ ጥምቀት በሞቱ" : du'a isaa waliin tokko akka taanuuf yeroo cuuphaa isa waliin awwaalamne" jedheera. Itti fufees
Rom.6:5 irratti "ወእመሰኬ:ተመሰልናሁ:በሞቱ:ንትሜሰሎ በሕይወቱሂ" : "du'a du'a isaa fakkaatunis isa waliin yoo tokko taane,du'aa ka'uumsa du'aa ka'uumsa isaa fakkaatunis isa waliin tokko taana." Jedheera.

⛪ Du'uu isaatiin isa waliin tokkomneerra. Guyyittii sanbata duraa sana du'aa ka'uumsa isa waliin ka'uuf,isa waliin garaa awwaalchaa jirra. Namni awwaalcha keessa jiru hin nyaatu,hin dhuguutii kanaaf sanbata kana ni soomna.

👉 : soomicha duuka bu'oonni soomaniiru. Barsiisaan keenya nan fannifama,nan nan du'a,guyyaa sadaffaatti nan ka'a nuun jedheera. Fannifamee,du'ee,awwaalameera... Du'aa ka'uumsa isaa osoo hin ilaaliin hin hafnu jedhanii jimaataa eegalanii hanga dilbatatti barii halkan walakkaa gadda guddaadhaan soomaniiru. Q.Phaawuloos hundee duuka bu'ootaa irratti bu'uuramtaniittu nuun jedheera. Efe.2:20
Kanaafuu duuka bu'oota fakkeenya godhachuun soomna.

⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪

Q. DIYOONAASIYOOS guyyaa tana "ዕለተ ዐግዓዚት" (guyyaa bilisa baastuu)jedhaan. ✟ Aangoon du'aa diigamuun/shaaramuun guyyaa itti mirkaneeffatame
✟ Dhalli namaa garbichummaa daabiloos jalaa yeroo jalqaba bilisa itti baheedha.
✟ Lubbuuwwan Si'ool irraa gara gannataa,du'a irraa gara jireenyaa kan itti ce'an waan taateef "ዕለተ ማዕዶት"( 'uumsaa) jedhamuunis ni waamamti.

Qulqulluu Yaareed inni Itiyoophiyaas
"ትንሳኤሁ ገብረ በሰንበት ስዖለ ወረደ፣በነደ እሳት በህየ ሰቀረ ኆኃ ብርት" "Si'ool bu'ee labooba abiddaatiin balbalawwan Si'oolii caccabse. Du'aa Ka'uumsa isaas sanbata taasifate." Jechuun faarfateera.

👉 Lapheen Waaqayyoo Qulqulluu Daawitiis Far.125/126:2 irratti"yeroo sanatti afaan keenya galataan,arrabni keenyas gammachuudhaan guutame. Waaqayyo wanta guddaa isaaniif raawwates jedhame" jedheera.

M/K/Q/O/Ts qulqulloota kana waliin soomaa,faarfachaa dabarsiti.

Allaadduun maaf hirama,hidhatamas?
Alaadduun biqiltuu lalistuu qarqara lafaa caffee,dhaqdhaqa(raaree) biqiltuudha. Gosa margaa yoo taatu,dhiifama,gammachuu kan ibsituudha. Iyyoob abbaan keenyas kitaaba isaa irratti "allaadduun(qunniin) lafa caffee malee irratti ni biqiltiiyii" jedha. Iyy. 8:11. Allaadduun lafa bishaanii malee irratti hin biqille fakkeenya namoota sagalee waaqayyoo malee jiraachuu hin dandeenyetisi. Yeroo hunda laistuudha. Fkn Nageenya waaqayyoo xumura hin qabneeti. Kiristoos ammoo . Efe.2:14. Nagaa keenyas kan nuuf ta'e fannifamee fannoo irratti du'a(lola) ajjeeseeti. Efe.2:16

⛪ "Egaa Fannifamuu Kiristoosiin duuti du'eera. Deebi'ees du'aa ka'uumsa hin qabu. Kana booda Nagaan ta'eera" jennee Missiraachoo fayyinaa fi bilisummaa ibsuuf Manni Kiristiyaanaa sanbata duraa ganama ni hirti,nus ni hidhanna.
Kitaaba Jireenyaa irrattis" Waaqayyo tiksee kooti. Kan na dhabsiisu hin jiru. Inni iddoo lalisaatti na bobbaasaatii" jedhamee barraa'eera. Far.23:2
Nageenyaaf bobbaaneerraatii,kana boida nageenya hordofna! jechuu keenyadha.

Xumurame.

Waaqayyo gooftaan keenya biyya keenya Itiyoophiyaa nuuf haa eegu.
Nagaadhaan ifa du'aa ka'uumsaan nuun haa gahu. Amiin.
gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa!

22/08/2013 E.C

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Ijoollee Dubroo Maariyaam የድንግል ማርያም ልጆች መንፈሳዊ ማህበር posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Waldaa Ijoollee Dubroo Maariyaam የድንግል ማርያም ልጆች መንፈሳዊ ማህበር:

Share