Tolera Yigezu

Tolera Yigezu Quubsuma argamaa bu'ureessaakoo Seensaaf goolaba walakkeessakoo

16/09/2023
12/03/2022
Welcome!
16/02/2022

Welcome!

Kumaan lolaniif mo'aniiQofaa lolaniif hin mo'amaniiYoo itti duules tuuti meeqaDhugaadha Abbaan geebaa!
04/02/2022

Kumaan lolaniif mo'anii
Qofaa lolaniif hin mo'amanii
Yoo itti duules tuuti meeqa
Dhugaadha Abbaan geebaa!

Gaarummaa gochuutti hin laafinaa!
01/02/2022

Gaarummaa gochuutti hin laafinaa!

12/12/2020

Danfaa itichitee dhuka hurkutu
Utubaa goote fo'aa aarri kutu

27/10/2020

Lolaan jalqabeetan eebban xumuraa
Qomaa caccabeetan Lubbuukoo soora

Hundee amantiikoo isa jalqabaa ati anaaf filannookoo duraatiSassaabee gumeesseen  si'iif kenna yaadakoo hin ergisuu  waa...
23/04/2020

Hundee amantiikoo isa jalqabaa ati anaaf filannookoo duraati
Sassaabee gumeesseen si'iif kenna yaadakoo hin ergisuu waan biraati
Baay'atus gaafataan michuumaafii bitaaf mirgaan guutee irra lafaa
Hin simadhu Yesuus an si malee hin barbaadu bu'aa har'a qofaa

03/12/2019

Sirna wal harkaa fuudhinsaa lubbuun lubbuu harka fure!

30/04/2019

Kan hojjetanii hin gaabbine gaarummaa qofa.

Dhugaan ni mo'ata!
03/04/2019

Dhugaan ni mo'ata!

Address

Addis Ababa

Telephone

+251917367862

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tolera Yigezu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share