Mussa Junyedi

Mussa Junyedi Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mussa Junyedi, Religious organisation, Addis Ababa.

19/05/2024

Check out muusaa junyed’s video.

Waan hasawaa jirtu hubadhuu :: Eeggannoodhaan dubadhuu dubadhuu sababni isaa  jechuunii humna boombiiwwaan Caalu qabu!Me...
19/05/2024

Waan hasawaa jirtu hubadhuu ::

Eeggannoodhaan dubadhuu dubadhuu sababni isaa jechuunii humna boombiiwwaan Caalu qabu!

Mee seena wahi siif hima guyyaa tokkoo mootin tokko Abjuu Abjoote. Ilkaan isaa hunduu caccabanii isa guddaa fuula duraa qofatu hafe. Naasuu guddaadhaan hiribaa kan dammaqe mootichi waa'ee Abjuu sanaaf baay'ee dhiphate. Ministeera isa waame Abjuu erga itti hime booda Atattamaan Abjuun isaa Akka isaaf hiikamuu Akka barbaadu itti hime. Ministeerichis Namoota Abjuu hiikuu danda'an Akka isaaf barbaadu waada seeneef

Waamichaa ministeerichaan Namoonnii kenna Abjuu hiikuu qabni dhufni. Inni jalqaba ol seene. Mootichi Abjuu isaa Akka itti himuus gaafate. Abjuu mootichi itti hime erga dhaggeeftee booda, " yaa mootii! Abjuu kee kana hiikuun salphaadha. Garuu baay'ee nama gaddisiisa! " jedhe. Fuulli isaa dukkanaa'ee ture. "Maali inni?" Jedhe gaafate mootichi. Ilkaan kee hunduu si irraa caccabuun firoonni kee hunduu tokko tokkoon Akka dhuman Argisisaa . Kanaafuu firoonni Ati qabdu hundu ni dhumuu ! Ittin jedhe. Mootichi baay'ee Aaree namicha sana Akka hidhan loltoota isaa Ajaje.

Osoo hin turiin Namni Abjuu hiikuu inni lammaffaan ol seene. Mootii Nagaa gaafatee Abjuu isaa Akkaa itti himu Afeere.mootichis waan Abjoote Sana itti hime . Namichi fuula ifĂ adhaan , "yaa mootii ! Abjuun keessan baay'ee nama gammachiisa ! Jedhee deebiseef. Hiika Abjuu isa Duran fuuli isaa dukkanaa'ee Kan ture mootichi Amma fuuli isaa ni ife. Gammachuudhaan " maaloo natti himi! Hiikni Abjuu koo kanaa maal ta'inna? Jedhee gaafate. "Issini firoota kessaan Caalaa umrii dheeraa gammachuudhaan jiraattuu ! Umriin keessan Kan firoota kessanii Caalaa dheerachuuf jira!" Jedhe.mootiin Akka malee gammade. Saantimoota warqee heeduu badhaasees kabajaan geggeesse.

Seena Armaan olii kana kessaatti Namoonni Abjuu hiikan lamaan yaaduma tokko dubbatan. Jechoonii isaan filataan garuu Adda Addadha.filannoon jechoota Namicha isa dura mana hidhatti darbate. Namichi lammaffaan ogummaadhaan jechoota filate immoo badhaasa guddaa gonfate. Filannoon jechoota murteessaa ta'uu seena kana irraa baranna.

Jechoonni Afaan keenya kessaa ba'an humna gudda Akka qaban kanan dura deddeebite dhageesseetta ta'a.

Humna jechoota Akka Salphaatti ilaaluun gatii baasisa. Eegganno malee jechuun maal- dhibdeedhaan dubbataman jireenya kee irraatti dhiibbaa gadhee uumuu danda'u. Kanaafuu , jireenya kee haalaan jiraachuuf jechoota dubbattu filachuu danda'uu qabda . Raawwattee jechoota Negetivii ta'an of irraatti dubbachuu dhabuu qabda.

Mee ilalaa mee yaada waalif dabrsa waalin gaha.

12/11/2023
Yaa Rabbii dhibee boona irraa nuu fageessi yaa obboleessa kiyyaa maalif bonta osoo beyte Rakkoo bona kessa jiru  Akana j...
07/11/2023

Yaa Rabbii dhibee boona irraa nuu fageessi yaa obboleessa kiyyaa maalif bonta osoo beyte Rakkoo bona kessa jiru Akana jedhe Rasulii Rabbii nagani irraa haa jiratuu namni Qoma isaa kessa likin firii gamana Qalbii isaa kessaa jirate jananii Rabbii isaa irraatti harama jedhani .

Warrii nuun dura dabarni fallaa kena kana turani nuti osoo duniya xiqqoo qabanee hin boona magalaa yoo gallee hin bona Ajaibaa dubitti.

Mee seena dhiraa Asi dura dabrete waalin haa ilaaluu nuti Akami jira jarri Akami turani hogana sahaba Rasula kana ture nama Kara inni irraa bahe sheyxanni irraa hin bane nama Nabin (SAw)janatta Argefi jedhe osoo duniyaa irraa jiru.

Ajabii mee naa waalin dubisii yaa dhira kiyyaa yaa haquma jara Sana yaa ofii gad qabu jara Sana guyyaa gafa tokkoo Ajajaan mu'uminoota umar ibnul khaxxaab (RA) dargaggeessa saalim jedhamuu waliin haala jiraattoonni magaalaa keessa deddeemaa

Osomaa deddeemaa jiruu gidduudhaan fulduratti waa Arge Kan inni Arges gidduu magaalaa haljaniin dukkanaan liqimfatee jirtu keessaa balbalii ibiddaa Kan fuulduraa isaatti xiqqoo xiqqoo mul'atu wa'itti Balbaliin ibidichaa mana nama tokkoo kessa mul'ata. Yeroon walakkeess halkanii darbitee jirti. Kanafuu dhimmi kun bitaa itti galee kanaaf deemee wanta Sana ilaaluuf jecha Gara mana ibiddi kessaa mul'atu sanaatti qajeele.

Yeroo itti siqee ilaalus dubarti tokkootu oytee guddaa tokkoo ibiddaa Sanarra keessee jirti .Dubartiitiin ilmaan isii Kan Abban jaraa irraa du'e guddifatti. Daa'immaan mana keessa ni boo'u ni iyyuu. Kan"haadha koo waan nyaataan naaf kenni"jedha. Kan Ammoo jibina beela irraa dubbachuuf hin dandeenye turani

Umar taatee Kana hin beeku.kanaafuu dubartitti Sana ilmaan maaliif Akkaa boo'anu gafatee. Isiinis " janina qorraa fi beelaa dandamachuu dadhabanii boo'aa jiru" jetteen. Umaris Gara oytee ibiddaraa jiruu Sana ilaalaa " maal oytee kana keessa nyaanni hin jiruu ?" Jedheen isiinis " lakkii nyaata miti.kan oytee kessaa jiru bishaan qofa. Waca bishaani dhaggeeffataa waan nyaanni jaraaf hojjetamaa jiru itti fakkaate osoo eeggatanuu akkaa Rafaniif.Rabbiin gidduu kenyaaf gidduu umar jira." Jetteen. Isiin namni isii haasofsiisaa jiru eenyuun Akkaa ta'e hin bekne

Kutaa lammaffaan itti fufaa..........

07/11/2023

As

Address

Addis Ababa
0912

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mussa Junyedi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share