Tv Duukaa Buutuu World wide

Tv Duukaa Buutuu World wide Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tv Duukaa Buutuu World wide, Church of Jesus Christ of Latter-day Saints, Addis Ababa.

Waaqayyoof Galatnii Guddaan Haa Ta.uu,   Guyyaa Har'aa Amantoota Waldaa Keenyaa Wajjjjn Yeroo Adda Dabarsiineni;!   Gaba...
16/09/2024

Waaqayyoof Galatnii Guddaan Haa Ta.uu, Guyyaa Har'aa Amantoota Waldaa Keenyaa Wajjjjn Yeroo Adda Dabarsiineni;! Gabaasa Hojii Kan Bara 2016 Ifaan Ifaati Amantootaaf Ifa Goonneeraa! Jabinaa Keenyaaf Dhadhaabinaa Keenyaa Karaa Hojii Hafuuraatifi Dhimmootaa Hawaasumaa Uummaataa wajjin Wal Qabatan Baliinaan Ibsineerraanii, Darbees Namoota Bakka Biraa Taanii Hojii Waaqayyoo Nu Wajjiin Hojjeetaaniifis Eebbii Amantoota Akka Isaaniif Ta.u maqaa Isaanii Dhoofnee Eebbisisneeraanii! Waraqaa Ragaas Qopheesineraaf! Gammachuu keenyaa Daangee Darbee Abban Hojiichaa immoo Waaqayyoodhaa

Yaa Michuu Koo! Akkuma Karaa Lubbuu Sitti Tole ,Karaa Hundumaa Akka Sitti Tolu ,Akka Ati Fayyaa Taatuus Nan Kadhadhaa! 3...
08/09/2024

Yaa Michuu Koo! Akkuma Karaa Lubbuu Sitti Tole ,Karaa Hundumaa Akka Sitti Tolu ,Akka Ati Fayyaa Taatuus Nan Kadhadhaa! 3yohennis 1:2Namootni Baayeen Badhaadhumaa Baayinaa Qarshii fi Qabeenyaati Jedhanii Yaaduu ; Garuu Badhaadhummaan Jalqabatii Dandeettiidha; , Fayyaa Ta .udhaa, Namootaa Biraa Illee Gargaaruudhaa, Laabaan Yaahiqoobn Akkas Jedhee. Ani Kanaan Dura Iyyuu Waaqayyoo Sababii Keetiif Jedhee Akka Anaan Eebbisee hoodaa Arguudhaan Bira Ga.eera "Jedhe umama 30:27 Kanaaf Waaqayyoo Bara Fuulaa Kee Duraa Jiruu Kanaa. 1ffaa Dandeettii Guddaa Gonfatee Cabsiitee Baataa , Waaqayyoo Sii Dura Darbeeranii! Isaayaas 45:2. 2ffaa Hafuuraaniis Fooniinis Waaqayyoo Badhaadhumaa Addaa Sii Gonfachiisaanii ;! Isaa Ol Ka.ee Sii Rakkisuu Sana Waaqayyoo Gad Sii Qabeeraanii Isay 45:2; Sagalee Waaqayyoon Badhaadha Taataa ;! Qabeenyaa Dhokataa Argaataanii. 3ffaa Kiristoosiin Jireenyii Kee Uumamaa Haaraa Ta a! Balbaala Osoo In Taanee Balbaalootaatu Siif Banamaa Isay 45:2. Inni Moofaan Sun Sirraa Fuudhaameeraa! Jireenyaa Ni Bittaa Malee Siin Bituunii , Ni Moo'ata Malee Sin Mo'uunii ;! Na Sooromsii Jettee In Kadhaatuunii , Sababnii Isaas Kiristoosi yesuusin Dhaalatuu. Badhaadhinaa Waan Taateef ;! Qajeelumaan jireenyaa keeti Darbeeranii, Guddumaanis Jireenyaa kee Argaateeranii! Muchaa Mooti Waaqayyoo Taatee Dhalateetaanii Sagantaa Simanaa Baraa 2016 irraa Garaa 2017ttii Darbuu W/D/B/K BURAAYYUU ANFOO Irraa Kan Fudhaataameedhaa

Yesuus Kiristoosittii Amanii Ati Ni Fayitaa Hojii Ergamootaa 16:31 Sagalee Waaqayyoo Kanaa Ofiittii Fudhaadhuuni,  Amant...
03/09/2024

Yesuus Kiristoosittii Amanii Ati Ni Fayitaa Hojii Ergamootaa 16:31 Sagalee Waaqayyoo Kanaa Ofiittii Fudhaadhuuni, Amantiin Kan Ittiin Fayyaniidhaa, Amantiin Kan Ittiin Jiraataaniidhaa! , Amantiin Kan Ittiin Waaqayyoon Gammachisaaniidhaa;! Amantiin Hojiidhaan Kan Agarsiisaaniidhaa;! Jireenyii Kee Gaafaa Amantiidhaan Guutaamuu Diinootnii Kee Si Argaachuu hin Dandaa'anii;! Faarsaa 91:7Kumnii Tokko Sii Bukkeettii ,Kumnii Kudhaanis Gara Mirgaa Keetii yoo Dhufan Iyyuu , Wanti Namatii Dhufu Kun Sittii Hin Dhi'aatanii ;! 91:5 Wanti Halkaan Namaa Sodaachiisu ,Xiyyii Guyyaa Namattii Gad dhiifamuus Sin Sodaachisani! Jireenyaa Amantii Keessaa Kanaafatu Jiranii;! Wanti Biyyaa Sodaachisuu Siif Homa Miti , Guyyootaa Jedhamee Kanattii Waaqayyoo Irraa Wantootaa Qoodannuu Qabnanii;! Hafuurrii Qulqulluus Dhoksaa Barootaa Adda Baase Nu Hubachiisaanii! Kottaa Hirmaatuu Eebbaa Kanaa Ta.aan Haffeerraa W/D/B/K/Buraayyuu Anfooti

Hafuurrii Gooftichaa Akka Addattii Nu Gidduuttii Mul'atee Hojii Isaa Isa Dinqii Hojjeeteeraanii W/D/B/K/ADDUUNYAALLEESSA...
01/09/2024

Hafuurrii Gooftichaa Akka Addattii Nu Gidduuttii Mul'atee Hojii Isaa Isa Dinqii Hojjeeteeraanii W/D/B/K/ADDUUNYAALLEESSAA BURAAYYUU ANFOOTTII

Qophii Addaatiin Dabarsinaa Yoo Waaqayyoo Jedhee ,  Hunduu Hafeeramtaanittuuni
31/08/2024

Qophii Addaatiin Dabarsinaa Yoo Waaqayyoo Jedhee , Hunduu Hafeeramtaanittuuni

Guyyaan Gooftaa Immoo Akka Hattuun Dhuftutii Ni Dhufa; Guyyaa Sanattii Bantiiwwaan Waaqa Sagalee Guddaadhaan Didichaa Ni...
28/08/2024

Guyyaan Gooftaa Immoo Akka Hattuun Dhuftutii Ni Dhufa; Guyyaa Sanattii Bantiiwwaan Waaqa Sagalee Guddaadhaan Didichaa Ni Dhidhimu; Ijoon Uumaamaa Lubbuu Hin Qabne Hundinuu Abiddaan Wal Gad Dhiisu Erga Ta.'e, Isin Namoota Akkamii Ta'uutu Isiinif Ta' a ree? Jireenya Qulla'aa ,Jireenya Namoota Waaqayyoof Ta.u Jiraachuun Isin Irraa Jira "2phe 3:10-11 IRRA DEEDDEEBI'AATII KUTAA KANAA DUBBIFAADHAANII , Waan Hojjeetuu Hundumaa Keessaattii Waa'ee Guyyicha Ulfaataa Kanaa In Dagatiin! Of Qopheessaa Hojjeedhuu, Of Qopheessa Deddeebii ; Xiyyeefannoo Kee Waan Samii Gadii Qofa In Godhiin "

Fayyinnii Yesuus Kiristoos Duwwaadhaan Malee Kan Biraatin Tokko Illee In Jiru; Maqaan Kan Biraa Ittiin Fayyuun Nuuf Ta u...
27/08/2024

Fayyinnii Yesuus Kiristoos Duwwaadhaan Malee Kan Biraatin Tokko Illee In Jiru; Maqaan Kan Biraa Ittiin Fayyuun Nuuf Ta u ,WaaqaJalaa Ilmaan Namootaaf In Kennamnee Jedha;Hojii Ergamoota 4:12 Firootaa Koo Kotta Waaan Nuuf Kennamee Sana Qofa Argaachuudhaaf Ni Fiignaanii, wantootnii Kan Biroon Ofii Isaatiin Nuu Hordofunii! Mat 6;33. Nuuf Kan Kennamee Nuyi Argachuu Dhabnee Yesuus Kiristoosidhaa;! Isa Argaachuun Waan Hundumaa Qabachuudhaa; Sagantaa Kana Irraattii Wangeelli Humnaan Ni Lallabama! Yesuus Dhufuf Of Haa Qopheesinunii

27/08/2024

Hojii Ergamootaa 4:31 irraattii Ergamootni Hafuurraa Qululluun Guutaamanii Sagalicha Ija Jabinan Dubbatan Jedha; Namootni Kanaa Dhagaa'anii Garaan Isaanii Baqaaqee pheexiroosi fi Ergamootaa warra Kanaani Maal Gonaree Jedhan. 2;27. Sagalee Waaqayyoo Humna Hafuurraa Qulqulluun Guutaamtaanii Gaafaa Dubbataan Dhaloota Kana Gara Isaa Ni Jijjiirtuuni!

Hamma Isa Simataniif Immoo Ijoollee Waaqayyoo Akka Ta'aniif Aboo Isaaniif Kenne! Isaanis Warra Maqaa Isaattii Amananiidh...
25/08/2024

Hamma Isa Simataniif Immoo Ijoollee Waaqayyoo Akka Ta'aniif Aboo Isaaniif Kenne! Isaanis Warra Maqaa Isaattii Amananiidha;! Yoh 1:12. Sagantaa Sabataa Guddaa W/D/B/K/ADDUUNYAALLEESSAA BURAAYYUU ANFOO IRRAA

Yeroon Dur Amaane Caalmaa Guyyaa Fayyinaa Nutti Dhi'ateeti! Yeroon Kun yeroo Dammaquu Nurraa Jiruudhaa; Guyyootaa Kana A...
23/08/2024

Yeroon Dur Amaane Caalmaa Guyyaa Fayyinaa Nutti Dhi'ateeti! Yeroon Kun yeroo Dammaquu Nurraa Jiruudhaa; Guyyootaa Kana Akka In Hafneen Haffeerraa Keenyaa

Sagantaa Sabataa Gudddaa Irraa Kan Fudhaatamee W/D/B/K/Adduunyaaleessaa Buraayyuu Irraa (Hayyamameera)
18/08/2024

Sagantaa Sabataa Gudddaa Irraa Kan Fudhaatamee W/D/B/K/Adduunyaaleessaa Buraayyuu Irraa (Hayyamameera)

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tv Duukaa Buutuu World wide posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share