EECMY-Bole Ambo

EECMY-Bole Ambo 🕹️ But we Preach Christ Cruxified ✅ 1Cor 1:23 ⛪
🎚 Nuyi garuu, Kristos isa fannifame in lallabna⛪
1 Qor 1:23

30/08/2026

Sagantaa Ayyaana Ijoollee Waldaa Kiristaanaa

30/08/2026

Sagantaa Ayyaana Ijoollee Waldaa Kiristaanaa

WKWWMYI'tti Ayyaana Ijoollee • Jimaata, Hagayya 15, 2018ALI: Guyyaa Tokkummaa Ijoollee fi Maatii ''Waanuma gootan hundum...
21/08/2026

WKWWMYI'tti Ayyaana Ijoollee

• Jimaata, Hagayya 15, 2018ALI: Guyyaa Tokkummaa Ijoollee fi Maatii

''Waanuma gootan hundumaa namaaf utuu hin ta'in akka waan Gooftaadhaaf hojjettaniitti garaa guutuudhaan hojjedhaa!'' Qol. 3:23

👉Mata Duree: ''Maatii Jabaa : Dhaloota Milkaa'aa''

👉Waldaa Amantootaa hundumaatti

EECMY Children Ministry - MY Sunday School
EECMY Youth Ministry EECMY-Bole Ambo
BoleAmbo Lutheran YouthMinistry

Kan Ji'a Hagayyaa /12FFAA 1/12/2018 -30/12/2018! KITAABA QULQULLUU YEROO HUNDA DUBBISUU AADAA HAA GODHANNU! Namni kaland...
17/08/2026

Kan Ji'a Hagayyaa /12FFAA 1/12/2018 -30/12/2018! KITAABA QULQULLUU YEROO HUNDA DUBBISUU AADAA HAA GODHANNU! Namni kalandeera kana faana bu'ee dubbise waggaa 4 giddutti wangeela guutuu dubbisee fixu ni danda'a. Kaayyoon Keenya Dhaloota hundaa bira Wangeela Ga'uudha Eebbiffamaa.

EECMY-Bole Ambo 🕘9:30tti BoleAmbo Lutheran YouthMinistry Amma garuu akka warri wangeela Kristos fudhatan jiraachuun ta'u...
15/08/2026

EECMY-Bole Ambo 🕘9:30tti
BoleAmbo Lutheran YouthMinistry

Amma garuu akka warri wangeela Kristos fudhatan jiraachuun ta'utti jiraadhaa malee, kan biraa isin hin dhibin! Hafuura tokkoon iddoo keessanii utuu hin socho'in dhaabattanii, yaada tokkoon amantii karaa wangeelaa argameef akka wal dorgomtan nan barbaada; ani yoon dhufe akkasitti isin arguu, yoon dhufuu dhabaadhes akkasitti jiraachuu keessan dhaga'uu nan fedha.

Isin waanuma tokkoon illee warra isinitti ka'an sodaattanii hin raafaminaa! Jabaattanii dhaabachuun keessan Waaqayyo biraa isiniif kenname; kunis warri isinitti ka'an baduu isaanii, isin immoo fayyuu keessan in argisiisa. Kristositti amanuu keessan duwwaa utuu hin ta'in, isaaf dhiphachuu danda'uunis immoo isiniif kennameera. Filiphisiiyus 1:27-29

H/W Hirphasaa
Far. Bonsaa
Far. Hawwii

28/07/2026

EECMY-Bole Ambo

Sing. BIRUK MESY

26/07/2026

EECMY-Bole Ambo
BoleAmbo Lutheran YouthMinistry

Har'a Waaree Booda 9:30ttiEECMY-Bole Ambo Abbaan jaalala guddaa attamii akka nu argisiise mee ilaalaa! Jaalala kanaan nu...
26/07/2026

Har'a Waaree Booda 9:30tti
EECMY-Bole Ambo
Abbaan jaalala guddaa attamii akka nu argisiise mee ilaalaa! Jaalala kanaan nuyi ijoollee Waaqayyoo jedhamnee in waamamna1 Yohannis 3:1

⁴ Obboloota nana, isin garuu dukkana keessa waan hin jirreef, guyyaan sun akka hattuutti isin irra ba'uu hin danda'u.⁵ I...
15/07/2026

⁴ Obboloota nana, isin garuu dukkana keessa waan hin jirreef, guyyaan sun akka hattuutti isin irra ba'uu hin danda'u.

⁵ Isin hundumti keessan ilmaan ifaa ti, ilmaan guyyaa tis; nuyi warra halkanii yookiis warra dukkanaa miti.
⁶ Egaa kottaa in dammaqnaa, of in qabnas malee, akka warra kaanii rafuu in dhiifnaa!
⁷ Warri rafan halkan in rafu, warri machaa'anis halkan in machaa'u.

⁸ Nuyi garuu warra guyyaa erga taanee of in qabna, maddaa sibiilaa isa kan amantii fi jaalalaa in uffanna, abdii fayyinaas akka gonfoo sibiilaatti mataatti in kaa'anna.

⁹ Waaqayyo karaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos fayyina akka argannuuf malee dheekkamsaaf yaadee nu hin qopheessine.
¹¹ Kanaaf akkuma amma gochaa jirtan, wal jajjabeessaa, wal cimsaas

1Tas. 5
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
EECMY-Bole Ambo
BoleAmbo Lutheran YouthMinistry

Address

Oromia Ambo
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when EECMY-Bole Ambo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category