Olììfàn̈ Alex

Olììfàn̈ Alex Hojiin kee Harraa Firii Ati Boor Nyaattudha🙌

16/09/2026

Yesus itti fufee, “Isin warri itti dhamaatanii dadhabdan, ba'aanis kan isinitti ulfaatu hundinuu gara koo kottaa; ani boqonnaa isiniifan kenna.
Mat 11:28

  jedhadhu
04/09/2026

jedhadhu

01/09/2026

Namoonni %90 waan qaaman sodaatan ykn qaamaan dubbachuu hin dandeenye ergaa gabaabaadhaan ykn texteedhaan barreessuu😁

29/08/2026

Yeroo ati text koo
hin deebisiin turtu
Bareedinni goddanyaakeetii
dabalaa adeema😉🙅‍♀️

28/08/2026
28/08/2026

Lukkuun🐔 eebbifamtu tokko
ollaa keenya jirti,
yeroo hunda mana keenya dhuftee hanqaaqxe galti😂😁

Iyyaa Iyya Dabarsa 🔊 Tarii Lubbuun Kun Afuu malti Sagalee tahuu Keenyaan😡😭Baay'ee Gaddee dhugaa Mucaan kun mucaa eessuma...
26/08/2026

Iyyaa Iyya Dabarsa 🔊 Tarii Lubbuun Kun Afuu malti Sagalee tahuu Keenyaan😡😭
Baay'ee Gaddee dhugaa
Mucaan kun mucaa eessumakooti Namoota 70 faannoon qabdee dararaa jirtu keessaa 30 dubartootadha, kuwwaan da'immaaniif maanguddoota,ijolleen dhiiraas ni jiru turan,eddoo sadii nutti jijjiiraan,eddoo 2ffaatti yeroo jijjiramnu ijollee dhiiraa nurra adda baasan,Eessa akka isaan geessaan beekuu bannus miira isaa ittiin fudhanii deeman waan a66eesaan wayiiti, tokko tokko nama qr 1M amma booruutti yoo hin galchine sin r*shanna jette😭

Dura laguma keessaatti golga lama gidduutti nu eegu turan ammaa mana wayii bakka isaa kana jedhee himuu hin dandeenye keessaati nu ukkamsanii jiru.

Miidhaa himachuuf ulfaatu nurraatti geggeessaan,nu yoo harka baanees xinsammuu nagaan waan hawaasa duukaa jiraannu miti,gidiraa isaaniirra immoo utuu nu ajjeesaan filanna,nu ajjeesaa jennaan illee nu didaan💔😭

Dubartoonni bayyee kana jedhee dubbachuuf waan ulfaatu ta'aan😭💔
Kuwwaan immoo qorraa roobaan dhaanamanii dhukkubsachuun du'aa fi jireenya gidduu jiru"

Anaan lammiikoo waaqni gara keessan haa goru malee maal jennaa mitii😭💔

Amma Maal Jennaree😭 Maaluma taanuree Uff😭
19/08/2026

Amma Maal Jennaree😭 Maaluma taanuree Uff😭

Inni kun kan inni dhukaasaa jiru daangaa ityoophiyaa fi eertiraa irratti sitti in fakkaatin asuma wallagga bahaa   dhaKa...
11/08/2026

Inni kun kan inni dhukaasaa jiru daangaa ityoophiyaa fi eertiraa irratti sitti in fakkaatin asuma wallagga bahaa dha
Kan inni dhukaasaa jiru qaama meeshaa hidhatetti hin se'iin Oromoo qulqulluu ummata qulqulluu waan tokko of harkaa hin qabne callisee sirna duguuggaa sanyii irratti raawwata!

Jiraattonni naannoo sanaa kan ijaan argame guyyaa tokkotti nama 36 awwaalle jedhu!

Nutis waanuma ijaan arginee dhageenyuuf maxxansina malee qaamni ummata kanaaf birmatu akka hin jirre bareechinee beekna!

Siyaasaa akkaataa fi akka hin qabneef uummata qulqulluu homaa tokko hin beekne yeroo lafa irraa duguugan akkam nama raaja

Ummatichi aangoo inni qabu guyyaasaa eeggatee dabaree dabareedhaan du'uu qofa!

Meeshaa akkasii hidhachiisee kan ummaata qulqulluu itti bobbaase warroota sirna ethiopia tiksanidha!

Lafarrattis yoo ta'e waaqarratti gumaan uummata qulqulluu kanaa sin gaafata!

Ummatichi qaama isaaf dhaabbatu tokkoyyu hin qabu qaama barbaadetu akka barbaade godha!

Waanuma arginuuf dubbanna malee wanti godhamu hin jiru du'uu qofa furmaanni jiru.

#
Moo'ii Tufaa 🤝🥹

Address

Nekemte
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Olììfàn̈ Alex posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share