Waldaa Burqaa Jireenyaa Addunyaa

Waldaa Burqaa Jireenyaa Addunyaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Burqaa Jireenyaa Addunyaa, Evangelical church, Addis Ababa.

NAMNI BISHAAN ISA YESUUS KIRISTOOS KENNURRAA DHUGU BARA BARAAN HIN DHEEBOTU
Yoh. 4-14

Jiraattotni Naannoo Koyyee Facceetti argamtan hundi Baga gammaddan Baga gammanne """""""""""""""""""""""""""""""""""""""...
30/11/2022

Jiraattotni Naannoo Koyyee Facceetti argamtan hundi Baga gammaddan Baga gammanne
""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""
Waldaan Burqaa Jireenyaa Addunyaa damee haaraa banuun Sadaasa 24-25/2015 Konfireensii Hafuuraa Guddaa Qopheessitee jirti. Sagantaa kana irratti dubbiin Sagalee Waaqayyo ni lallabama,dhukkubsatootaaf ni kadhatama akkasumas hidhaan dhalootaa ni hiikama kanaaf Kottaa irratti hirmaadhaa

1Qor. 1¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯⁸ Guyyicha gooftaa keenya Yesus Kristos sanatti akka isin warra yakka hin qabne taataniif, gooftichi ha...
27/11/2022

1Qor. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁸ Guyyicha gooftaa keenya Yesus Kristos sanatti akka isin warra yakka hin qabne taataniif, gooftichi hamma dhuma barichaatti is in in cimsa.
⁹ Waaqayyo, inni gara tokkummaa ilma isaa Yesus Kristos gooftaa keenyaatti isin waame, amanamaa dha.

6th Year Anniversary
Day 3 Conference
Sunday Service

“Yaaqoobis Raahelin intala Laabaan obboleessa haadha isaatii, bushaayee Laabaanis yommuu arge, itti dhi'aatee dhagicha a...
26/11/2022

“Yaaqoobis Raahelin intala Laabaan obboleessa haadha isaatii, bushaayee Laabaanis yommuu arge, itti dhi'aatee dhagicha afaan boollichaa irraa garagalchee, bushaayee eessuma isaatii sana bishaan obaase;”
— Uma. 29:10

Day 2 Conference Saturday
Burka jiregna International Church

Guyyaa Hundeeffama Waggaa 6ffaa isaa Sababeeffachuun WBJA  Konfireensii Hafuuraa Guddaa Qopheessitee jirti, kanaaf Kotta...
17/11/2022

Guyyaa Hundeeffama Waggaa 6ffaa isaa Sababeeffachuun WBJA Konfireensii Hafuuraa Guddaa Qopheessitee jirti, kanaaf Kottaa irratti hirmaadhaa!!
************††††††

17/11/2022
28/10/2022
17/09/2022

Address

Addis Ababa

Telephone

+251940058275

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Burqaa Jireenyaa Addunyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Waldaa Burqaa Jireenyaa Addunyaa:

Share