06/10/2025
Qol. 3
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹¹ Egaa si'achi Giriikii fi Yihudii, nama dhagna qabatee fi nama dhagna hin qabatin, wallaalaa isa jireenya isaa hin qajeelfatin, garba birmaduu jechuun hin jiru; Kristos garuu hundumaaf jira, inni nama hundumaaf waan hundumaa ti.
…
¹⁶ Dubbiin Kristos akka badhaadhummaa isaatti isin keessa haa jiraatu; ogummaa hundumaan wal barsiisaa, wal gorsaas, qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis galata garaa keessanii Waaqayyoof faarfadhaa!