10/06/2022
ijaarsa Markazul Furqaan Magaalaa Galaan.
Markazni Hifzii Quraanaa Furqaan Magaalaa Galaan Barattoota 850 Ol tahan Simatee Barsiisuuf Qophii Haaromsaa fii Deebisanii Ijaaruu Irratti Argama.
Magaalaa Galaan Keessatti Markaza Guddaa fi Hayyoota Hedduu Oomishuu Danda'u Jedhamuun Eeggamaa Jira.
Ijaarsa Markaza Kanaa Cinaa Dhaabbachuun Dirqama Nama Musliima Taheeti.
Namoonni Markaza Kana Keessa Ashaaraa teessan buufachuu barbaaddan Karaa Lakkoofsa Bilb.0991213110 Akkasuma Peejii JTDIG Kanaan Nu Qunnaamuu Dandeessu.
Koree Sassaabbii Deeggarsa Markazul Furqaan Magaalaa Galaan.
Jun.10.2022 Galaan. Oromiyaa.